Jette jettee baranaa
Ani Raajiin dhagahee
Budaa nyaate jedhani
ullaan gommaatti bahe
Har'a bullee bariinaan
Wanta haaraa dhageenya
Mootummaanis rakkate
Biyyis dhabde nageenya
Dubartittiin Buraayyuu
Daa'imman xobbee qalte
Gaangeen obbo Birhaanuu
Baakkootti ilmoo dhalte
Jaartiin Aanaa Nansaboo
Kudha sadii heerumtee
Akka durattii miti
Barana dubbiin cimte
Barattoota keenyatti
Exit Examiin dhufee
Eebbifamuu hin danda'u
Namni qoramee kufe
Waan addaati jedhame
Akka guutuu biyyaattuu
Guyyaa adii argineem
Qeesii mortee awwaaltu
Waraabessi dhukkubnaan
Dhaqee ciisee yaalamee
Manguddoon jaarraa lamaa
Arsii lixaatti argame
Alaabitti ishee kana ๐จ๐ฌ
Funaaneetan guggube
Si'achi arguun fedhu
Har'a irraa jalqabee
Isa dhiiga nu dhaabu
Alaabaa isa lummuxxii
Qeerroowwan midas qanyii
Gadi yaaftee kukkutti
Elaa
Guyyaa hojjechaa ooltee
Dadhabnaan galii ciisi
Waaqa uumaa sodaadhu
Walitti tolchuu dhiisi
Surree jilbarraan cittee
Barii lilmoon hodhatuu
Sichi biyya keenyarratti
Dabtaraan hin hojjetu.
Hammam nu doorsistanis
Gooftaan jira nu faanaa
Yaa lummuxxii alaabaa
Maal fuuta Bataskaanaa???
Ani Raajiin dhagahee
Budaa nyaate jedhani
ullaan gommaatti bahe
Har'a bullee bariinaan
Wanta haaraa dhageenya
Mootummaanis rakkate
Biyyis dhabde nageenya
Dubartittiin Buraayyuu
Daa'imman xobbee qalte
Gaangeen obbo Birhaanuu
Baakkootti ilmoo dhalte
Jaartiin Aanaa Nansaboo
Kudha sadii heerumtee
Akka durattii miti
Barana dubbiin cimte
Barattoota keenyatti
Exit Examiin dhufee
Eebbifamuu hin danda'u
Namni qoramee kufe
Waan addaati jedhame
Akka guutuu biyyaattuu
Guyyaa adii argineem
Qeesii mortee awwaaltu
Waraabessi dhukkubnaan
Dhaqee ciisee yaalamee
Manguddoon jaarraa lamaa
Arsii lixaatti argame
Alaabitti ishee kana ๐จ๐ฌ
Funaaneetan guggube
Si'achi arguun fedhu
Har'a irraa jalqabee
Isa dhiiga nu dhaabu
Alaabaa isa lummuxxii
Qeerroowwan midas qanyii
Gadi yaaftee kukkutti
Elaa
Guyyaa hojjechaa ooltee
Dadhabnaan galii ciisi
Waaqa uumaa sodaadhu
Walitti tolchuu dhiisi
Surree jilbarraan cittee
Barii lilmoon hodhatuu
Sichi biyya keenyarratti
Dabtaraan hin hojjetu.
Hammam nu doorsistanis
Gooftaan jira nu faanaa
Yaa lummuxxii alaabaa
Maal fuuta Bataskaanaa???
#Physics Barachuun Amma ture maal godhu๐ซฃโค๏ธ
Dargaggeesi yeroo sadi yuunivarsiitiirraa ariโamee daandiirra jiraachaa ture, seenaa hojjate.
Daaniโeel Shaambal jedhama. Magaalaa Dirre Dhawaa, Ganda Qoreetti dhalate.
Yeroo barnoota sad.1ffaa barachaa turetti barataa dhibaaโaa, qabxii gadi aanaa galmeessu (poor performance) ture.
Akka carraa taโee yeroo โministiriiโ fudhatan mucaa cimaa tokko bira taaโee qabxii 96 fide.
Abbaan isaa immoo mana barumsichaatti wardiyyaadha. Isatu dursee qabxii mucaa isaa sana arge. Hedduu itti gammade. Maatiin isaas sireerraa buโaniifi ofii lafa bulaa, isa immoo sireerraa bulchuu eegalan. Ulfina uffachiisan. Miseensonni maatii hundi mataarratti baatan.
Mucichis achirraa eegalee ilaalcha barnootaaf qabu jijjiirate. Yeroo kutaa 9ffaa seenu qoโannaa isaatti gadi jedhe. Haaluma kanaan, barattoota waliin baratan keessaa sad. 3ffaa bahuun tarree barattoota ciccimoo hiriire. Qorumsa kutaa 12ffaa immoo qabxii 515 fidee Yuunivarsiitii Finfinnee seene.
Osoo gara Finfinnee hindhufin dura, Daaniโeel maatii irraa fagaatee hinbeeku. Mucaa manaati. Amantii isaattis cimaa ture. Kanarraa kan kaโe, mucaa maatiifi ollaan abdii guddaa irraa qaban ture.
Taโus, Daaniโeel erga Yuunivarsiitii Finfinnee seeneen booda addunyaa biraa keessa gale. Garba araadawwan adda addaa keessa seenee. Barataa taโuu isaa irraanfatee jimaa qamaโuu, sigaaraa aarsuu, akkasumas shiishaa harkisuu hojii idilee isaa godhate.
Kanarraa kan kaโe, waan qabxii gadi aanaa galmeesseef waggaa 2ffaa semisteera 1ffaa irratti yuunivarsiiticharraa ariโame.
Giddumatti immoo biyyi Hindii beeksisa carraa barnoota biyya alaa (scholarship) baaste. Innis beeksisicha argee dorgome. Garuu, afgaaffii osoo hinqoramin waan jala darbeef milkaaโuu hindandeenye.
Gara maatii galees, โBiyyi Hindii carraa barnootaa baastee turte. Anis barnoota koo isa Yuunivarsiitii Finfinnee โwithdrawalโ guutee isa sana immoo dorgomaa ture. Garuu, loogiin na hanbisan. Kanaaf, bara dhufu irra deebiin barachuun dirqama natti taโaโ jedheen.
Yeroo kana maatiin isaa hedduu gaddan. Gaddanis hindhiisne. Waan qaban gurguranii carraa barnootaa biyya Chaaynaatti argate tokko akka baratuuf ala ergan.
Daaniโeel asii fullaโee Chaaynaan bahe. Achittis barnoota cinamatti dhiisee akkuma baratame garba araadota adda addaa daakuu itti fufe.
Gara biraatiin immoo, appilikeeshinii
โWuchatโ jedhamurratti hojii daldalaa eegaluun galii maddisiifachuu eegale. Takka turees โdoormiiโ yuunivarsiitichaa keessaa bahuun kophaa mana kireeffatee jireenya qananii jiraachuu eegale.
Sababa barnootatti xiyyeeffachuu dhabeef ammas yeroo 2ffaaf yuunivarsiitii biyya Chaaynaa irraa ariโame.
Sana booda, guyyaa tokko osoo ashiishii dhugu qabame achuma Chaaynaatti guyyoota kudhan erga hidhameen booda gara biyyaatti galfame (deported).
Ammas yeroo 2ffaaf biyyuma Chaaynaa Magaalaa biratti barachuuf apply godhe. Milkaaโuunis garas imale.
Yeroo kana, araada wanta jedhamu tokkos keessa galuu akka hinqabne waadaa ofiif gale. Taโus, guyyaa jalqaba doormii yuunivarsiitichaa seenee eegalee osomaa dhuguu waggaa tokkoof osoo daree hinseeniin hafe. Ajaaโiba!
Ammas yeroo 3ffaaf yuunivarsiii irraa ariโamuun darsa isaa guurratee fuulan Itoophiyaa ilaale.
Erga biyya gales maatii isaa dhokatee Finfinneetti daandiirra jiraachuu eegale. Takkaa turees, โHiriyyoota kootu asitti na arguu malaโ jedhee jireenya daandiirraa Finfinnee gara Bishooftuutti jijjiirate.
Bishooftuutti dhaqnaanis jireenyi itti ulfaate. Guyyoota lamaaf agabuu oole. Nilaaffate. โYoo duโes Finfinneetti duโuu naaf wayyaโ jechuun ijoollee buufata konkolaataa keessa hojjatan qarshii geejjibaa kadhatee baasiin imala isaa gara Finfinneetti taasise.
Jireenyi isaa guyyaa kanarraa kaโee jijjiirame. Baasii keessatti intala Bishooftuu deddeebitee Finfinneetti hojii miidhaginaa (decoration) hojjattu takka bira taaโe. Osomaa imalaa jiranuu sagalee guyyaa lama nyaatafi dhugaatii malee oolte, sagalee laaftuu takkaan โBiyyi teessan nibareeddi!โ jedheen.

Isheenis itti seeqatte. Biyya isaa gaafatte. Innis biyyaa isaafi waan keessa jirus itti hime. Biyya Chaaynaatti barachaa akka tureefi ariโamuun biyyatti galuu, erga biyya gales daandiirra jiraachaa kan jiru taโuu gurra buuse.
Intalattiin garmalee gaddite. Fuutee manattiin galte. Osoo akkasiin jiranuu jaalala eegalan. Rakkoo heddus waliin siphatan.
Osoo kun kanaan jiruu ijoollee naannoo isaa jiran, barattoota kutaa 8ffaa walitti qabee bilisumaan barnoota Fiiziksii qoโachiisuu eegale. Ijoolleen garmalee jaalatte. Dandeettiin isaa garmalee isaan raaje.
Akka carraa barsiisaan Fiiziksii mana barumsa ijoollee sanaa hojii gadi dhiisee barattoonni barnooticha malee taaโaa turan. Achumaan mucaan jabaan akkasii nijira jedhanii hooggantoota mana barumsichaatti himan.
Manni barumsichaas bilbileefi waame. Garuu, Daaniโeel barnoota Fiiziksii dandaโa malee ogummaa barsiisummaatiin leenjiโee dokmantii hinqabu. Kanaaf, yoo isaan ragaa barnootaa gaafatan dhiyeeffachuu hindandeenye. Gara manaatti deebiโe.
Manni barumsichaa guyyaa borumtaa bilbilaniifii hanga barsiisaan Fiiziksii qacaramuufii barattoota fuuldura dhaabbatee akka tooโatu itti himan. Kanaanis, guyyaatti qarshii shantama akka kafalaniif himaniif.
Baayโee gammade. Tole jedhees hojii eegale. Akka ijoolleen hinjeeqne tooโachuu malee kitaabarraa barsiisuun waan isaaf hin eeyyaminiif gaafa guyyaa jalqabaa โBoqonnaa Oโ jedhee gabatee gurracharratti barreessee maalummaa barnoota Fiiziksiifi xiyyeeffannoo barnootichaa barattootaaf ibse. Guyyaa sana akka ajaaโibaatti barsiise. Barattoonni hundi irraa gammadan.
Ittuma fufee barsiisuu eegale. Hooggantoonni mana barumsichaas odeeffannoo kana nidhagahan. Dandeettii isaatiin hedduu raajaman. Mindaa isaas dabalaniifi kuma sadiif dhibba shanirraa kuma sagal galchaniif. Isa dura kutaa 8ffaa seenu hanga kutaa 12ffaas seenee akka barsiisu taasifame. Haala kanaan mana barnootichaa keessatti barsiisaa adda duree taโe. Ajab!
Takka turee yaadni tokko dhufeef. Mana barnootichaa gadi dhiisuun kophaatti mana barumsa dhuunfaa isaa kan barattoota keessatti qoโachiisu hundeessuu. Achumaan mana barumsaa barattoonni bkeessatti qoโatan kan maqaan isaa Sed of My School jedhamu hundeessuun hojii eegale. Bara 2016 barattoota 45 inni qoโachiise keessaa 42 qabxii guddaa fiduun Yuunivarsiitii Finfinneefi Adaamaa seeneen. Barattoonni 3 immoo qabxii โremedialโ argachuun irra deebiin qoramanii amma Yuunivarsiitii keessatti barachaa jiru.
Nama kanatu gidduu kana viidiyoon isaa kan yeroo inni waaโee #enersia barsiisuu #tiktok irratti gadi dhiifame mulโachuun ijoo miidiyaa hawaasaa taโee, namni gariin barsiisaa Fiiziksii isaa kan duraanii akka abaaru, gariin immoo osoo guyyuma tokkos taatu barsiisaa kanaan baradhee, kanneen hafanis irraa deebiin Fiiziksii nama kanarraa barannuu laata akka jedhan isaan taasise!
Seenaa nama kanaa irraa barnoota kumaatamtu baratama.
Isin maal faโatu irraa baratama jettuu
Kanaan dubbiserraa

๐ข๐๐ก๐ ๐๐ช๐๐๐ง๐ฉ๐๐...
=================
BARA 1140...
Mootiin Jaarmanii tokko Masara Mootummaa tokkoo waraanee humnaan qabate. Innis dhiirota warra moo'amanii too'achuudhaan dubartoota isaanii immoo "Waan baachuu dandeessan baachuudhaan fudhadhaa" masaricha keessaa nagaan bahaa gara barbaaddanitti baqadhaa jedhaan. Dubartoonnis wal mari'atanii waan mootichi kun tasuma hin yaadin fudhatanii as yaa'an...Abbootii Manaa isaanii dugda dugda isaaniitti qabatanii mooticha duratti dhiyaatan๐ค๐. Kiw jechuun ammagaa...๐๐. Mootichis waan inni hin yaadin itti ta'ee mala dubartoota kanaan moo'amuu isaa hubate. Haa ta'u malee mootichi kun "waan baachuu dandeessan fudhaa deemaa" jedhee waadaa galee waan tureef jecha isaa san kabajuudhaan dubartoota san Abbaa Manaa isaanii wajjiin nagaan gadi lakkise jedhama!
Kanaaf Oromoon gaafa si eebbisu humna galaanaa, arnya bofaa, mala dubartii siif haa kennu kan jedhuuf!
Dubartoonni keenya nuuf haa waaran๐ค๐...Wal malee maal qabna๐๐ค!!

๐คฃQoosaa 1
Ana:- Barsiisaa gaafiin qaba
Barsiisaa: Itti fufi.
Ana:- Akkamitti Arba firiijii keessa galchuu dandeenyaa?
Barsiisaa:- Hin beeku ๐
Ana:- baay'ee salphaadha firijii qofa banuun arba tokko keessa kaa'a.
Barsiisaa:- tole ๐
Ana:- Akkasumas akkamitti harree firijii keessa kaa'uu dandeenyaa?
Barsiisaa:- baay'ee salphata firijii bananii harree keessa kaa'u qofa.
Ana:- Lakki dursa harree galchuuf arba keessa baasna, sana booda harree keessa galchina.
Barsiisaa:- OK .
Ana:- Gaaffii biraan qaba๐๐พ
Barsiisaa:- Itti fufi
Ana:- Bineensonni hundi yoo ayyaana dhaloota leencaa irratti hirmaatan, bineensa kamtu hafee maaliif?
Barsiisaa:- Bineensi hundi leenca waan sodaataniif kan hafe hin jiru.
Ana:- Lakki harree, sababn isaa ammallee firiijii keessa wan jirtuuf.
Barsiisaa:- Uuf na maraachuuf moo muca.
Ana:- Gaaffii dhumaa.
Barsiisaa:- Tole itti fufi
Ana:- Akkamitti utuu Naachii sin xuqin bishaan guutee fi riqicha hin jirre qaxxaamurtaa?
Barsiisaa:- salphaa mitii kun bidiruu qofa fayyadama.
Ana:- Lakki bineensonni hundi ayyaana dhaloota leencaa irratti hirmaataa waan jiraniif, daaktnii ce'uu nii dandeesssu.
Barsiisaa:- Uff daree naa lakkisi.
Ana: ๐๐ฟ๐๐ฟ
Galatooma waan dubbistaniif.
#kanan_dubbiserraa

AKKAMITTI OF KABAJJA?
(1) Kan si hin barbaanne barbaaduu dhiisi.
(2) Nama akka keetii Kadhachuu dhiisi.
(3) Waan barbaachisu caalaa dubbachuu dhiisi.
(4) Namoonni yeroo si hin kabajne hatattamaan isaan dura dhaabbadhu.
(5) Nyaata namoota biroo kan kee nyaatan caalaa hin nyaatin.
(6) Akkaataa namoota tokko tokko itti daawwattu hir'isi, keessumaa yoo isaan deebii hin kennine.
(7) Ofii kee irratti invast godhi. Of gammachiisi.
(8) Waa'ee namoota biroo oduu bashannansiisuu dhiisaa.
(9) Dubbachuu kee dura yaadi. Namoonni akkamitti akka siif iddoo guddaa kennan keessaa %80 waan afaan kee keessaa bahudha.
(10) Yeroo hunda waan gaarii fakkaadhu. Akkaataa itti dubbatamuu qabutti uffadhu.
(11) Nama galma gaโiinsa argatu taโi. Kaayyoo kee irratti bobba'i.
(12) Yeroo kee kabaji.
(13) Hariiroo kabajaa fi gatii akka sitti hin dhagahamne keessa hin turiin. Achi irraa fagaadhaa.
(14) Maallaqa ofii keetii baasuu baradhu. Namoonni akkasitti baasii siif baasuu ni baratu.
(15) Yeroo tokko tokko hanqachuu.
(16) Fudhataa caalaa nama kennu taโi.
(17) Bakka hin afeeramne hin deeminaa. Yeroo affeerramtan immoo simannaa keessan caalaa hin turinaa.
(18) Namoota haala isaaniif malutti sirriitti ilaali.
(19) Maallaqa si irraa qaban malee yaaliin bilbilaa lama gahaadha. Yoo gatii siif kennan battalumatti siif bilbila .
(20) Waan hojjettu irratti gaโaa taโi. Waan hunda caalu ta'i.
https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom
# WE ARE THINKER๐ซก๐ซก๐ซก๐ซก๐ซก

Telegram
GOLA YAADAA
Chaanali kana jalatti wantoota hedduu argachuu ni dandeessuu fknf: Gorsa, tooftaa jireenyaa,jechoota xiinsammuu,walaloo, jechoota beektotaa, baacoofi kkf.
Golli yaada handhura yaadati.
Golli yaada madda yaadati .
Golli yaada Horsiisa yaadati .
Golli yaada handhura yaadati.
Golli yaada madda yaadati .
Golli yaada Horsiisa yaadati .
AMBOO GAAFA XIIQII!!
Awwaaro golfaa seenu
Ambo qakkee qufa'a..
Jajjabeen Meexxi dhugu
Qeerransa Amboo macha'a...
Waraabessi Ambo yuusu
Saree Gincitu duta...
AMBOO qotee facaasu
Gindabaratitu muta..
Olonkomii ulfooftu
Da'uuf Amboo mixata
Qeerron Amboo dammaqu
Warri Ejeree hiixata..
Hoolota bobaa xuqxu
Ambootu kolfa Du'a
Gafarsaa Loon mar'attu
Hammessatu Amboo gu'a.
Buraayyu ukkaamsitu
Ambootu kurrifata...
Finfinneen Uu..uu jettu
Dursee Amboo birmata.
Qeerroon waddeesa aggaamee
Ambo irratti waraana....
Midarraa Fardi imimsu
Gaangeen Amboo caraana....
Qeerroon walisoo Ajjeesu
Faachan garmaamsan bachoo...
Yeroo Amboo eebo qaru
shimala soofa hoomicho
Amboon Gudariin ga'ee
Icciniitti waa dhaama...
Duumessi Gooro soole
Kolbaatti Roobe caama...
Baabiche irraa gungumu
Qeerron Amboo dhaga'aa...
Shittoo warri Amboo bifuun
Geedoo ijaajjitti urgaa'a...
Bakkoo tibbee Gaachana
Bakkoo irratti rarraasa...
Kumsaan wallagga kufu
Maammoo qabe oli kaasa...
Amboo irraa kakawisee
Harrojjitti irratti beeka...
Warri Amboo fuula Guuruu
Hara wanciitu beeka...
Yeroo warri Amboo quufu
Kan deeffatu sonqollee...
Amboof cittu caccabnaan
walisoo miilli okkolee
Maammo Gudarii du'uu
Bachoo bo'ee gaggabaa...
Iluuf Jimmaa yoo iyyuu
Amboo fiige qaqqabaa...
Wolisoo yandoo roobu
Lolaan Amboo irra ya'a..
Baale agabuu bulu
Ambootti afaan hadhaa'a
Gujii guraade raasu
Ambo qabaaf gaachana..
Arsii Asallaa Roobu
Wolisootu qabbana...
Amboon shimala soofu
Harargee mancaa tuma
Qeerroon boorana du'u
Shawaatu baasa gumaa...
Walisootu qaqqaba
Farda kaachisee Baale...
Warra Ambootu Ragadaa
Cidha Qeerroo salaalee...
Yeroo Oromiyaan iyyuu
Qeerro Amboo gaggabaa...
Warra Amboo buttaa Qalee
Qabsoon leenca qallaba...!
Kanan dubbiserraa
๐๐https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom๐๐
โ JOIN AND SHAREโ

# TORBAN 7
1 HALLUUN TORBA SABBATA WAAQA UUMUU
2 GUYYAAN TOORBA TORBAN TOKKO UUMAA
3 ARDILEEN TOORBA ADDUUNYAA KANA UUMUU
4 JECHOONII BABBAREEDO TORBA HIRIYAA UUMUU
WE ARE THINKER๐ซก๐ซก๐ซก
Please ๐ share and join
โ๏ธ https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom
WE ARE A DIAMOND ๐
1 HALLUUN TORBA SABBATA WAAQA UUMUU
2 GUYYAAN TOORBA TORBAN TOKKO UUMAA
3 ARDILEEN TOORBA ADDUUNYAA KANA UUMUU
4 JECHOONII BABBAREEDO TORBA HIRIYAA UUMUU
WE ARE THINKER๐ซก๐ซก๐ซก
Please ๐ share and join
โ๏ธ https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom
WE ARE A DIAMOND ๐
Telegram
GOLA YAADAA
Chaanali kana jalatti wantoota hedduu argachuu ni dandeessuu fknf: Gorsa, tooftaa jireenyaa,jechoota xiinsammuu,walaloo, jechoota beektotaa, baacoofi kkf.
Golli yaada handhura yaadati.
Golli yaada madda yaadati .
Golli yaada Horsiisa yaadati .
Golli yaada handhura yaadati.
Golli yaada madda yaadati .
Golli yaada Horsiisa yaadati .
๐๐จ๐ซ๐ฌ๐๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ก๐๐ฆ๐๐ซ๐ซ๐๐ง๐ข๐ข๐
๐Dhiiraa si miidhu osoo hin taanee, Dhiiraa booruuf si fayyaadu!
๐Dhiiraa foonin furdaa osoo hin taanee
, Dhiiraa qalbiin furdaa!
๐Dhiiraa qabeenyan Arjoomee osoo hin taanee, Dhiiraa jaalalaan soorome!
๐Dhiiraa qalbii si hiruu osoo hin taanee, Dhiiraa jaalalaan si giitu!
๐Dhiiraa fuula bareedaa osoo hin taanee, Dhiiraa kaayyoon bareedaa!
๐Dhiiraa qarshiif sitti boo'u osoo hin taanee, Dhiiraa qalbiin sitti boo'u!.
๐Dhiiraa dhoksaatti si jaallatu osoo hin taanee, Dhiiraa iftoominaan si jaallatuu!
๐Dhiiraa suuraa bareeduu osoo hin taane, Dhiiraa deemsa bareeduu!
๐Dhiiraa duubaan sitti kolfu osoo hin taanee, Dhiiraaa fuulduraan si gorsu!
๐Dhiiraa shantama si obsu osoo hin taanee, Dhiiraa kudhan si yaaduu!
๐Dhiiraa hamaakee faarsu osoo hin taane, Dhiira gaariitti si faarsu!
๐Dhiiraa qarshiin si bitu osoo hin taanee, Dhiiraa jaalalaan si bitu!
๐Dhiiraa umuriin si gadii osoo hin taanee,Dhiiraa umuriin sii oli!
๐Dhiiraa daqiiqaa daqiiqaan siif bilbiluu osoo hin taanee, Dhiiraa guyyaatti si'a Afuur (4) QID siif bilbiluu
๐Dhiiraa si salphisuu Osoo hin taanee, Dhiiraa kabajuu
๐Dhiiraa ofiisaa bashaananu osoo hin taanee, Dhiiraa si waliin bashaananu
๐Dhiiraa suusii qabuu Osoo hin taanee, Dhiiraa suusii hin qabnee
๐Dhiiraa Amalaa hin qabnee osoo hin taanee, Dhiiraa Amalaa qabuu
๐Dhiiraa maatiikee hin kabajnee osoo hin taanee, Dhiiraa maatiikee kabajuu
๐Dhiiraa obsa hin qabnee osoo hin taanee, Dhiiraa obsaa qabuu
๐Dhiiraa Mana qumaaraa ooluu Osoo hin taanee, Dhiiraa Mana hojiisaa ooluu
๐Dhiiraa fedhasaa qofaa eeguu osoo hin taanee, Dhiiraa fedhakees siif eeguu
๐Dhiiraa qulqullinaa isaa hin eegganne osoo hin taanee, Dhiiraa qulqullinaa isaa eeggatu
โญNamoota jaalalaan sobaman hundaaf ergaadha jedheen yaadaa!
โญWarri dhiiraa kaayyoo kana qabdaan share godhaa.
โญShamarraan hawwii kanaa qabdaan dubbisaa!
kanan dubbiserraa ๐๐๐

BADII YEROON SIIF DHOKSE IFA BAASUUF HIN ARIIFATIN
Guyyaa tokko haati mana foon bittee galtee manatti osoo abbaa manaa ishee waliin nyaachaa jirtuu,
Abbaa mana :๐ฃ Galaane foon kana essaa bitte jedhee gafate.
Haadha manaa (galaanee)๐ฃ : Mana Tolaatin bite jetteen.
Abbaa manaa ๐ฃ: Tu! tu!..tu..tu... jedhee nyaata sila nyaachaa jiru tufee... ani waan mana Tolaatii dhufe akkamittan nyaadha? Inni diina kooti jedhee itti hime.
Isheenis : rifattee akka qoricha qabu addaan baasuuf foon sana sareedhaaf kennani sana booda sareen nyaatee cal jedhe. Yeroo kana nuus ha nyaannu jedhanii itti dacha'an.
Osoo nyaachaa jiranii hojjattuun manaa figdee dhuftee. Sareen keenya du'e jetteen.
Rifatanii anas kan na ajjeese haadha manaa kooti jedhe.
Miira sodaatiin haasawa itti fufee,
Abbaa manaa : "Erga duuti koo hin oollee waanan sii dhokseetu jira sitti himeen du'a" jedheen.
Haadha manaa : maalinni jetteen.
Abbaa manaa : Guyyaa lama hojjattuu mana kenyaa waliinin bule jedheen.
haadha manaa; erga du'un koo hin oolle anis waanan sii dhoksen qaba jetteeni.
abbaa manaa : maalinni jedhee gaafate.
Haadha manaa : Ijoolleen ani da'e lachuu kan Waardiyyaa keenyaati malee kan kee miti jetteen.
Osuma ta'anii ija keessa wal ilaalanii Waardiyan mana isaanii figee dhufee konkolaatichi qabameera jedheen.
Konkolaataa kan maali? jedhaniin. Kan saree keenya ajjeese jennaan, innis isheenis ijaan lafa laaluu jalqaban.
Kanan dubbiserraa
JUST FETA
๐ https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom๐
Share and join

AMALA NAMOOTA CALLISUU JAALLATANII SHANAAN
1 Ofitti amanamummaa qabu
2 Kabaja Dhala namaaf iddoo olaana qabuu
3 Wanta tokko raawwachuun dursa baay'ee yaadu
4 Iddoo namoonni walitti qabamanii jiraan yeroo deeman xiyyeeffannoon socho'uu
5 Namoota filatanii wajjin haas'uu ykn taphatuu
Kanaafuu dubbisaakoo namoonni callisuu jaallatan namoota baay'ee haas'aan caala xiinsammuudhaan fagoodha ๐ซก๐ซก๐ซก
Please react โค๏ธ๐๐
JOIN AND SHARE
โ๏ธ โhttps://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroomโ
๐ WE ARE A DIAMOND ๐

Haasaa Ogummaa
Abukaattoo tokkotu boolla bishaanii barsiisaatti gurgure.
Abukaattoon sun guyyaa xiqqoo duuba asi deebi'ee barsiisichaan, "obboleesso, ani boollichan sitti gurgure malee bishaanicha sitti hingurgurre. Bishaanicha fayyadamuu barbaadda taanaan maallaqa dabalataa naaf kaffaluu qabda," jedheen.
Barsiisichis seeqaa akkas jedheen: "Eeyyee. Anis gamakee dhufuufan ture. Bishaanicha keessaa waraabdee boolla duwwaa akka naharkaan geessuuf sitti himufan karaa irraa bu'ee dhufuf ture. Immoo, bishaanicha waraabdee boolla duwwaa isaa naharkaan hingeessu taanaan atuu bor irraa eegaltee kiraayii bishaanicha naaf kaffalta," jedheen.
Tibba kana abukaattichi na'ee faajja'e.
Barsiisichaanis, "anoo qoosaadhumaafan dubbadhe malee garaa kiyya irraa mitim barsiisa," jedheen.
Barsiisichis kolfaa, "namootni akka keetii nubiratti baratanii abukaattoo ta'u, beeki" jedheen, jedhama. Maddi, Maaraakii Wag
๐ซก๐ซก Galatoomaa ๐ซก๐ซก
๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช
โ๏ธ WE ARE A DIAMOND ๐
๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช
โ https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroomโ

Namoonni karaa irratti miila keenya irraa hanga mataa keenyaatti scan nu godhaa ooltan, yoom print nu gootu?? ๐๐
Shareโก๏ธ@Gola yaadaa
Shareโก๏ธ@Gola yaadaa
โhttps://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroomโ
๐๐WE ARE FABRIC OF THINK๐๐

AKKI ITTI JIRAATAN JIRAA?
.
Kashalabbee fakkaattu-jennaan
mataa gadi qabanne
Nama guddaa of-gootu-jennaan
daa'ima waliin taphanne
.
Duuriyyee fakkaattu-jennaan
huccuu durii uffannee
Wacuu jaallattu-jennaan
gadi-qabnee dubbannee
.
Of-tuuluu barbaaddu-jennaan
gaddeebituu fakkaannee
Dureessa of-seetu-jennaan
karaa gubbaa jiraannee
hambaa namaafaa nyaanne!
.
Anamoo jettu-jennaan
dubbii dubbachuu dhiifne
Gad-dhiisii fakkaattu-jennaan
ol-gallee gola ciifne!
.
Sodaataa fakkaattu jennaan
agarsiifne hamma geenyu
Hojii hin jaallattan-jennaan
hojjenne hamma dandeenyu!
.
Gatii hin qabdan-jennaan
gatii keenya guddifnee
Hirree keenya ol-kaafnee
humna keenya mul'ifnee
.
Waa dura buutu-jennaan
duddubaarra tirannee
Karaa hin beektan-jennaan
karaa haaraa cirannee!
.
Nyaara guurtu-jennaan
hunda waliin taphannee
Tapha qofa beektu-jennaan
dhiifnee afaan qabannee!
.
Jecha malee jiraachuuf
yaada namaa hubannee
Kanaaf sana ta'uuf jecha
suunsuma taanee gubannee!
.
Akkanaan akka namaa
walii wal'aalleem firaa
Namaaf nama malees
akki itti jiraatan jiraa?
https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom
๐
.
Kashalabbee fakkaattu-jennaan
mataa gadi qabanne
Nama guddaa of-gootu-jennaan
daa'ima waliin taphanne
.
Duuriyyee fakkaattu-jennaan
huccuu durii uffannee
Wacuu jaallattu-jennaan
gadi-qabnee dubbannee
.
Of-tuuluu barbaaddu-jennaan
gaddeebituu fakkaannee
Dureessa of-seetu-jennaan
karaa gubbaa jiraannee
hambaa namaafaa nyaanne!
.
Anamoo jettu-jennaan
dubbii dubbachuu dhiifne
Gad-dhiisii fakkaattu-jennaan
ol-gallee gola ciifne!
.
Sodaataa fakkaattu jennaan
agarsiifne hamma geenyu
Hojii hin jaallattan-jennaan
hojjenne hamma dandeenyu!
.
Gatii hin qabdan-jennaan
gatii keenya guddifnee
Hirree keenya ol-kaafnee
humna keenya mul'ifnee
.
Waa dura buutu-jennaan
duddubaarra tirannee
Karaa hin beektan-jennaan
karaa haaraa cirannee!
.
Nyaara guurtu-jennaan
hunda waliin taphannee
Tapha qofa beektu-jennaan
dhiifnee afaan qabannee!
.
Jecha malee jiraachuuf
yaada namaa hubannee
Kanaaf sana ta'uuf jecha
suunsuma taanee gubannee!
.
Akkanaan akka namaa
walii wal'aalleem firaa
Namaaf nama malees
akki itti jiraatan jiraa?
https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom
๐
Telegram
GOLA YAADAA
Chaanali kana jalatti wantoota hedduu argachuu ni dandeessuu fknf: Gorsa, tooftaa jireenyaa,jechoota xiinsammuu,walaloo, jechoota beektotaa, baacoofi kkf.
Golli yaada handhura yaadati.
Golli yaada madda yaadati .
Golli yaada Horsiisa yaadati .
Golli yaada handhura yaadati.
Golli yaada madda yaadati .
Golli yaada Horsiisa yaadati .
SEENAA AJAA'IBAA KANA DUBBISAA
Gaaf tokko namicha tokko jalaa fardii ๐dhukkubsannaan innis gara mana yalaa beelladotaa demmee akka farda isaa yaaluuf doktoori mana isaatti fudhatee galee ๐ถ๐ถ Doctorichis fardaa yeroo qoratee ilaaluu fardiichi dhukkubaa dadarboo fardeen๐ด๐ด๐ด birati darbuu waan qabuuf
Kophaati hidhamee haa turu yoo itti furu (foyya'uu) didee immoo guyyaa murasaa booddee ilaale dhukkubichi fardeen birati akka hin darbineef haa ajjeefamu๐๐ดjedheni doctor abbaa fardiichati yeroo himuu re'een ๐ dhageese dhaqxee fardaan jabadhuu ka'ii warrii kun si ajjeesudhaaf siti mari'achaa jiruu jete itti himtee
Achumaan guyyaa murasa booddee doctorichis yeroo deebbi'e fardiicha ilaalu fardii dhukkubsatetuma achumaa cisaa turee
doctoriichis namichan isaa dhumaa torbaan kana keessaa ilaale yoo itti foyyaadhu didee dhufeen qorichaa(marzii) waraanee ajjeesaa jedheni namichati himee deemme๐ถ
๐Re'eenis๐ dubbii kanaa hundumaa dhageese fardaaf margaa futee dhaqxee jabaadhuu
ka'i torbee kana yoo fayyuu didee si ajjeessudhaaf sii irraati mari'achaa jiruu jete, fardicha jajabeesittee
๐Fardiis #kununsa re'een gooteef irraa kan ka'ee fayyee gamaadee asiif achii utuu ๐figaa jiruu re'een dhaqxee warraa manaatin bagaa gamaaddan farddii isiin in du'a jetani egaa turtaan kunoo fayyee burraqaa jiraa jette itti himtee
๐โAchumaan namichii abbaan fardaas gammadee tiksee isaa wammee fardii koo waan naaf fayyeef mana kootii har'a Affeeraa gochun qabaa dhaqii re'ee ๐sana fiddi haa qaalamtu ๐jedheni re'iitin qalamte๐ญ jedhaama
โ๏ธMaal jechuun barbaadee seetanii......โ๏ธ
๐Yeroo tokko tokkoo akkanumattii naamooni#gaaruumaa fi #garraamuumaa qaban
๐Namoota biroo rakkinaa olchuuf jechaa ofii isaanitti immoo yeroo itti #miidhaman ni jira
Garuu moo
๐๐Dhugaadhaaf
๐๐Qajeeluumadhaf
๐๐Jedhani lubbuu ofii yoo wareegan iyyuu waaqayyoo biraati gatii guddaa qabaa
โ๏ธ Kanaaf yeroo hundumaa dhugaafi jiraadha du'aan dhamsaa kootii ๐ค
๐โ https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroomโ๐
๐ ๐ WE ARE A DIAMOND ๐ ๐๐
ยฎ๏ธ SHARE AND JOINยฎ๏ธ

Ani jibbameera.
Jibbamuu caalaa wanti baaredaan hin jiru siin jedhuu.
Mi'aa'uus ta'ee, jireenya kee mi'eessuuf wanti akka jibbamuu nama guutuu si taasisu hin jiru. Namni yeroo si
jibban, of dandeessee akka dhaabbattu si gargaaraa jiru bar. isaanin ala ati jireenya kee akka bareechuu dandeessu si shaakalchiisaa jiru. Bar sirriittuu jarri kun oolmaa sirraa qabu. Waa tokkoo sitti himuu๐งโโ Aannan Raasamee ykn
rukutamee rukutamee sana booda kan dhadhaa ta'u.

Ani Bareedaas mitii
Ani sirriis mitii
Ani beekaas miti
Kun hundumtisaa sirrii ta'uu danda'a garuu
ANI KOPPII (FAKE) MITI ๐ค๐ค๐ค
The back love go and read ๐
โ๏ธ
๐ SHARE AND JOIN ๐
NUTI MAATIIN GOLA YAADAA DIYAAMANDOOTA ๐

Eeyyee barsiisadha
kan hundaanuu firaa
Kan dhaloota qubee
Nuuf qabsiise karaa.
Amaanaa biyyattii
kan baatu Adaraa.
Waaroo wallaalummaa
Kan baasu namarraa.
Inni barsiisadha
goonni sammuu qaraa.
Ogummaa hundaafuu
Furtuu bara baraa.
Barsisan abbaadha
Abbaa nama maraa.
Addunyaatti makuuf
lafaa namaf haraa๐๐๐๐
- ---------------------------
๐๐https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom๐๐
๐ SHARE AND JOIN๐

HUNDUMAAFUU YEROON HIN DHUFA
Isa maallaqan hiyyeessa hunkuruuf
Isa Aangoodhan wal nama caalsisuuf
Isa firaaf beenyaan beeka ari'atuuf
HUNDAAFU YEROON HIN DHUFA
YEROON ABBAA MURTIITI
๐DHUGAANIMMOO HA FARADU
๐๐ https://www.tg-me.com/GOLA YAADAA/com.thinksroom๐๐
โ SHARE AND JOIN โ
๐WE ARE A DIAMOND ๐