Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Magaalaa_Alii

#Godina_Baalee, #Magaalaa_Aliitti, Markaza Daaral Hijrateeyni, #Guyyaa 24/04/2024 or 16/08/2016tti, Urjii Rabbiin Oromiyaa keenna badhaase, kan dhaloota xurree hundaan qaruun (Diinii fi Baruumsa Idilee), barsiisuun seenaa biyya keenna keessatti asiin dura hin argaminiif hin beekkamne hojjachuun dhaloota xurree hundaan qaroome qaree baasuun beekkamu Shek Qamar ziyaaruun, Sagantaan leenjii  #Islaamummaan #Addunyaaf jedhu turtii sa'aa sadii (3) kennuun, gammachuu guddaan du'aa'ii Hayyuu keennaa Shek Qamar fudhachuun milkiidhaan goolabnee, gara magaalaa birootti imallee jirraa. Imalli keenna kan Baalee akka milkii guddaa ta'u du'aa'ii keessaniin nu faanaa jiraadhaa. Hawaasa keenna kan rafe hunda Rabbiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin


https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
๐Ž๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€!!

๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ƒ๐ฎ๐ซ๐š  ๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฎ ๐‘๐š๐ค๐ค๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐š๐šโ‰๏ธ

๐‘น๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’๐’๐’ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚ ๐‘ญ๐’–๐’“๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘จ๐’‡๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ถ๐’“๐’๐’Ž๐’๐’๐’•๐’Š๐’Š๐’ ๐‘ฐ๐’”๐’Š๐’ ๐‘ป๐’‚๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’Š๐’๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’‡ ๐‘ธ๐’๐’‘๐’‰๐’๐’๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’‡๐’๐’†๐’† ๐‘ฑ๐’Š๐’“๐’“๐’‚๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’–๐’– ๐‘ฑ๐’๐’Š๐’ ๐‘ฎ๐’๐’„๐’‰๐’–๐’–๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ ๐‘ต๐’– ๐‘ฏ๐’๐’“๐’…๐’๐’‡๐’‚๐’‚

โœ… ๐Ž๐๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐“๐ž๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐‡๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐Ÿ๐ข๐ข ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ญ๐š๐š ๐ˆ๐ญ๐ญ๐ข ๐…๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐š ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ ๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐š๐š!!!

Ads: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/+6yGiMXEw3Nk1OWJk
https://www.tg-me.com/+0puaGJwLzLgyY2U8
โšกโšก 10K+ Channels! โšกโšก
       โ†“Click and join usโ†“
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ๐Ÿ‘‰๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘ˆ๐Ÿผ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ  Click Here  ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ๐Ÿ‘‰๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿป๐Ÿ‘†๐Ÿป๐Ÿ‘†๐Ÿป๐Ÿ‘ˆ๐Ÿผ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘‰๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘†๐Ÿผ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘†๐Ÿฝ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘†๐Ÿพ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
๐Ÿ‘‰๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘†๐Ÿฟ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฟ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Waver: @Rafiqul_Islaam

   ๐—›๐—ข๐—ฃ๐—˜ ๐—ฃ๐—ฅ๐—ข๐— ๐—ข๐—ง๐—œ๐—ข๐—ก
   ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
     ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ/๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
    @hope_promotions
        
Forwarded from ๐™น๐™ด๐™ฒ๐™ท๐™พ๐™พ๐šƒ๐™ฐ ๐™ณ๐™ธ๐™ฝ๐š€๐™ธ๐š‚๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™พ๐™พ
Oduu Gammachiisaa

#Hulupay kaffaltii Duraanii irraa Dachaan dabalee jiraa carraa kun akka isinin darabinee Guyyaa 3 qofaaf turaa dafaaV galama'a hojjedhaa!!

Namoota hojii online hojechuu feetan maraaf

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!


Nama tokkoon ๐Ÿ’ฐ birrii 3 kan kaffaluu yoo ta'uu guyyaa guyaanis bonus qabaa
*|[ Sababoota diinni gandoota Muslimaa irratti Moo'uu fii garboomfachuu keessaa tokko; Diin irraa garagaluu,Munaafiqummaa fii bid'aan Isaan Keessatti Mul'attee Faca'uudha. ]|*.

Sheikh Al-Islam Ibn Teymia -Rahimahullah.
ุงู„ูุชุงูˆู‰ || ูกูฃ/ูกูจู 

โ˜…. Haalli keenya ammaatiis Sodaachisaadha.
Namni salawaata tokko Ergamaa Rabbii irratti buuse Rabbiin kudhan isarratti buusa. Osoma kudhan Ergamaa Rabbii irratti buufnee Rabbiin tokko nurratti buuseeyyuu ga'aa ture. Kanaafuu guyyaa Jum'aa kana Salawaata haa baay'ifnu.

ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ
๐ŸงถChaanaalota   Akkamii  barbaadduuโ“
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

๐ŸงถแˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ“
แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆจแŒกแ‰ตแŠ• แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰

       ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
       ---------------

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ @Rafiqul_Islaam
Forwarded from Ummatii Production (Kali D)
Manguddoonni kun lamaan Umrii 70tamoota keessa Qur'aana Haffazan.

Faaximaa Ahmad Al-Jarraha (Ummu Bilal) waggaa 70 fi Sihaam Ibrahim Al-Sharman (Ummu Yaqoub), waggaa 78 Qur'aana gutumatti haffazanii xumuran.
Nuti warri ammallee shabaabummaa qabnu hamileen keenya maal fakkaata laata?
Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
Telegram:  https://www.tg-me.com/ummatiitube
Facebook:  https://shorturl.at/lFU16
Youtube: https://shorturl.at/ftyKS
Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube
Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2
UMMATII PRODUCTION
Eegaree Ummataa!
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Jireenyi walitti dabalama waantootaa ti.

Rakkina qaba.Bal'ina qaba. Salphina qaba. Ulfina qaba. Warra kanatu walitti dabalamee jireenya hiikkaa qabu fida. Nan kufa jettee hin sodaatin. Kufaatiin dhuma jireenyaa miti. Ulfinatu naaf dhufe jettee hin boonin. Ofiin boonuun galma jireenyaa miti. Isa ta'uf dhalatte osoo hin ta'in hafuun kufaatidha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo, rakkina keessa darbuun dirqama.
madda; Kallattii Geggeessummaa(Miratu Shanko)
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Hunda hin dubbatin irra caalatti dhageeffadhu. Murteef hin ariifatin keessattu yeroo aarii qabdu!๐Ÿ‘๐Ÿ‘
โœˆ๏ธ HAJJII FI FADAA'ILA (SADARKAALEE) ISAA
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

#Hajjiin arkaana shanaffaa rukniiwwan islaamummaati. Rabbiin gabroottan isaa muslimtootaa, kanneen dandeettii qaban irratti umrii keessatti altokko hajjii gochuu dirqama irratti godhee jira. Akkuma ibaadawwan biroo hajjiinis yeroo qaba. Ji'oonni hajjii keessa hidhatan (harramatan) ; Shawwaal, Zilqi'daa fi kurnan jalqabaa ji'a Zilhijjaati. Ibaadaan guddaa ta'e kun (hajjiin) fadaa'ila (sadarkaalee) hedduu qaba.
โ†ช๏ธ Sadarkaalee hajjii keessaa muraasni;

1โœ“Araarama rabbii namaa argamsiisa
2โœ“Sababaa jannata seenuuti
3โœ“Ibiddarraa bilisa bahuuf sababa namaaf taha
4โœ“Carraa Masjidal Haraamitti salaatuu namaa argamsiisa. Salaanni Masjidal Haraamitti salaatamtu takkittiin salaata iddoo biraa kuma dhibbaan caalti.
5โœ“Sodaa rabbii hojiidhaan mirkaneessuudha.
6โœ“Guyyaa aakhiraa fi dhaabbii fuulduree rabbii nama yaadachiisa.
7โœ“Qalmaa fi hadyii achitti godhamu irraa fayyadamuu fi miskiinas nyaachisuu uf keessaa qaba.
8โœ“Fedha rabbiitiin durummaa namaa argamsiisa.
9โœ“Irra caalaa hojiiwwanii irraayi.
10โœ“Hujjaajonnii fi warri umraa godhu keessummoota Rahmaani
11โœ“Namni osoo dalagaa hajjiitirra jiru du'e, guyyaa qiyaamaa "Labbeeyka" jedhaa kaafama.
12โœ“Hajjiin dubartootaaf sadarkaa jihaadatitti jira.

Kanniin qofa osoo hin taane, hajjiin bu'aalee hedduu duniyaa fi aakhiraattis namaa argamsiisa. Garuu ikhlaasaa fi akka nabiyyiin godhetti godhuun dhimma bu'uuraati! Rabbiin hunduma keenyayyuu warra hajjii qulqulluu hajjee irraa milkaawu nu haa taasisu!

๐Ÿ“šูˆุฃุฐู† ููŠ ุงู„ู†ุงุณ ุจุงู„ุญุฌ
https://www.tg-me.com/Abdulmejid_A_Abomsa
๐ŸงถChaanaalota   Akkamii  barbaadduuโ“
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

๐ŸงถแˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ“
แŠจแ‰ณแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆ˜แˆจแŒกแ‰ตแŠ• แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แ‹ญแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰

       ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
       ---------------

๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ 10๐Š+
๐…๐ซ๐ž๐ž ๐–๐š๐ฏ๐ž๐ซ @Rafiqul_Islaam
Maashaa allaah Rabbiin bakka kana nu haa dhaabu ibaadaa iddoo kanatti gaggeessineetin irraayis nu haa milkeessu
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
    โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Gorsaa fi Barnoota
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Seenaa Barsiisoo
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
  Qur'aanaa fi hadiisa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Jechoota mimmiidhagoo
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Barnoota bu'uura islaamaa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›


Waliin barannee waliis haa barsiifnuu๐Ÿ“š๐Ÿ“š


โ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!


  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
Neezerlaanditti lakkoofsi bataskaanota gara masjiidaatti jijjiramanii haalaan dabalaa jira

Spider Media
Yeroo ammaa masjiidonni biyya Neezerlaand keessatti argaman lakkoofsi isaanii yeroodhaa gara yerootti haalaan dabalaa jira. Kunis biyyattii keessatti islaamummaan daran babal'achaa jiraachuu hordofeeti. Isaan keessaa waldaan Piroteestaantii 10, waldaan kaatolikii , kan Yahuudotaa 3 gutummaan guutuutti gara masjiidaatti kanneen geeddaramaniidha.

Neezerlaand keessatti waldaan Piroteestaantii waggaatti yoo xiqqaate namoota (hordoftoota amantichaa) 60,000 ta'an dhabuun yeroodhaa gara yerootti cufamaa jiru. Torbanitti yoo xiqqaate waldaan tokko cufamee gurguurtaaf ni dhihaata. Qorannoon dhiheenya kana 'Faith in the Future! Strategic plan for religious heritage' dhaan gaggeeffame akka agarsiisuutti waggoottan muraasaa as qofa waldaan kaatolikii 300, kan Piroteestaantii 600 fi Yahuudaa 10 akkasumas kan budahaa 1500'n cufamaniiru.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.tg-me.com/Dawaa Qalbii/com.Sammaan
๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘จ๐‘ต๐‘จ๐‘จ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ๐‘ด๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ฉ๐‘จ๐‘น๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ผ๐‘ผโ‰๏ธ
๐‘พ๐‘ฏ๐‘จ๐‘ป ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ ๐‘ซ๐‘ถ ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฌ๐’€ ๐‘พ๐‘จ๐‘ต๐‘ปโ‰๏ธ


Chaanaalii Akkamii Barbaadduโ‰๏ธ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa

แˆแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ‰๏ธ  แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ แ‰€แˆ™แ‰ฃแ‰ธแ‹ แˆแˆ‰แˆ แŠ แˆตแˆแˆ‹แŒŠ แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠ•แข

        ๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
          @Rafiqul_Islaam

๐€๐๐ฌ: ๐Ÿ‘‡
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
2024/04/28 15:27:37
Back to Top
HTML Embed Code: