HINSEENE MEKURIA
ጀዋሪን ከኢትዬጵያ ፖለቲካ ውጭ የማድረጊያ ብቸኛ መንገዶች
ODP ወይንም ማንም የኦሮሞ ወዳጅም ሆነ ጠላት ማወቅ ያለባቸው ነገር ቢኖር ጀዋሪን ከኦሮሞ ህዝብ ቀጥተኛ ተፅእኖ በጥሩ ላፕስ ፍቆ ወደ ትምህርት(Acadamic ) ወይንም የጥናት ሦራ መመለስ የሚቻለው:
1.ኦሮሞ በአዲስ አበባ ከተማ ላይ ያለውን የባለቤትነት መብት ማረጋገጥ
2.በፌደራሉ መንግሥት ባለው የመንግሥት ቢሮክራሲ ውስጥ ኦሮሞ ካለው የህዝብ ቁጥር ጋር ተመጣጣኝ ቦታእና ተጠቃሚ እንድሆን እና በተወሰኑት ቡድኖች ብቻ የጅምላ ተጠቃምነት ነፃ ማድረግ
3. ODP ን ከኦሮሞ ውጭ ከማንም ፀረ ኦሮሞ አቋም ካላቸው ተፅእኖ ውጭ ማድረግ
4. ኦሮሚኛ ቋንቋን የፌደራል መንግሥቱ የሥራ ቋንቋ ማድረግ
5.በኦሮሞ ጉዳይ ከኦሮሞ ውጭ ማንም ጣልቃ እንዳይገባ ሲደረግ..... ብቻ ነው።
አለበለዚያ ለህዝባችን መብት መከበር ትግሉ በቀጠለ መጠን የኦሮሞ ህዝብ መብት መከበር የሚያንገበግባቸው ጠላቶቻቾን አሳዛኝ በሆነ መልኩ ህመማቸው የሚቀጥል ይሆናል።
Dammaqaa Nagaasaa
Ati inuma jetta.Garaan fagaattee,afaaniin dubbattee
fakkeessita.Jechi kees huuba hindhabu.Kan ana caala
siideeggare hinturre.Deeggarsi koos kanaaf hinturre.Amma
garu nutis dhagenyeef hinfudhannu.Ammas yeroo qabdaa
dafii gara uummata keettii deebi’i!!
@Faye6 @Faye6
@Eelaa_Jireenyaa
@Eelaa_Jireenyaa
Ferhan Abdulselam
Oromoo, dhugaa wal hubachiisuuf malee abdii wal
kutachiisuuf miti. Qabsoofnee qarqara yeroo geenye gufanne.
Garuu hin kufne. Kufuu dhabuun tokkummaan keenya
tuqumuu dhabuudha. Tokkummaan kaleessa Wayyaanee
ittiin moo’anne sun akkasumatti jira. Kuni abdii nutti horuu
qaba. Guyyaan nama saba isaaf quuqamu bakka buufannu
fagoo miti. Kanaafuu miira abdii kutannaa keessa hin galinaa.
Garuu dhugaa ofitti himaa. Qalbii keessan gara tokkotti akka
chittu godhaa.
@Faye6 @Faye6
@Eelaa_Jireenyaa
@Eelaa_Jireenyaa
Afendi Muteki
አታምታቱ!

አፈንዲ ሙተቂ
--
አማራ እና ኦሮሞ አልተጣላም::
ሙስሊም እና ክርስቲያን አልተጣላም::
እኛ ከየትኛውም ህዝብ ጋር ጥል እና ጥላቻ የለንም::
የኛ ተቃውሞ የተቀሰቀሰው በጀዋር ላይ በተደረገው ትንኮሳ ምክንያት ቢሆንም
የህዝቡ ቁጣ የገነፈለው በአራት ኪሎ ከትሞ የህዝቡን አብዮት ለመቀማት ሸርና
ተንኮል በሚተበትበው የቀበሮ ባህታዊ ሳቢያ ነው:: ይህ ሰውዬ ህዝቡ
የሰጠውን አደራ በልቶ ኢዜማ ሚባለውን የማጅራት መቺዎች ጥርቅም በማንገስ
የኦሮሞን ህዝብ ለዳግማዊ ባርነት ለመዳረግ የሚያካሄዳቸው እንቅስቃሴዎች
በየትኛውም ህግ ተቀባይነት የላቸውም::
ለረጅም ጊዜ ደባውንና ተንኮሉን እንዳላየን ሆነን ስናልፈው ቆይተናል:: አሁን
ገደቡን ሲያልፍ ግን ከስልጣን እንዲወርድ መጠየቅ ጀምረናል:: ይህንን ማድረግ
ደግሞ መብታችን ነው:: "አብይ ይውረድ" ማለት በየትኛውም ህግ
አይከለከልም:: በመለስ ዜናዊም ሆነ በሃይለ ማሪያም ዘመን ይህንኑ ስናደርግ
ነበር:: አሁንም እያደረግን ነው:: ይህንንም እስከ መጨረሻው እቀጥልበታለሁ::
---
"በየከተማው ህዝብ ተገዳደለ" የሚል ዜና ሰምተናል:: ይህ ከኛ ተቃውሞ ጋር
ግንኙነት የለውም:: ጉዳዩ የማይመለከታቸው የማፊያ ቡድኖችና የጥፋት ቡድኖች
ተቃውሞአችን በሁከት የታጀበ እንዲሆን ብዙ ቢጥሩም በዝምታ አልፈናቸዋል::
ድብቅ አጀንዳ ያላቸው ወገኖች በጠነሰሱት ሴራ በአንዳንድ ከተሞች ሰዎች
መሞታቸው ልብ ይነካል:: አሁን ውጥረቱ ከረገበ በኋላ ደግሞ ራሳቸው ከሳሽ
እና ራሳቸው ፍርድ ሰጪ ሆነው ወትሮ እንደለመዱት ትልቁ ህዝባችን "ፅንፈኛ"
እና "ረባሽ" እያሉ ሊከፋፍሉት ይሞክራሉ::
ኦሮሞ መብቱን ለመጠየቅ ሰልፍ ሲወጣ የማስፈራሪያ አዋጅ የሚለፈፈው ኢሳት
በሚባለው ነጃሳ ቴሌቪዥን ነው::
ህዝባችን ለነፃነቱ ሲነሳ ቀድሞ የጦር አዋጅ የሚያውጅበት "አስራት" የሚባለው
ልክስክስ የመንደር ጥሩምባ ነፊ ነው::
የኦሮሞ ህዝብ ጉዳይ ቀርቶ የኦሮሞ ስም ብቻ በነዚህ ሚዲያዎች በመነሳቱ እንደ
እሳት ይነደኛል:: እነዚህ "ኦሮሞ ኢትዮጵያን ወረረ: ኦሮሞን እንጀራ ማብላት
ያስተማሩት አፄ ምኒልክ ናቸው" የሚል ዘረኛ እና ተንኳሽ ተረት ሲያስተላለፉ
የነበሩ የሸይጣን ቁራጮች በዝምታ ስላለፍናቸው ብቻ ሞተን የተቀበርን
መስሎአቸዋል:::
እስቲ ፍረዱ!
በዚህ ግድግዳ ላይ ስለአማራ ህዝብ መጥፎ ነገር ስፅፍ አይታችኋል:: ስለአፋር:
ሶማሊ: ሀረሪ: ወላይታ: ሲዳማ ወዘተ መጥፎ ነገር ፅፌአለሁ? እነርሱ ግን
ስለኦሮሞ ህዝባችን ያሻቸውን እየተናገሩ "ኦሮሞ ነኝ" በማለቴ ብቻ "ዘረኛ ነህ"
ይሉኛል:: የሸይጣን ዛር ይውረድባቸውና!!
----
የኛ ተቃውሞ ሰላማዊ ነው::
በአንዳንድ የኦሮሚያ ከተሞች የሰዎች ህይወት መጥፋቱ ያሳዝናል:: ይህ የኛ
ፍላጎት አይደለም:: ሆኖም አያውቅም::
ለእነዚህ ዜጎች ህይወት ተጠያቂዎቹ ኢሳት: አስራት: ባልደራስ: አብን: ኢዜማ እና
ሌሎች ግብረ አበሮቻቸው ናቸው:: ከቡራዩ ጀምሮ ሲዘሩት የነበረውን የጥላቻ እና
የግጭት ዘር አንድ በአንድ እናውቃለን:: ምንም ሳያገባቸው የኦሮሚያን ጉዳይ
ሲፈተፍቱ የሚያድሩት ለዚሁ ነው:: ሁላቸውንም አንድ በአንድ ለቃቅመን ለፍርድ
እናቀርባቸዋለን::
---
ለኦሮሞዎች
ለየትኛውም ትንኮሳ መልስ አትስጡ:: በአብዲ ኢሊ ረብሻ ዘመን ያሳየነውን
ትእግስት አሁንም እናሳይ:: ከሌሎች ህዝቦች ጋር በሰላምና በፍቅር
የምንኖርበትን ባህል አጠናክረን እንቀጥል:: ብሄር እና ብሄረሰቦቻችንን
የሚያስቀይሙ አባባሎችን አትጠቀሙ::
----
ድል ለሰፊው ህዝብ!!
@Faye6 @Faye6
@Eelaa_Jireenyaa
@Eelaa_Jireenyaa
Afendi Muteki
"በመፅሃፋችን ቀንታችሁዋል" አለ ታዬ ለብጃ!
--
እኔ አሁን በመፅሃፋችሁ እቀናለሁ? ለመሆኑ ስለየትኛው መፅሀፍ ነው
የምታወሩት? ይሄ "መደመር" የሚሉት ገረጋንቲ ነው? ወይስ ሌላ መፅሃፍ
አላችሁ?
--
ወዳጄ! ግብዝነት በእኛ ዘንድ የለም። ሃቁን እናውራ ከተባለ ግን የናንተ
መፅሃፍ እኔ ከፃፍኩት "አዳል" ጋር አይወዳደርም። ሌላው ሁሉ ሳይቆጠር
"አዳል" ቅዳሜ ተመርቆ ረቡእ አልተቃጠለምና!
@Faye6 @Faye6
@Eelaa_Jireenyaa
@Eelaa_Jireenyaa
🎖ORO PROMOTION 🎖
"""""""""""""""""""""""""""""
Channelota Oromoo kan #Join Gochuu qabdan

Filannoo keessaniin #Join
👇👇🏻👇🏼👇🏽👇🏾👇🏿
Eelaa Jireenya:
❀❀❀❀ Sammuu Kee Amansiisi ❀❀❀❀
❀❀❀❀ Ati Nama Guddaa in taata ❀❀❀❀
Gorsa kana Dubbifadhu Si Gargaara
Jireenya kees in ijaara
Haala Amma irra jirtu ilaaltee, maaliif xiqqoon ta'e? jettee kan of tuffattu yoo taate ati yoomuu nama guddaa ta'uu hin dandeessu!
Namoonni gurguddoon Addunyaa kana irra jiraan jalqaba xiqqoo turani. Eenyullee kan isaan hin beekne, nama akkasumanii turani.
Yeroo booda garuu; beekumsa isaanii dabalaa, ilaalcha isaanii bal'isaa, Amantii isaanii jabeessaa, Yaada isaanii qajeelchaa, Mul'ata isaanii guddisaa, Murtoo isaanii cimsaa amma kan irra jiran Eenyuummaa isaanii isa guddaa uumani. Amma kan irra jiran, kan irra hin gahamne kan fakkaatu eenyummaa guddaa uumani.
Lio Tolistoy akkas jedhe "Namni guddaan guddaa ta'ee hin dhalatu, guddaa tauuf ofiin of guddisa malee " eeyyee eenyulle guddaa ta'ee hin dhalanne.
Barack Obama Presidant ta'ee hin dhalanne. Garuu ofiisaa bulchaa America ta'uuf of qopheesse. presidant gurraacha kan America isa jalqabaa ta'e.
Haile G/ Silasei'n Atileetii ta'ee hin uumamne. Garuu ofiisaa mootii Atileetii fiigichaa dheerinaanaf of qophesse. Record Addunyaa 27 galmeesse.
Lamaan isaani, akka fakkeenyaatti ilaalle malee gootonni hunduu waqtii tokko ofiin illee of qabuu kan hin dandeenye, daa'ima turani. Uffannaa fincaanii isaanii illee haadha isaanii ykn Abbaan isaani kan isaaniif jijjiiru hirkatoota maatii isaanii turani. Garuu namoonni kunneen jireenya hirkattummaa keessaa of baasani, amma kan irra jiran bakka guddaa gahan.
*
Argitanii jireenyi hunduuma keenyanu akkamiin ijoollummaa keenyatti hirkattummaa jalaa akka baanu nu barsiiftetti. jireenya amma irra jiruurra, ykn akkamiin hirkattummaa ijoollummaa irraa akka adda baanu barsiisun moo'ichaf of qopheesina.
Daa'imummaa keenyatti otuuma deemnu kufna. hammam otuu kufnelee abdii hin kutannu. ammas deemuuf ni yaalla malee. Nama guddaa ta'uuf qabsoon jiru isa kana faana wal fakkaata. Haalaan abdii kutuu dhiisuu.
Hammamillee yoo kuftan ka'uuf tattaafannaa gootan adda kutuu dhiisuu. Garuu yeroo tokko abdii kuttanii, bakka kuftanii ka'uuf tattaafachuu yeroo dhaabdan gaafas guddummaa keessan ajjeestu.
Namoonni gurguuddoon isiin beektan hunduu kan abdii nama kutachiisu jalaa mo'ichaan darbuu kan danda'ani dha. Emmee atis jireenya kee bara itti qoramtu darbiitii "Eenyummaa kee isa guddaa uumi " keessa kee guddinni ni jira. Garuu guddinni hawwii qofaan hin argamu. Guddiinni qabsoo barbaada.
Guddiinni tattaafannaa barbaada.
Guddiinni jabina barbaada.
Guddiinni obsa barbaada.
Guddiinni kutannoo barbaada.
Warreen kana hundaa bakka tokkotti yeroo qindeesitu, Eenyummaan kee inni guddaan in uumama.
Ati nama guddaa ta'uuf keessa kee kan jiru guddummaa arguu yoo dandeesse dhayiti keessa kee ilaali. Garuu dhuma irratti kan dagachuu hin qabne, Waaqayyoo keen kadhaadhu. Isa faanas haasa'i. Isa malees. homaa tokkollee hin karoorsiin. Uumaa kee. guddummaa kana hundaa waan siif laateef Garaa kee irraa Galateefadhu
GUYYAA GARII 🌼🌼🌼🌼🌼😂😄😃🌤⛅️🌤⛅️🌤☀️⭐️🌟⚡️💥

E E L A A J I R E E N Y A



V O I C E O F P O S I T I V I T Y
Forwarded from Dambalii_Jaalalaa❤️
Jaalala dhugaa

Jaalaalli dhugaa
Gaaffii sammuuti
Deebin dhugaa
Ishee onneerraati

Deebii dhugaa argachuuf
Onnee kee gaafadhu
Waan onneen siin jedhe
Ifaan naaf ibsadhu

@kaachaalluu
@Dambalii_Jaalalaa
Channel photo updated
Channel photo updated
0900653693 Adress Shashamne
Ajaa'iba! Mammaaksa 6000 ol bakka tokkotti kan qabatee App Oromoo Haaraa lakkifameera oromoon hunduu buufadhaa fayyadamaa waliif qoodaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.saalemapps.mammaaksa
"Burcuqqoon dhagaatti buutee ofumaa cabdi." Mammaaka 6300 ol kan qabate rikardii haaraan app Ajaa'ibaa Haaraa gad lakkifameera buufadhaa fayyadamaa waliif qoodaa😍😍😍
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.saalemapps.mammaaksa
Forwarded from ::))
Wooow...Mammaaksa fi hiika isaa 6300+ ol kan of keessatti qabate app rikardii haaraa qabu buufadhaa ajaa'iba 👉👉👉
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.saalemapps.mammaaksa
Forwarded from ::))
Ogbarruun oromoo keessatti sadarkaa guddaan kan fooyyesse App ajaa'ibaa mammaaka 6300 ol qabu buufadhaa ajaa'iba waliif qoodaa
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.saalemapps.mammaaksa
2024/04/29 12:06:10
Back to Top
HTML Embed Code: