Telegram Group Search
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #44ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:


🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Sadaffaan;

3ffaa-  Sa'aan Yesuus itti fannifame jedhamu (akka worra Kiristaanaatti), sa'aa meeqa⁉️

3🅰️. Yesuusiin yeroo fannisan bari'ee sa'aatii sadii (3) ture ka jedhu ka #Maarqos 15:25 ttu sirriidha moo?

3🅱️. Yeroo Philaaxos Yesuusiin gad baasee barcuma firdii irra taa'e murteessuuf jedhu yeroon gara sa'aa ja'affatti ture. Sana booda (sa'aa jaha booda), akka inni fannifamuuf dabarsee kennee jedha. Kun ammoo yeroo murteen akka fannifamuuf kennamu, sa'aa 6 booda (jechuun ka fannifame jedhamu gara sa'aa 9) ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidha?

🅰️. #Maarqos 15:24-25
Yommus jarri isa in fannisan; uffata isaa immoo hiranii eenyu isa kam akka fudhatu baruudhaaf muka itti buufatan. Yeroon #isa #fannisanis #bari'ee #sa'aatii #sadiitti tore.   
#የማርቆስ #ወንጌል 15:25 ሰቀሉትም፥ ልብሱንም ማን ማን እንዲወስድ ዕጣ ተጣጥለው ተካፈሉ።#በሰቀሉትም #ጊዜ #ሦስት #ሰዓት ነበረ።

     VS (#contradict #with)

🅱️. #Yohannis 19:13-16
Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.Kunis guyyaa qophee Faasiikaa #gara #sa'aatii #ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe. Isaanis iyyanii, "Balleessi, balleessi, isa #fannisi!" jedhan. Philaaxos immoo, mootii keessan #fannisuu #ree?" ittiin jedhe. Luboonni warri angafoonni immoo deebisanii, "Nuyi Qeesaar mootii warra, Roomaa malee mootii hin qabnu" jedhan. Yommus #akka #inni #fannifamuuf #dabarsee #isaanitti isa #kenne; isaan akkasitti #Yesusin #fuudhanii #adeeman.
የዮሐንስ ወንጌል 19:13-16 ጲላጦስም ይህን ነገር ሰምቶ ኢየሱስን ወደ ውጭ አወጣው፥ በዕብራይስጥም ገበታ በተባለው ጸፍጸፍ በሚሉት ስፍራ በፍርድ ወንበር ተቀመጠ። ለፋሲካም የማዘጋጀት ቀን ነበረ፤ #ስድስት #ሰዓትም የሚያህል ነበረ፤ አይሁድንም። እነሆ ንጉሣችሁ አላቸው። እነርሱ ግን። አስወግደው፥ አስወግደው፥ ስቀለው እያሉ ጮኹ። ጲላጦስም። ንጉሣችሁን ልስቀለውን? አላቸው። የካህናት አለቆችም። ከቄሣር በቀር ሌላ ንጉሥ የለንም ብለው መለሱለት። ስለዚህ በዚያን ጊዜ እንዲሰቀል አሳልፎ ሰጣቸው።

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni afraffaan;

4ffaa- Jechi xumuraa kan Yesuus ajjeefamuun dura dubbate jedhamu isa kami⁉️

4🅰️. Yesus, "Yaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!" jedhe, kan jedhutu sirriidha moo⁉️

4🅱️. Yesuus, "Fiixaan ba'eera" jedhe; kan jedhutuu sirriidha⁉️

Isa kamtuu sirriidha?

🅰️. #Luqaas 13:46 “Yesus yommus sagalee guddaadhaan iyyee, "#Yaa #abbaa #ko, #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha!" jedhe. Utuu inni kana dubbatuus hafuurri isaa keessaa yaa'e.”
#የሉቃስ #ወንጌል 23:46 ኢየሱስም በታላቅ ድምፅ ጮኾ። #አባት #ሆይ#ነፍሴን #በእጅህ #አደራ #እሰጣለሁ #አለ። ይህንም ብሎ ነፍሱን ሰጠ።

VS (#contradict #with)

🅱️. Yohannis 19:30
“Yesus daadhii dhangaggaa'aa sana erga afaaniin qabee booddee, "#Fiixaan #ba'eera" jedhe; mataa isaa jal'isee hafuura isaa kenne.”
#የዮሐንስ #ወንጌል 19:30 ኢየሱስም ሆምጣጤውን ከተቀበለ በኋላ። #ተፈጸመ #አለ፥ ራሱንም አዘንብሎ ነፍሱን አሳልፎ ሰጠ።

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #bari'ee #sa'aa #saditti #fannifame jedhaa, eddoo birootti #murteen #akka #fannifamu #yeroo #itti #kennamu, #sa'aa 6 booda (#gara #sa'aa 9) jechuun, #akkasumas #jechi #xumuraa kan #Yesuus #dubbate #jedhamu, eddoo tokkotti #yaa #abbaa #koo #hafuura #koo #harka #keettan #kennadha, gara birootti ammoo #fiixaan #ba'eera #jedhe jechuun isaa, dubbiin Rabbiin suuraa 4:157 keessatti dubbate (wol dhabbii fi shakkii worra dubbatuu) dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaawwan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waan ilmi namaa itti jiru mee dhaggeeffadhaa.

Dhaadannoon jaraa
👇

'#Ka'ii #deemii #lallabii'

Kan jedhu irratti, Affaarii fi Somaaleellee osoo hin hanbifne, #qirca addaan qoodamuu qabnaa jedhaa jiruu.

Anaaf ati hoo eessa jirra laata?

Mee gahee ka'aa dammaqaa

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
Forwarded from Turullee Dhugatu Mo'ata
#Turullee #dhugatuu #irra #aana

🥦🥦🥦🥦🥦🥦
#Kutaa #45ffaa
🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa  ittiin madaallu:


🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Wal dhabbii fi shakkiin worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhan keessa jiran inni Shanaffaa;

5ffaa- Guyyaan Yesuus fannifamee jedhamu, eega guyyaan Faasiikaa dabree booda moo guyyaa Faasiikaa dura⁉️

5🅰️. Eega guyyaan Faasiikaa dabree booda kan jedhu ka #Wangeela #Yohannis 19:13-16 ttu sirriidha moo?

5🅱️. Ka guyyaa Faasiikaa dura jedhu ka Wangeela #Maarqos 14:12-18 ttu sirriidha?

Isa kamtuu sirriidha?

🅰️. #Wangeela #Yohannis 19:13-16
13. Philaaxos dubbii kana dhaga'ee Yesusin gad baasee, iddoo dhagaa buufamaa isa afaan Ibraayisxiitti "Gabataa" jedhamutti, barcuma firdii irra taa'e.
14. #Kunis #guyyaa #qophee #Faasiikaa gara sa'aatii ja'affaatti ture. Philaaxos yommus Yihudqotaan, "Ilaa mootii keessan" jedhe.


16. Yommus akka inni fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne; isaan akkasitti Yesusin fuudhanii adeeman.
የዮሐንስ ወንጌል 19:
13. ጲላጦስም ይህን ነገር ሰምቶ ኢየሱስን ወደ ውጭ አወጣው፥ በዕብራይስጥም ገበታ በተባለው ጸፍጸፍ በሚሉት ስፍራ በፍርድ ወንበር ተቀመጠ።
14. #ለፋሲካም #የማዘጋጀት #ቀን ነበረ፤ ስድስት ሰዓትም የሚያህል ነበረ፤ አይሁድንም። እነሆ ንጉሣችሁ አላቸው።


16.ስለዚህ በዚያን ጊዜ እንዲሰቀል አሳልፎ ሰጣቸው።

     VS (#contradict #with)

🅱️. #Maarqos 14:12-18 Jalqaba ayyaana Maxinootti, #namoonni #hoolaa #Faasiikaa #erga #qalanii #booddee, bartoonni isaa, "#Hoolaa #Faasiikaa akka #nyaattuuf eessa dhaqnee akka qopheessinu barbaadda?" jedhanii Yesusin gaafatan. Yommus inni bartoota isaa keessaa lama ergee, "Mandarichatti lixaa! Namni okkotee bishaanii baatu tokkos isinitti in dhufa; isa duukaa dhaqaa! Manuma namichi itti galuttis abbaa manaatiin, 'Manni keessummaa kan ani bartoota koo wajjin keessatti #irbaata #Faasiikaa #nyaadhu #eessa? siin jedha #barsiisaan' ittiin jedhaa!Namichi yommus mana mana irraa keessaa kutaa bal'aa, mi'a manaatiin guutee afame tokko, isinitti in argisiisa. #Achitti #nuuf #qopheessaa!" jedhe. Bartoonni sun ka'anii gara mandaraa dhaqan; akkuma inni isaanitti himettis argatanii, achitti #irbaata #Faasiikaa #qopheessan. Yommuu galgalaa'e #Yesus bartoota isaa kudha lamaanii wajjin in dhufe. Maaddiitti taa'anii #nyaachaa #utuu #jiraniis #Yesus, "Dhuguman isiniin jedha, isin keessaa, #inni #anaa #wajjin #nyaachuutti #jiru #tokko, dabarsee na kennuuf jira" jedhe.
#የማርቆስ #ወንጌል   14:12-18 ፋሲካን በሚያርዱበት በቂጣ በዓል መጀመሪያ ቀን ደቀ መዛሙርቱ። #ፋሲካን #ትበላ #ዘንድ ወዴት ሄደን ልናሰናዳ ትወዳለህ? አሉት። ከደቀ መዛሙርቱም ሁለት ላከ እንዲህም አላቸው። ወደ ከተማ ሂዱ፥ ማድጋ ውኃ የተሸከመ ሰውም ይገናኛችኋል፤ ተከተሉት፥ የሚገባበትንም የቤቱን ጌታ። #መምህሩ#ከደቀ #መዛሙርቴ #ጋር #ፋሲካን #የምበላበት የእንግዳ ቤት ወዴት ነው? ይላል በሉት። እርሱም በደርብ ላይ ያለውን የተሰናዳና የተነጠፈ ታላቅ አዳራሽ ያሳያችኋል፤ በዚያም አሰናዱልን። ደቀ መዛሙርቱም ወጡ ወደ ከተማም ሄደው እንዳላቸው አገኙ፥ #ፋሲካንም #አሰናዱ። በመሸም ጊዜ #ከአሥራ #ሁለቱ #ጋር #መጣ። ተቀምጠውም ሲበሉ ኢየሱስ። እውነት እላችኋለሁ፥ ከእናንተ አንዱ፥ እርሱም #ከእኔ #ጋር #የሚበላው አሳልፎ ይሰጠኛል አለ።

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:

1ffaa- Kitaabuma worroonni Yesuus cubbuu keennaaf du'ee, nuuf fannifamee jedhan keessatti, eddoo tokkotti #Yesuus #eega guyyaan #Faasiikaa #dabree #booda #ajjefamee jedhaa , eddoo birootti ammoo #Yesuus #guyyaa #Faasiikaa #dura #ajjefame jechuun isaa , dubbii Rabbiin Qura'anaa isaa suuraa 4:157 keessatti dubbate (worroonni Yesuus ajjefame jedhan, #dubbii #wol #dhabbii fi #shakkii keessatti #dubbataa jiran jedhe) dhugaa ta'uu agarsiisa.

2ffaa- #Wol #dhabbiin (#contradiction), kitaaba Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti, dhimma Yesuus du'e jedhu irratti argamuun, worroonni dubbatan ragaa qabatamaa akka hin qabne fi shakkiin akka haasawaa turan, ragaan asii olitti laalle, ragaa ifa baasaa haasofni Yesuus du'ee jedhu dubbii fudhatama hin qabne ta'uu mirkaneessan hedduu keessaa, tokko ta'uu qabatamaan mirkaneessaa jechuudha.

🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦🥦

#Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1ኛ ወደ ተሰሎንቄ ሰዎች 5:21 ሁሉን ፈትኑ #መልካሙንም #ያዙ👆👆👆dhaamsa jedhu isinii dhaamaa.


Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
♻️♻️♻️♻️By:XR ♻️♻️♻️

https://www.tg-me.com/Xaaliburidallah
2024/03/28 17:07:45
Back to Top
HTML Embed Code: