Forwarded from ETHIO ONLINE (Ahmed AB)
👍 0954080184

Gaaffii Tajaajila Paaspoostii Oonlaayiniin wal qabatee kamuu dhiyeeffachuu yoo feetan, lakkoofsa bilbilaa kana irratti yeroo feetan bilbiluu dandeessu.
🤳🤳🤳🤳🤳🤳🤳🤳🤳🤳

👍 0954080184
ከኦንላይን ፓስፖአርት አገልግሎት ጋር የተያያዙ ጥያቄወችን ለማቅረብ ከፈለጋችሁ፣ ከዝህ በላይ የተጠቀሰውን ስልክ ቁጥር በመጠቀም በፈለጋቹ ግዜ ለመደወል ነፃነት ይሰማችሁ።

👇👇👇👇 Join👇👇👇👇 https://www.tg-me.com/ethiopianpassport
Harka fuune kabajamtoota keenya Harki keessan fayyaa ha ta,u TikTok obboleesa keessanii kana Follow Godhaa
Suleyiman Awal
👇
tiktok.com/@suleyimanawal
Forwarded from My Life 🤍❤️🖤
Jirra Jirtu maatiiwan group keenya me yeroo tokko Hiryoota keessan Add Member Godhaa Sana booda waan feetan na gaafadhaa isiniifan Godha worri Join hin godhin Join Godha 🙏 Galatoomaa
👇
https://www.tg-me.com/+jnayOtj1W0w1M2I8

Hiryoota keessan #AddMember Godhaa #kaardii mobile badhaaafamaa carraa gaarii group kana haajaa guddaafin barbaadeti itti na jabaadhaa.
https://www.tg-me.com/+jnayOtj1W0w1M2I8
Oduu: #Ameerikaan qaamoleen hojjettoota Baankii Misooma Afrikaa irratti haleellaa raawwatan akka gaafataman gaafatte

Haleellaa tibbana magaalaa #Finfinnee keessatti hoji gaggeessaa Baankii Misooma Afrikaa (#AfDB) damee Itoophiyaa Dr Abdul Kamaaraa dabalatee hojjettoota baankichaa lama irratti raawwatame ilaachisee qaamolee haleellaa kana raawwatan irratti itti gaafatamummaan akka mirkanaa’u mootummaan Ameerikaa gaafate.

Mootummaan Ameerikaa ibsa gabaabaa karaa imbaasii biyyattii Finfinneetti argamuun baaseen, Ameerikaan "dhiittaa fi hidhaa hojjettoota baankichaa irratti gahe akka ishee yaaddeessuufi qaamoleen yakka waliigaltee idil addunyaa kana cabsan itti gaafatamuu akka qaban" ibseera.

Baankichi ibsa Sadaasa 16, 2023 baaseen hojjettootni isaa lama Onkoloolessa 31 "humnoota nageenyaa Itoophiyaatin seeraan ala hidhamuu fi dhiittaa qaamaa irra gahuu" ibsuun isaa ni yaadatama.
https://www.tg-me.com/SULEAWALJOLOBIS Telegram Group/com.SuleAwalJolobis
Toora fecebok keenyaa follow godhaa 👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
Torban muraasa gidduutti aangawoota olaanoo lama kan dhabe Ministeera Nagaaf hooggantoonni haaraa lama muudamaniif.
Aangawoonni lamaan muudamni kennameef Dr Kayraddiin Tazarraafi Obbo Charugeetaa Gannanaa akka jedhaman BBC’n kanneen muudamanirraa mirkanesseera.
Obbo Taayyeen nagaa buusuu hindandeenye jechuun mootummaa keessa jiran ifatti erga qeeqaa turan booda ALI Mudde bulti 1, 2016 Obbo aangoorraa kaafaman. Odeeffannoo guutuu argadhaa 👇
https://www.tg-me.com/BBC_Afaan_Oromoo/17079
Oduu: Komishinichi Gamtaa Afrikaa waliin waliigaltee deeggarsaa dolaara miiliyoona 1 mallatteesse

Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa hojii hidhattoota duraanii deebisee dhaabuuf taasisu deeggaruuf #Gamtaa_Afrikaa waliin waliigaltee dolaara miiliyoona 1 mallatteesseera.

Waliigalticha Komishinara Olaanaa Komishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Togaa fi Komishinara Dhimmootaa Nageenyaa fi Siyaasaa Gamtaa Afrikaa Ambaasaaddar Baankolee Adooyyee mallatteessaniiru.

Waliigalteen deeggarsichaas adeemsa waliigaltee nageenyaa mootummaa #Itoophiyaa fi #ABUT gidduu Piriitooriyaatti mallatteeffame hojiirra oolchuuf kan tumsu ta’uu ibsameera.

Kanaan dura, komishinichi hojii hidhattoota duraanii deebisanii dhaabuu kanaaf dolaara miiliyoona 850 akka isa barbaachisu ibsuun isaa ni yaadatama. AS.
👇
https://www.tg-me.com/SULEAWALJOLOBIS Telegram Group/com.SuleAwalJolobis
Forwarded from Suleyiman Awal 
As Wr Wb Oduu gammachiisa obboleeywan Islaamaa hundaaf Barnoota qur,aanaaf hadiisaa bilisaan online irratti barsiisuu eegalaniiru ustaazota jajaboodhaan qar,amaa Jira isinis carraa kanatti fayyadamtanii bakka jirtanu teessanii online irratti imo dhan barachuu dandeessu
Lakkoofsa armaan gadii kanaan dawwaluufi dandeesu Yeroo itti hin kennaa bakka barbaadan teessanii barachuu ni,maa nutti oole kana irraahis rabbiin bor nu gaafachuuf taa,a haala mijitaa kanatti yoo fayyadamuu dhiifne. Anis jezaa isiniin gahuu argachuufin barreese post godhe isinis shere Godhaa wol dhageesisa

Kun telegram ustaazaati
@IsaaqKadiir
Kun lakkoofsa imo ti
+251923320431

We're talking about ✏️GALME HARAWA📚HURUUFAFI QURANAA GALMEE JAMMARRE📙KOTTA GALMAHAA. Click the link to join us!
👇🕋
https://imo.onelink.me/RAdY?af_dp=imo%3A%2F%2Fuser.voiceroom.join%2Fmy.0avp1s44b8dzigdp%3Fentry_type%3Dshare&af_web_dp=https%3A%2F%2Fimo.im
Yuunivarsiitiwwan Naannoo #Amaaraa Amajjii 01 irraa eegalee barnoota eegalu

Sababa rakkoo nageenyaan adeemsa baruufi barsiisu bara 2016 kan hin eegalle yuunivarsiitiwwan naannoo Amaaraa keessatti argaman ALI Amajjii 01 bara 2016 irraa eegalee barnoota kan eegalan ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Sababa rakkoo nageenyaa naannichatti mudateen barattoota isaanii waamu fi barnoota eegaluu hin dandeenye kan jedhe ministeerichi, haalli yeroo naannichaa fooyyee agarsiisaa waan jiruuf murteen kun darbuu eereera.

https://www.tg-me.com/SULEAWALJOLOBIS Telegram Group/com.SuleAwalJolobis
Odeeffannoo dabalataa argadhaa link armaan gadii kana tuqaatii
👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593
#Itoophiyaan yoo karra galaanaa argatte faayidaa nageenyaa fi diinagdee naannawa kanaaf fida- Jawaar Mohammad
T.me/SULEAWALJOLOBIS Telegram Group/com.SuleAwalJolobis
Xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad toora X irratti yaada barreesseen, Itoophiyaan haala nageenyaa fi diinagdee ilaalcha keessa galchuun ulaa galaanaa argachuuf gaaffiin cichitee gaafachaa turte fedhii lammiilee biyyattii hedduu keessa jira jedhe.

Tuullaan qabeenya humna namaa fi leecalloo uumamaa Itoophiyaan harkaa qabdu carraa karra galaanaa kanaan yoo dabaalame, bu'aan gama nageenyaa fi dinagdeen argamu naannawa kanaaf faayidaa guddaa qabakanaan jedhe.

Mootummaan Itoophiyaa carraa ulaa galaanaa kanaaf wayita #Somaalilaand waliin waliigaltee wal-hubannoorra ga'u, bakkasaa Somaalilaand misoomaawwan bu'uuraa Itoophiyaan qabdurraa fayyadamtuu akka taatu eerame.

Dabalata dubbisuuf as tuqaa https://www.tg-me.com/AddisstandardAO/2947
Forwarded from Telebirr - Afaan Oromoo
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸

Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera.

🔹 Baga gammaddan 🔸

Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu.

Liinkii affeerraa Suleyiman. 🔽
https://www.tg-me.com/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r0806459688

Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Suleyimantin galmaa'aa.

Telebirr - Afaan Oromoo
Forwarded from Telebirr - Afaan Oromoo
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸

Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera.

🔹 Baga gammaddan 🔸

Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu.

Liinkii affeerraa Suleyiman. 🔽
https://www.tg-me.com/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r0806459688

Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Suleyimantin galmaa'aa.

Telebirr - Afaan Oromoo
Taatoo beekamaan Ameerikaa Wiil Ismiiz barataa yuniversitii fedhu seenuuf km 4000 imale badhaase
January 5, 2024
Dargaggeessi yunivarsiitii abjuu isaa ta'e seenuuf biskiliitiidhaan kiiloo meetira 4,000 imale taatoo beekamaa Hooliwuud Wiil Ismiiz irraa badhaasa argate.
BBCn baatii Fulbaanaa darbe akka gabaasetti dargaggeessi lammii Giinii Maamaaduu Saafayu Baari jedhamu yunivarsiitii Masrii seenuuf biskiliitiidhaan kiiloo meetira 4,000 imale.
Dargaggeessi kun ji'a afuriif Afrikaa Dhihaa keessa imalee ture. Yuniversitii Al-Azhar Masrii magaalaa Kaayiroo keessatti argamutti barnootasaa bilisaan barachuuf carraa argate.
Harka fuune kabajamtoota keenya Harki keessan fayyaa ha ta,u TikTok obboleesa keessanii kana Follow Godhaa
Isinin Jaalladha qaaliiwan ko
#PleaseFollowMe Oro ko
Suleyiman Awal
👇
tiktok.com/@suleyimanawal
TB Joshuwaa: Gaggeessaan waldaa guddaa addunyaa amantoota gudeedaafi hiraarsaa turuu BBCn saaxile
January 8, 2024
Lallabaan wangeelaa beekamaa Naajeeriyaa TB Joshuwaa yakkawwan gudeeddiifi namoota gidirsuu keessatti bara dheeraa hirmaachaa turuu BBCn saaxile.
Barsiisa amantaatiin Naajeeriyaarra darbee addunyaarratti baayyee beekamaa kan ta’e TB Joshuwaa, waggoota dheeraatiif dhoksaan yakkawwan gudeeddiifi saal-qunnamtii waliin walqabatan hedduu raawwachaa turuu qorannoon BBCn ardiiwwan sadii waliin gahe saaxileera.
Miseensonni duraanii Waldaa Kiristaanaa kudhanii ol ta’an, isaan keessaa shanan isaanii Biriitish kan ta’an, TB Joshuwaa akka isaan gudeedeefi ulfa ofirraa baasan dirqisiifamuu himatan.
Himannaan yakka gudeeddiifi gidisruu mooraa waldichaa Leegos keessaa dhaga’amu kun waggoota 20f kan turedha.
Sinaagoog Charch oof Ool Neeshins (Scoan) himannaa irratti dhiyaate kanaaf deebii hin kennine, garuu himannaawwan kanaan dura irratti dhiyaatan dhara jechuun waakkateera.
Bara 2021 du’aan kan boqote TB Joshuwaa, lallabaa wangeelaa beekamaafi karaa TV barsiisutiinis baayyee beekama. Addunyaarrattis hordoftoota hedduu qaba.
Wantota qorannoon BBC waggoota lamaan darban gaggeesse saaxilan keessa:
Namoonni baayyeen ijaan argan Joshuwaan daa’imman hiraarsuu, namoota reebuufi cancalaan hidhuu dabalatee miidhaa qaamarra geessisaa ykn gidirsaa ture jedhu.
Dubartoonni baayyeen TB Joshuwaa miidhaa saalaa isaanirraan gahaa turuu himatan waggootaaf mooricha keessatti irra deddeebiin gudaadamaa turre jedhu.
Gudeeddii TB Joshuwaa isaanirraatti raawwatu hordofees ulfa dirqamaan akka ofirraa baasan taasifamuu himannaawwan jedhanis hedduuti dhiyaatu. Keessumaa dubartiin tokko gara si’a shanii akka ulfa addaan kuttu dirqisiifamuu himatti.
Namoota hedduu waan ofiin beekan Joshuwaan sagantaasaa “dinqii fayyisuu” jedhuu guutummaa addunyaarratti namoota miliyoonaaf tamsa’uun akkamitti akka sobu gadi fageenyaan ibsu.
Dubartoota miidhaan irra gahe keessaa shamarreen Biriitish maqaan ishee Raahee jedhamtuufi umuriin ishee wagga 21 taate, barnoota Yunivarsiitii Biraayitan keessatti barattu bara 2002 addaan kuttee Waldaa TB Joshuwaatti galte.
Shamarreen kun bara sanarraa kaastee waggoota 12 itti aananiif akka warra “duuka buutotasaa” jedhamanii keessaa tokkootti mooraa walxataa Leegos jiru keessatti dabarsite.
“Nuti hundinuu waan akka jannata keessa jirruutti yaadama ture, garuu nuti gaannaba/jaannaba keessa turre. Gaannaba/jaannaba keessatti ammoo wantota fokkisoo ta’anitu raawwatamu,” jechuun BBCtti himte. https://www.tg-me.com/SULEAWALJOLOBIS Telegram Group/com.SuleAwalJolobis/1879
Harka fuune kabajamtoota keenya Harki keessan fayyaa ha ta,u TikTok obboleesa keessanii kana Follow Godhaa
Isinin Jaalladha qaaliiwan ko
#PleaseFollowMe Oro ko
Suleyiman Awal
👇
tiktok.com/@suleyimanawal
Pirezidantiin Somaaliyaa daawwannaa hojiif gara Ertiraatti imalan
January 8, 2024
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiitiif gara Ertiraatti imalan.
Akka ibsa Waajjira Pirezidantii Somaaliyaa jedhetti, daawwannaa kanaan Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud gitasaanii Ertiraa Pirezidanti Isaayyas Afa-warqii waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaaniirratti ni mariyatu.
Daawwannaan Pirezidanti Hasan Sheek Mohaammud Ertiraatti taasisan kun Itoophiyaafi Somaalilaand haala Itoophiyaan ulaa galaanaa Somaalilaand itti fayyadamuu dandeessurratti waliigaltee wal-hubannoo erga mallatteessanii torban tokkoon boodadha.
Itoophiyaan waliigaltee wal-hubannoo ulaa galaanaa ittiin argattuufi misoomsuuf ishee dandeessisu Somaaliilaand waliin kan mallatteessite Amajjii 1, 2024 ture.
Waajjirri Pirezidantii Somaaliyaa, Xilla Somalia, imala hojii Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud iaalchisuun fuula X irratti, "dhimmoota biyyoota obbalaa lamaan ilaallatan irratti mariyatu," jechuun barreesseera.
Itoophiyaan akka biyya walabaatti kan of ilaaltu Somaaliland waliin akkaataa ulaa galaanaa fayyadamuun danda'urratti waliigaltee wal-hubannoo mallatteessuu hordofee Pirezidant Hasan Sheek Mohaaamud hooggantoota biyyoota gara garaa waliin bilbilaan haasaa taasisaa turaniiru.
Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud seera seera sanada walhubannoo Itoophiyaafi Somaalilaand irratti waliigalan kufaa taasisu Amajji 6, 2024 mallatteessaniiru.
''Seerri kun tokkummaa, birmadummaa fi daangaa biyya keenyaa kabajuuf murteessaadha,'' jedhan Hasan Sheek Mahmuud ergaa mallatteessuun booda X irratti qoodaniin.
Pirezidanti Hasan Sheek Mohaamud hoogantoota biyyoota qaxanaa sana keessa jiran akkasumas Gamtaa Awurooppaa waliin bilbilaan dubbataniiru.
Waliigaltee sanada walhubannoo Itoophiyaafi Somaaliland mallatteessan hordofee mormii Somaaliyaatti dhagahamee guyyoota muraasa booda Pirezidatiin Somaaliyaa kun Pirezidantii Masirii, Yugaandaa, Turkiifi Qaataar waliinis bilbilaan dubbataniiru.
Pirezidantichi haasaa pirezidantii Masirii waliin taasisaniin, “Masiriin Somaaliyaa cinaa dhaabbachuuf ejjennoon qabdu cimaadha” jedhan Abdul Fattaa al- Siisiin.
Marii pirezidantii Yugaandaa Yuweerii Museeveenii waliin taasisaniin ammoo hoogantoonni biyyoota lamaanii dhimma nageenyaaf wal tumsuurratti dubbachuu isaanii Waajirri Pirezidantii beeksiseera.
Pirezidant Hasan haasaa Pirezidatii Turkii Resiip Tayib Erdohaan waliin taasisaniin deeggarsa walirraa hin cinne mootummaan Turkii walabummaafi tokkummaa daangaa Somaaliyaatiif qabaniif waajirichi galateeffateera.
Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud haasaa Amiirii Qaaxaar Tamiim Biin Hamaad waliin taasisaniin ammoo dhimmoota waloofi hariiroo qaxanichaa keessatti fedhii biyyoota lamaaniirratti mariyachuun isaanii ibsameera.
Haasaa bilbilaan aanga’aa olaanaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Boorel waliin taasisaniinis Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud Gamtichi deeggarsa walabummaafi tokkummaa daangaa Somaaliyaatiif qabuuf galata dhiyeessuun isaanii dhagahameera.
Mootummaan Itoophiyaa handaara galaanaafi buufata humna galaanaa qabaachuuf waliigalteen Somaalilaand waliin mallatteesse muddama uumuu hordofee deebii kenneen, ''waliigaltee kanaan amantaan cabes, seerri sarbames hin jiru'' jedhe.
Amajjii 1, 2024 mootummaan Itoophiyaa Somaalilaand waliin waliigalteen waliin hojjechuu malleetteefamuu hordofee biyyi Somaalilaand qaama kooti akka biyyaatti beekamtii hin qabduu jettu Somaaliyaan ''tokkummaa daangaa lafa kootti bu'ameera'' jechuun mormii dhageessifteetti.
Waliigaltee kanaan gocha ''weeraraati'' kan jette Somaaliyaan, ambaasaaddarashee Finfinneerraa ofitti waamteetti. ''Raawwiin waliigaltichaa seera idila-addunyaa kan cabse, fudhatama kan hin arganneedha'' jechuunis ibsite.
Somaalilaand biyya kamiinuu akka biyya walabaatti beekamtii kan hin arganne ta'uufi Somaaliyaan ammoo qaama kooti jechuusheetiin muddamni dhalate. Guutuu isaa dubisuuf linki kana tuqaa seenaa 👇 https://www.tg-me.com/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/884
Somaaliyaan hanga waliigalteen Itoophiyaafi Somaalilaand hin haqamnetti akka hin mariyanne beeksifte
January 18, 2024
Itoophiyaan waliigaltee walhubannoo Somaaliland waliin mallatteessite hanga kaastee, tokkummaa daangaa Somaaliyaa hin mirkaneessinetti jaarsummaa Finfinnee waliin taasifamuuf “bakka akka hin qabne” Somalaiyaan beeksifte.
Somaaliyaan ejjennooshee kana kan ibsatte Manni-maree Nageenyaafi tasgabbii Gamtaa Afrikaa (AUPSC) walga’ii gaggeesseen booda biyyoonni lamaan “marii hiika qabeessa ta’e” gochuudhaan rakkoo qaban akka furatan gaafachuu hordofee ibsa Amajji 18, 2024 baasteenidha

https://www.tg-me.com/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/885

Gabaasa guutuu 👇
https://ift.tt/NdrAzlp
Mootummaan UK, Ambaasadarri Eertiraa Landan jiran biyyichaa akka bahan ajaje
January 19, 2024
Mootummaan UK Landanitti ambaasadara Eertiraa kan tahan Isxifaanos Habtemaariyaam biyya akka bahan ajajuu maddeen dippilomaatii BBCtti himan.
Waggoota 30 oliif hariiroo dippilomaasii gaarii kan qaban UK fi Eertiraan amma ambaasadara Eertiraa biyyaa ari’uu ilaalchisee mootummaan lameenuu ifatti waan jedhan hin qaban.
Marsariitiin Imbaasii Eertiraa Landan jiru akka agarsiisutti, bakka ambaasadarichaa haguuguun itti waamamaa inmbaasichaa olaanaa tahuun kan hojjechaa jiran Saalii Abdullahidha.
Mootummaan UK Ambaasadar Isxifaanos Habtemaariyaam akka biyyaa bahan tarkaanfiin fudhate Eertiraan duraan amabaasadara UK irratti tarkaanfii wal fakkaataa waan fudhatteef deebii isaati jedhu maddeen dippilomaatii BBC’n dubbise
Join Godhaa 👇
https://www.tg-me.com/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/887


Gabaasa guutuu 👇
https://ift.tt/sKylevx
2024/05/31 15:10:57
Back to Top
HTML Embed Code: