Telegram Group & Telegram Channel
Haqaan gabbaramaan, fayyisaan Rabbi tokkicha malee hin jiru. Macaafni kiristaanotaa kana barsiisa.

#Isaayas #Raajicha:- 45:20-22
"ሕዝቤን እስራኤልን የማድን አምላክ እኔ እግዚአብሔር አይደለሁምን? ሌላ አምላክ ከቶ የለም፤፤ በዓለም የምትኖሩ ሕዝቦች ሁሉ እንድትድኑ ወደ እኔ ተመለሱ፤ #አምላክ #እኔ #ብቻ #ነኝ፤፤
"Warri fakkeenya Waaqayyoolii muka irraa hojjetaman baatanii yaa’an, warri Waaqayyoolii nama fayyisuu hin dandeenyetti sagadanis beekumsa hin qabani. Isin warri saba garaa garaa keessa badii ooltan, walitti qabamaatii koottaa, as deebi’aas! Walitti himaa, walii wajjinis mar’adhaatii dhimma keessan dhiyeeffadhaa! Kana eenyutu beeksise? Duraan dursee eenyutu raajii dubbate? Ana Waaqayyootu kana godhe mitiiree? Ana malee Waaqayyo kan biraa hin jiru. Waaqayyo inni qajeelaan fi inni fayyisaan ana malee hin jiru. Isin warri andaara lafaa jiraattan hundinuu, gara kootti deebi’aatii fayyina argadhaa! Ani Waaqayyoodha. Ana malee kan biraa hin jiru."

Akka keyyata kana irratti ibsametti; Waaqni, ummata Israa’el kan fayyisu Waaqa ta’uu, isa malee waaqni biraa akka hin jirre fi ummatni addunyaa kana irra jiraatu hundi fayyuu yoo barbaade “gara koo deebi’aa” akka jedhe kaa’ameera. As irratti; Waaqni, Yesuustu ‘ummata Israa’el fayyisa’ hin jenne. Yesuustu ‘ummata addunyaa fayyisa’ hin jenne. Yesuus, ‘Isin fayyisas’ hin jenne. Waaqni ofiin “anatu isin fayyisa” jedhe. waaqni; warren isa malee waan biraatti amanan hunda “fayyuu yoo barbaaddan , gara koo deebi’aa!” yennaa jedhu, wanti waaqa malee jiru gabbartiif akka hin taane ibsaa, gatii/faayidaa tokko illee akka hin qabne ifa godhe. Kun; fayyisaan waaqa tokkicha ta’uu fi wanti dandeettii fayyisuu hin qabne ammo aangoo gabbaramuu akka hin qabne nu agarsiisa. Yesuus waaqa yeroo jedhamu, keyyatni akka kanaa fi keyyattootni kanneen biroo eessatti gatamaniiti? Gatuu ykn irra darbuu moo dubbisanii ergaa isa sirrii ta’e hubatanii karaa sirrii ta’e qabachuutu caala? Dhugaan jiru; macaafa isaanii dubbisanii haala qabatama amma amanticha bira jiru waliin wal bira qabanii osoo ilaalanii, yaada faallaa fi amantii karaa dogoggoraa ta’uu hubachuun amanticha irraa baqatu ture. Garuu macaafa isaanii waan hin dubbifneef duuchaa dhuma hordofu. Rabbi amantii sossoboo keessaa jara haa baasu!

#Isaayas #Raajicha:- 45:18
"እግዚአብሔር ሰማያትን ፈጠረ፤ #አምላክ #እርሱ #ብቻ ነዉ፤፤ መድርን በቅርፅ አሳምሮ ሰራ፤ ለዘላለም እንዳትናወጥም አደረገ፤ ይህንንም ያደረገዉ ለሕዝብ መኖሪያ እንድትሆን እንጂ በከንቱ ባዶ ሆና እንድትቀር አይደለም፤፤ እርሱም የሚለዉ ይህንን ነዉ፤ እኔ እግዚአብሔር ነኝ፤ #ከእኔም #በቀር #ሌላ #አምላክ #የለም፤፤
"Waaqayyo inni bantiiwwan waaqaa uume, Inni Waaqayyoodha; Inni lafa bifa itti godhee, tolchee jabeessee yommuu dhaabe akka irra jiraataniif malee, bifa hin qabnee fi onaa akka ta’uuf hin uumne. Inni “An Waaqayyoodha. Ana malee kan biraa hin jiru."

Mee keyyata kana qalbiin ilaalaa! Akka waaqni samiiwwan uumuu isaa ibsuu bira darbee, “አምላክ እርሱ ብቻ ነዉ/gabbaramaan isa qofa” akka ta’e ibsa. Jechi afaan amaaraa “አምላክ” jedhu kun akka wanti gabbaramu waaqa ta’uu ibsa. Waaqni dachiis bareechee kan boceef akka isheen hin sochooneefi, jedhe. yennaa waaqni dachii boca fi bifaumamaaf toltuun uumu, eenyu bira jira? Waaqni, “Kunis akka ummatni keessa jiraatuuf” jedhe. Yesuus, osoo waaqa ta’ee, maaliif ofii isaa dachii uume keessa jiraate? As irratti; waaqni qophaa isaa dachii fi samii akka uume beekamaadha. Yeroo taateen uumama kanaa raawwatus Yesuus akka hin turre beekamaadha. Yesuus osoo waaqa ta’ee yeroo sana eessa dhaqe? Uumamni; uumaa booda argame gooftaa jedhamuun akkamitti ilaalama? Akkamitti uumaa ykn waaqa jedhamee gabbarama? Uumamaa tokkoof, akkamitti aangoon gabbaramuu kennama? Waan nama dhibu; macaafichi ofumaa isaa, waaqa tokko malee wanti gabbaramu hin jiru jedhee barsiisa. Macaafa keessaa, iddoo tokko tokkotti waan musliimni barreesse fakkaata. Moo ummattootni dur macaafa kana barreessan musliima turan? Ummattootni macaafa kana barreessan musliima akka turan kitaabichi ofumaa ragaa baheera. Sababi isaas; addunyaa kana irratti, "ummanni Rabbi tokkicha, haqaan gabbaramaan Rabbi tokkicha malee hin jiru" jedhee kan amanu musliima qofa waan ta’eefi.

tg-me.com/Dhugaa_Dhokate/2572
Create:
Last Update:

BY Dhugaa Dhokate

Warning: Undefined variable $i in /var/www/tg-me/post.php on line 283

Share with your friend now:
tg-me.com/Dhugaa_Dhokate/2572

View MORE
Open in Telegram

◉D͙hugaa Dhokate◉ Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

To pay the bills, Mr. Durov is issuing investors $1 billion to $1.5 billion of company debt, with the promise of discounted equity if the company eventually goes public, the people briefed on the plans said. He has also announced plans to start selling ads in public Telegram channels as soon as later this year, as well as offering other premium services for businesses and users.

Should You Buy Bitcoin?

In general, many financial experts support their clients’ desire to buy cryptocurrency, but they don’t recommend it unless clients express interest. “The biggest concern for us is if someone wants to invest in crypto and the investment they choose doesn’t do well, and then all of a sudden they can’t send their kids to college,” says Ian Harvey, a certified financial planner (CFP) in New York City. “Then it wasn’t worth the risk.” The speculative nature of cryptocurrency leads some planners to recommend it for clients’ “side” investments. “Some call it a Vegas account,” says Scott Hammel, a CFP in Dallas. “Let’s keep this away from our real long-term perspective, make sure it doesn’t become too large a portion of your portfolio.” In a very real sense, Bitcoin is like a single stock, and advisors wouldn’t recommend putting a sizable part of your portfolio into any one company. At most, planners suggest putting no more than 1% to 10% into Bitcoin if you’re passionate about it. “If it was one stock, you would never allocate any significant portion of your portfolio to it,” Hammel says.

◉D͙hugaa Dhokate◉ from us

Telegram Dhugaa Dhokate
FROM USA