Telegram Group & Telegram Channel
........... 💥GAALAAKSII_💥

🎇Gaalaaksiin gurmii urjiilee,gaazota,dhukkee/awwaara(dust)fi maatara dukkanaa'aa (Dark Matter)iiti.

💧Jechi gaalaaksii jedhu kun
jecha afaan Giriikirraa kan dhufe yoo ta'u afaan Griikiin "galaxya" jedheme beekkama. Hiikni isaas qaama aannan faakkaatu (Milky) jechuu dha.

Gurmiileen Urjii akkamitti gaalaaksii uumuu danda'u?

👉Urjiiwwan gaalaaksii keessa jiran giddu humni harkisaa (Gravity) tu jira. Humnii harkisaa kun urjiiwwan fi plaanetoota walitti hidhee qaba. Kanaaf gaalaaksiin gurmii urjjiwwaniiti jannee dubbachuu dandeenya.

Baballiinsi Hawaa /Expansion of the Universe eessatti dalagamaree?

🌕Baballiinsi hawaa / Expansion of universe kan dalagamu ykn kan iddoo fudhatu gaalaaksiiwwan lama ykn lamaa ol gidduudha malee gaalaaksii keesstti miti.

❄️Akkuma gurmiin urjii gaalaksii uumu gurmiin gaalaaksiiwwani immoo Kilaastara (Galactic cluster) uuma. Maqaan gaalaaksii nuti keessa jirruu Miilkii weey (milky way)yoo ta'u kan argamus kilaastara local gruop jedhamu keessa.
Qaamni gaalaaksii keessa jiru tokko yeroo hunda sochiirra jira.
   
#Goosawwan_gaalaaksii

🔥Gaalaaksiiwwan hammaa fi gosa adda addaatin faca'anii jiran.Hammi isaaniis gaalaaksiiwwan xixiqqoo (dwarf) irraa kaasee amma isaan gudguddaa (giant)jiran ta'uu danda'a.

👉Gaalaaksiiwwan xixiqqoo kan jennuun urjjiiwwan miilyoona kudhanii gadi kan qaban yoo ta'u isaan gudguddoon immo urjii hanga triilyoona dhibbaa (100,000,000,000,000)qabaachuu danda'u.

🌠Akkuma duraan kaasnee tuurreee kilaastarri gaalaaksii gaalaaksiiwwan hedduun walitti dhufuun kan uummamu yoo ta'u Klaastarri urjii immoo urjiileen walitti dhufanii kan uumanidha.

Fakkeenyaaf:- Kilaastarri Gloobuulaar kilaastara dhuma gaalaaksii keenyaa (milky way) irratti kan argamuudha.
               Itti fufa...............

tg-me.com/andromedainfo/6893
Create:
Last Update:

BY አንድሮሜዳ አስትሮኖሚ (Sirnhatty)

Warning: Undefined variable $i in /var/www/tg-me/post.php on line 280

Share with your friend now:
tg-me.com/andromedainfo/6893

View MORE
Open in Telegram

አንድሮሜዳ አስትሮኖሚ Sirnhatty Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Telegram auto-delete message, expiring invites, and more

elegram is updating its messaging app with options for auto-deleting messages, expiring invite links, and new unlimited groups, the company shared in a blog post. Much like Signal, Telegram received a burst of new users in the confusion over WhatsApp’s privacy policy and now the company is adopting features that were already part of its competitors’ apps, features which offer more security and privacy. Auto-deleting messages were already possible in Telegram’s encrypted Secret Chats, but this new update for iOS and Android adds the option to make messages disappear in any kind of chat. Auto-delete can be enabled inside of chats, and set to delete either 24 hours or seven days after messages are sent. Auto-delete won’t remove every message though; if a message was sent before the feature was turned on, it’ll stick around. Telegram’s competitors have had similar features: WhatsApp introduced a feature in 2020 and Signal has had disappearing messages since at least 2016.

Traders also expressed uncertainty about the situation with China Evergrande, as the indebted property company has not provided clarification about a key interest payment.In economic news, the Commerce Department reported an unexpected increase in U.S. new home sales in August.Crude oil prices climbed Friday and front-month WTI oil futures contracts saw gains for a fifth straight week amid tighter supplies. West Texas Intermediate Crude oil futures for November rose $0.68 or 0.9 percent at 73.98 a barrel. WTI Crude futures gained 2.8 percent for the week.

አንድሮሜዳ አስትሮኖሚ Sirnhatty from us

Telegram አንድሮሜዳ አስትሮኖሚ (Sirnhatty)
FROM USA