Telegram Group Search
Ramadan Nights 2

Har
'a galgala sa'aa 04:00 irraa eegalee obboleessa keenya Imraan Xaahir waliin mata duree 'Ramadaanaa fi injifannoowwan muslimoota Itoophiyaa' jedhu irratti turtii ni taasifna. Beellama keessan akka nu waliin taasiftan isin affeerra.


Ramadaanaa fi injifannoowwan muslimoota Itoophiyaa

Ramadaanni baatii kabajamaa qofa osoo hin taane baatii barakaa fi furtuu injifannoowwan hedduuti. Namni hariiroo ramadaanaa fi mislimoota biyya keenyaa qorate jabinaa fi hamilee dagaaginaa fi walooma sadarkaa guddaa gahe baatii kana keessatti akka kuufatan hubata.

#ramadan_nights_2
#kaayyoo_koof
Forwarded from Kaayyoo Koof
Ramadaanaa fi injifannoowwan muslimoota Itoophiyaa (Imraan Xaahir)
Sunday, March 24 · 10:00 – 11:00pm

Google Meet joining info
Video call link: https://meet.google.com/mxb-buhv-ymg
Ramadan Nights 2
Ramadan 16

Har'a galgala sa'aa 04:00 irraa eegalee obboleessi keenya Sa'aad Ahmaddin seenaawwan ummata falasxiin dabarsanii fi dabarsaa jiran irraa haga danda'ame nuuf qooda. Isinis beellamni keessan nu waliin haa ta'uu isin jenna.

Seenaa Falasxiin
Muslimoonni addunyaa irra jiran hundinuu tokko yeroo jennu maqaa qofaan osoo hin taane itti gaafatamummaan isaan amantii kanaaf qaban walqixadha. namni seenaa falasxiin qorate hojii manaa guddaa akka nurtti kennan hubata.

#ramadan_nights_2
#kaayyoo_koof
4:00 ሰዓት ላይ
የረመዳን ምሽቶች

ዛሬ ከምሽቱ 04፡00 ጀምሮ ወንድም ሃሩን አሕመድ በነጅዋ አሕመድ አወያይነት ስለ በድር ጦርነት እና ተያያዥ ትምህርቶች ላይ ሃሳቡን ያካፍለናል ።
======

“የ መለያይቱ ቀን “

በድር በሰዉ ልጅ ታሪክ ውስጥ ተከስቶ የማያውቁ ነገራቶች የተከሰበት የመጀመርያው የሙስሊሞች ዘመቻ ነው።

በምድር ላይ ህይወትህ ደካማው ወገን ስትሆን ፣ ለ አስከፊ በደል ስትጋለጥ እና የተገደበ የመከላከል ሀይል ኖሮህ …ነገር ግን ከዚህ በታች ያሉት 3 መሰረታዊ ነገሮች
1፡ካንተ ሚጠበቁ አስባቦችን ሁሉ ታደርሳለህ
2: የ መጨቆን እና የመበደል ሳይሆን ሰላም የማስፈን ግብ ካለህ
3: መልካም ስነ ምግባር እና እሴት
እነዚህ 3 ነገራቶች ከተሟሉብህ …. የዛኔ ከምድር እና ከሰው ልጅ ሀይል በላይ የሰማይ ሀይል ጣልቃ ይገባል።

በድር የዚህ እውነታ ማሳያ ነፀብራቅ ነው።

#ramadan_nights_2
#kaayyoo_koof
የረመዳን ምሽቶች 2

أَيَّامًا مَّعْدُودَاتٍ
የተቆጠሩን ቀኖች (ጹሙ)፡፡ (አል በቀራ :184)

ረመዳን 1 2 እያለ የመጨረሻዎቹ ቀናቶች ላይ ይገኛል ። ብልህ ሰው ማለት ፥ ያለፉ ቀናቶችን የተጠቀመ እና ለነገም ዝግጁ የሆነ ነው ። ስንት ጉዳዮቹን ለአላህ ተናዞ ፣ ለስንት ወንጀሎቹ አላህን ይቅርታ ጠይቆ አላህ ዘንድ በመልካም ተግባር ስማቸው ከሚጠቀሱት ተርታ ለመመደም አላህ የሰጠውን እድል የተጠቀመ ነው ። የተዘናጋ ፣ ያልተመቻቸለት ፣ አላህ ያላገራለት ደግሞ አሁንም እድሉ አለው ። ምክንያቱም ውድ ለሊቶች ከአሁን በኋላ የሚመጡት ለሊቶች ናቸውና ።

ሌይለቱል ቀድር እና ትሩፋቶቹ በሚል ርዕስ ወንድም ነስረዲን ሙላቱ ለቀሩት 10 የረመዳን ቀናት ስንቅ ሊሆኑን የሚችሉ ሀሳቦችን ሊያጋራን ለነገ ምሽት ማለትም ረመዳን 20 ዕለተ ቅዳሜ ከለሊቱ 04፡00 ላይ ቀነ ቀጠሮውን ይዟል ። እናንተም፥ ቀጠሮአችሁን ከኛ ጋር ታደርጉ ዘንድ ተጋብዛችኋል ።

ለኛም ለዚህ ወር ያዘጋጀነውን የረመዳን ለሊቶች 2 የመዝጊያ ፕሮግራማችን ይሆነናል !!

#ramadan_nights_2
#kaayyoo_koof
Baga ayyaana iida alfixrii bara 1445n isin gahe !
Rabbiin dalagaalee gaariiwwan keenya nurraa haa qeebalu

እንኳን ለ1445ኛዉ ዓመት የዒደል ፊጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ !
አላህ መልካም ስራዎቻችንን ይቀበል !!!

#kaayyoo_koof
የኮሎምቢያ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች

ዩኒቨርሲቲያቸው ከእስራኤል ጋር ግንኙነት ካላቸው ኩባንያዎች ጋር ያለውን ግንኙነት እንዲያቋርጥ በመጠየቅ በግቢው በመንገዶች ላይ ቆይታ በማድረግ ተቃውሟቸውን ሲገልፁ ውለዋል። ከዚህም ጋር ተያይዞ ለፍልስጤም ድጋፍ የተቃውሞ ማዕበል በዩናይትድ ስቴትስ በሚገኙ በደርዘን የሚቆጠሩ ዩኒቨርሲቲዎች ውስጥ ዘልቋል።

በሰላማዊ ሰልፉ ምክንያት በተለያዩ ትምህርት ተቋማት እና ዩኒቨርሲቲዎች ትምህርቶች የተሰረዙ ሲሆን የፖሊስ ሃይሎች በመቶዎች የሚቆጠሩ ተማሪዎችን በቁጥጥር ስር አውለዋል።

ተቃወሞውን ከተቀላቀሉ ዩኒቨርስቲዎች መሀከል እንዚህ ይገኙበታል

🎓Columbia University
🎓The University of Texas, Austin
🎓George Washington University
🎓University of Southern California
🎓Harvard University
🎓Emerson College
🎓California State Polytechnic University, Humboldt
🎓New York University
🎓Emory University
🎓Northwestern University
🎓Yale University

#kaayyoo_koof
#freepalestine
#students
#genocide
ሌላኛው ምዕራፍ
ልዩ የአባላት ፕሮግራም

3ኛ ዙሩን የአባላት ፕሮግራም ሌላኛዉ ምዕራፍ በሚል ርዕስ በተለያዩ አዝናኝ እና አስተማሪ ፕሮግራሞች ከቤተሰቦቹ ጋር ልዩ ቆይታን ሊያሳለፍ ዝግጅቱን አጠናቅቆ ቀኑን በመጠባበቅ ላይ ይገኛል ። እርስዎም ይህንን ፕሮግራም ትታደሙ ዘንድ በአክብሮት ተጋብዘዋል ።

ቀን ፡ ዕለተ እሁድ ሚያዢያ 27
ቦታ፡ ቤኬራ ህንጻ በአዲሱ የስልጠናው ማዕከል
ሰዓት፡ ከቀኑ 10፡00 ሰዓት

ያለን ቦታ ውስን ስለሆነ የጥሪ ሰዓታችንን በማክበር በጊዜ ይገኙልን !!!!
Forwarded from #Read To Change
የንባብ ምክረ-ሀሳብ 1

ከመፅሐፍት ጋር ተወዳጅቶ የንባብ ባህልን ማዳበር በንባብ ሂደት ከሚያጋጥሙን ተግዳሮቶች ውስጥ ዋነኛው ነው።

እነዚህን አራት መፍትሄዎችን በመተግበር የንባብ ልማዳችንን ከፍ ማድረግ እንችላለን።

1.ምንም ያህል ጥቂት ቢሆን በየቀኑ የተወሰነ ገፅ ለማንበብ መሞከር
2.በልዩነት የሚወዱትን የመፅሐፍት ዓይነት በንባብ ሂደት ውስጥ መለየት
3.በተቻለ አቅም መፅሐፎች ላይ invest ማድረግን መለማመድ
4.ራስን ለማበረታታት እና ለውይይት ያግዘን ዘንድ የንባብ ክበቦችን መቀላቀል

#read_to_change
#kaayyoo_koof
Forwarded from #Read To Change
Yaad-gorsa dubbisuu 1

Qormaata kitaaba dubbisuu keessatti nu mudatan keessaa Kitaabota waliin michummaa uumuun aadaa kitaaba guyya guyyaan dubbisuu horachuun isa ijoodha. Kanaafis, qabxiilee afran kanaa gaditti caqafaman fayyadamuun aadaa kitaaba dubbisuu fooyyeessuu ni dandeenya.

1. Hanga fedhe haa xiqqaatus guyyaatti fuula murtaa'e dubbisuu.
2. Gosa kitaaba nuuf mijatuu fi nutti tolu adeemsa dubbisuu keessatti adda baafachuu.
3. Hanga danda'ameen baasii baasuun kitaabota bitu.
4. walgahiilee fi gareewwan dubbisaa irratti hirmaachuun of jajjabeessuu fi yaada wal jijjiiruu yaalu.

#read_to_change
#kaayyoo_koof
Forwarded from #Read To Change
#read_to_change
8th Round Reading Challenge

Marsaa 8ffaa isaa Kitaaba Aalima guddaa gara afaan oromootti hiikame isiniif qabatee dhiyaatee jira.

mata dureen kitaabicha:
Tawhiida Qabiyyee fi Gahee Isaa
Barreessaan kitaabichaa:
Imaam Yuusuuf Al-Qaradaawii (ra)
Gara Afaan Oromootti kan nuuf hiike:
Salah Ad-diin Amaan

Guyyoota dubbisaa:
May 10-26 (Caamsaa 02- 18)

Chaaleenjii kana irratti hirmaachuuf odeeffannoo keessan guutuu nuuf ergaa.
@readtochange_admins

Dubbisaa dorgomaa kitaaba badhaafamaa

https://www.tg-me.com/read_to_change

#8th_round
#kaayyoo_koof
#read_to_change
Forwarded from #Read To Change
سُبْحَـٰنَ ٱلَّذِى خَلَقَ ٱلْأَزْوَٰجَ كُلَّهَا مِمَّا تُنۢبِتُ ٱلْأَرْضُ
وَمِنْ أَنفُسِهِمْ وَمِمَّا لَا يَعْلَمُونَ

Qulqullinni Allaahaaf haa ta’u gooftaa wantoota dacheen biqilchitu irraa, nafsee ilmaan namaa irraallee, wantoota biro kanneen isaan hin beeknee irraa illee wanta hunda cimdii godhe.”

Suuraa Yaasin 36

#read_to_change
#kaayyoo_koof
Forwarded from #Read To Change
Gabbaramaa Jechuun....?

"Gabbaramaa jechuun qalbiiwwan kan jaalatan, kan yaadan, kan bitamanii fi kan gad of xiqqeessaniif, kan sodaatanii fi abdii kan godhan, yeroo rakkoon isaan quunnamu kan gara isaa deebi’an, yaadni tokko yoo isaan qabu kan waaman, waanta gaariif kan itti hirkatan, gara isaa kan deebi’anii fi kan tasgabbii itti argatan, qaama isa jaalachuun nagahaa itti argatan jechuudha. Qaamni kun ammo Allaah malee kan biro eenyu illee ta’uu hin danda’u."
Sheykhul Islaam Ibnu Taymiyyaah

Yaadota Tawhiida, gabbaramaa, Ilaahaa fi Allaaha jedhaman irratti hiikaa fi yaada isaan of keessatti hammatanii jiran irratti ibsa bal'aa kenna kitaabni kun. Maqaan kitaabichaas 'Tawhiida qabiyyee fi gahee isaa' jedhudha. Kitaaba kana marsaa 8ffaaf akka dubbifamu isiniif dhiyeessinee jirra. PDF kitaabichaa Telegram group keenyarraa argattu.
https://www.tg-me.com/read_to_change
#read_to_change
#kaayyoo_koof
2024/06/14 03:52:57
Back to Top
HTML Embed Code: