Telegram Group & Telegram Channel
ባለፈው ዓመት 'የመደመር ትውልድ' መፅሃፍን በመረቅንበት ወቅት በኦሮምያ ክልል የሚሸጡ መጽሐፎች ገቢውን የሶፍ ኡመር አካባቢን ለማልማት እንዲውል አበርክተን ነበር። ዛሬ ስራው የደረሰበትን አስደናቂ ርምጃ ተመልክተናል። ባሌ ካለው ሰፊ የታሪክ ሃብት እና የተፈጥሮ ስጦታ አንፃር እምቅ ሀብት ያለበት አካባቢ ነው። ድንቅ መስህብ ያላቸው መልክዓ ምድሮች ከመሰረተ ልማት እና የመገናኛ ማሳለጫዎች መሻሻል ጋር ለአካባቢው የበለጠ እድገት ሊያስገኙ ይችላሉ። በአቅራቢያ የሚገኘው የዲንሾ ፓርክ የአካባቢውን ሳቢነት የበለጠ የሚጨምር ነው።

የሶፍ ኡመር ፕሮጀክት አመርቂ አጀማመር የጠንካራ ፕሮጀክት አመራርን ጠቀሜታ የሚያጎላ ሲሆን የስራው ሂደት ባለበት ደረጃ እንኳ ሰፊ የስራ እድል የፈጠረ የማኅበረሰቡን የኑሮ ደረጃም በእጅጉ የሚያሻሻል ይሆናል።

Bara darbe wayita kitaaba 'Dhaloota Ida’amuu' eebbifne galiin kitaabota Naannoo Oromiyaatti gurguramanirraa argamu naannawaa Holqa Soof Umar misoomsuuf akka oolu gumaachinee turre. Har'a sadarkaa dinqisiisaa hojichi irratti argamu daawwanneerra. Qabeenya bal'aa seenaafi kennaa uumamaa Baleen qabu yoo ilaalle naannawaa qabeenyi guddaan jirudha. Teessumni lafaa hawwata ajaa’ibsiisaa qabu misooma bu'uraafi mala walqunnamtii fooyya'aa qabaannaan guddina caalmaa qabu argamsiisuu ni danda’u. Paarkiin Dinshoo naannichatti argamu hawwattummaa naannawaa sanaa kan dabaludha.

Jalqabbiin ajaa’ibsiisaa piroojaktii Soof Umar faayidaa hooggansa piroojaktii cimaa kan sirriitti agarsiisu yoo ta’u, adeemsi hojichaa sadarkaa amma irra jiruttillee carraa hojii bal'aa kan uumeefi sadarkaa jireenya hawaasichaa kan baay’ee fooyyessudha.

Last year, when we launched the book "Generation Medemer," we dedicated the proceeds from sales in the Oromia Region to developing the Sof Omar area. Today, we witnessed the remarkable progress made. Bale, with its rich history and natural endowments, is a high-potential area. Its attractive landscapes, coupled with infrastructure development and improved connectivity, can catalyze further growth. Nearby Dinsho Park adds to the area's appeal.

The inspiring start of the Sof Omar project underscores the importance of strong project management. This progress is already boosting employment and will accelerate living standards in the community.

tg-me.com/AbiyAhmedAliofficial/5657
Create:
Last Update:

BY Abiy Ahmed Ali 🇪🇹

Share with your friend now:
tg-me.com/AbiyAhmedAliofficial/5657

View MORE
Open in Telegram

Abiy Ahmed Ali 🇪🇹 Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Look for Channels Online

You guessed it – the internet is your friend. A good place to start looking for Telegram channels is Reddit. This is one of the biggest sites on the internet, with millions of communities, including those from Telegram.Then, you can search one of the many dedicated websites for Telegram channel searching. One of them is telegram-group.com. This website has many categories and a really simple user interface. Another great site is telegram channels.me. It has even more channels than the previous one, and an even better user experience.These are just some of the many available websites. You can look them up online if you’re not satisfied with these two. All of these sites list only public channels. If you want to join a private channel, you’ll have to ask one of its members to invite you.

A Telegram spokesman declined to comment on the bond issue or the amount of the debt the company has due. The spokesman said Telegram’s equipment and bandwidth costs are growing because it has consistently posted more than 40% year-to-year growth in users.

Abiy Ahmed Ali 🇪🇹 from us

Telegram Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
FROM USA