Telegram Group Search
Du'aaf madoon adabamanii jiru
````````````````````````````````````````
Jarri tun kaabinoota jajjabduu caasaa hanga godinaa tolfattee Shiftaa maqaa faannoo jedhu himatee Ummata balleessaa ture warra yayyabee dha.
Caasan ijaarame kun hattootaf Warra nama ajjeesanii laga galan irraa kan walitti qabamee ijaarame yoo ta'u ummatichaan mataa cabsuu fi akka gufuu qabsootti itti fayyadamaa turan.
Darraa, Hidhabu, Dagam Bulchaa godinaafi warra jaarsoo keessatti ijaaramanii rasaaf meeshaa waraanaa itti gurgurachaa turan.
Hunduu guyyaasaa eeggate wan ta'u ta'eera.
Ilmaan PP Z23 fi Madfii abdattee dhufte kilashumaan jaluma seene akkasitti walitti guuree jira leencichii.
Akkuma isiniin jenne dubbiin Z23 fi Madfii dhukaasu miti kaayyoo fi dhugaa qabaachu dha.

π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž
Dhaloota Gatii ofii wallaale.
````````````````````````````````````
✍️ Dargiin bara dhumasaa Affasaa jedheet nama miila lamaan deemu hunda humnaan guuree waraanatti naquun irbaata rasaasa tolche.

PP'nis Amma sanatti jirti.
Daa'imman ganna 10 olii dirqiin walitti qabdee labooba ibiddaa sanatti guuraa jirti.

✦ kuni, Ummatichi ofumaa wal fixee teesson mootummichaa akka tikfamu qofaaf yaadame. Lola waliinii tolchuun Oromoon wal balleessee lafa dhiirri irra hin jirreef irratti hin guddanne gochuufi.

✦ mootummichi Abbaa irree kun Oromoo morma hudhee fannisuun okokkaan/hanqaaquu inni buusun of tiksaa jiraachuu barbaada.
✦Oromiyaan boru hogganaaf, jabaa diinarraa ishii tiksu dhabdee laaftuu Qaama bishaan ishii qulaamsuf salphaatti harka laattu gochuufi.

✦Dhaloonni waa Oomishu dhibee beelan xannooftee kadhattuu taatee harka abbootii irree eeggachaa akka haftu gochuufi.

✦Hattoonni bifa kanaan wal ijaaranii mootummaa of tolchan Ummaticharraa dantaa tokko hin qaban. Gaafa harmi sabaa gu'ee garaansaanii qooqe keessaa baqatu.
✦Ummatichi garuu deegaaf diina walitti ta'ee hafa.
🫴 Falli har'aa har'a faladhu.

Ijoollee ol Adeemtuu kanaaf sagalee ta'uun bira haa dhaabbannuun dhaamsa kooti.
Yaballoo
Figicha galgala kana Yaballooti kaadiref kaabinen gaggeeffame kan tokkoffaa bahee naf iyyaafadhaa mee 🫣
Fiigdef wan jalaa baatu sitti fakkateera
Yaaballoon iddoo yakkamtooti itti baqattu osoo hin taanee, iddoo qulqullootti nagaan keessa jiraattuudha.
Qulqullaa'uun dirqiidha.
Jibaati fi Baabicha gidduutti 120 ol harkaan qabe hedduu fixe.

Odeessa dabalataaf booda walitti deebina
Salaale
Dharraa Hora Jamaatti 30 Ol Dhuunfateera ishee kan immoo Xaa'oo godheera πŸ’ͺ
Irreef Gaachanaa Kee π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž πŸ‘Š
Injifannoo
Birgeediin Biiftuu Barii fi Cibraan Odaa Adoolaa guyyaan itti roobsaa oole !
Injifannoo
Lixa Wallaggaa Qondaalaa Bobbeetti Reeffa Waraana pp Walirra Tuule Gootichi
Odeessa

PP'n milishadhan leenjii waraanaaf Xollayi, Bir-sholoqo fi Awwash 40 tti seenu qabdu jechun ajaja dabarsite jirti!
Eeruu Ofeeggannoo

Jaallan naannawwaa Naqamtee ona Alam-ganaa (Naannoo University Wallaggaa) jala jiraniin naaf gahi. humni diinaa yeroo ammaa naannicha buufatee jiru kan hawwaasa keessa mullatee taa'aa jiru tooftaadhaf male  humni guddaan bosana seentee sochiitti akka jirtu odeessa qabatamaa nu ga'eedha.
Magaalli Amboo Dhukaasaa Hamtuun Shoororkaa jiirti Uummanni ofeeggannoo cimsaa.
Mootummaan faash--istii Col. Abiyyi Ahmed torbee darberraa qabee aanota Godina Shawaa Lixaa (Tokkee Kuttaayee, Jibaat, Liiban Jaawwii, Daannoo fi kkf) akkasumas Shawaa Kibba Lixaa (Ammayya)tti xiyyaarota waraanaa Raashiyaarraa liqiin bitate kan akka [Sukhoi SU-30, MIG-19], jeettiiwwan garagaraa fi Dirooniiwwaniin ummata nagaa fix-aa jira. Dabalataanis madfii fageenya dheeraarratti dhuka'u kan qiyyaafannoosaa ummata nagaa godhate baayyee dhukaasuun ummata shoror-keessaa fi ajjee-saa jira.

Ummatni of eeggannoo barbaachisu akka godhu ammas irra deebin dhaamsa keenya!
Finfinnee irraa ergamee dhaqeetu samiitti ol ergame.

Tikni mootummaa Magaalaa guddittii Oromiyaa Finfinnee, kutaa magaalaa Boolee irraa ergamee dhufee Godina Wallaggaa Lixaa, Mandiitti gagamii qabame. Sana booda odeessaafi waan dhimma keenyaa xumurreetu samiitti ol ergine. Reeffi ishee guyyaa lamaa fi halkan lama daandiirra bule. Warri ergatte fuutee mandiitti geessiteetti.

Amma maxxansi! Suuraashee kan birriis, kan waraqaa eenyummaas, kan Qurxiis walitti hidhii dhoobiif.

Tika taatanii kan hojjettan irraa baradhaa!
Eeruu Ofeeggannoo
Impayeerri jiraa Oromoo jibbu kun harra moo Naanno Magaalaa Naqamtee bakka Wolanee jedhumutti hawwasa qonnaa isaa qotaatutti Madfii fi meesha gurgaddaa dhukaasa wan jiruf hawwaasi keenya haalan of eeggannoon socho'aa.
2024/05/21 18:01:22
Back to Top
HTML Embed Code: