Telegram Group & Telegram Channel
Forwarded from Focus Dilla Media
Saturday Service
Day 1
💥 18/09/2015
Nagaaf Araarri Waaqayyoo isiniif haa baayyatu
Yeroo Darbe akkuma isin Beeksisaa turre sagantaan keenya EEBBA #BARRUU_DILBII_JILDII_2FFAA Fi "#WELL_BACK" BARATTOOTA 'FOCUS' DIILLAA DURAANIIN Wal qabatee Qopha'e Guyyaa har'aa Eegalameera Waaqeffannaan keenyas Sa'aatii isaaf yeroo isaa Eeggatee Waaree Duraafi Waaree Booda bifa Bareedaadhaa fi Namatti toluun ,akka Ulfina Waaqayyoo Mul'isutti waaqeffatamaa Ooleera

Sagantaaleen akka :-
Barsiisa Mata Dureen isaa:-
👉"Jireenya Karooraan Hogganamu" jedhu
irratti Barnoota Waliitti Fufaa karaa Barreessaafi
Barsiisaa Eebbisaa Baayyisaadhaan
Barachaa Oolle!
Faarfannaan Waaqeffannaa bareedaa karaa Faarfataa Amaanu'eel fi Garee" Worship" dhaan Waaqeffachaa Oolleerra!
💫 Guyyaa Boriis Sagantaan Keenya sa'aatii 2:00 irraa Eegalee itti fufa.
Akkasumas, Sa'aatii 3:30 irraa Eegallee immoo Live waan Dabarsinuuf Hundumti keessanuu Akka nu Hordoftan isiniin Jenna

tg-me.com/barruudilbii/48
Create:
Last Update:

BY BARRUU DILBII

Share with your friend now:
tg-me.com/barruudilbii/48

View MORE
Open in Telegram

BARRUU DILBII Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

What Is Bitcoin?

Bitcoin is a decentralized digital currency that you can buy, sell and exchange directly, without an intermediary like a bank. Bitcoin’s creator, Satoshi Nakamoto, originally described the need for “an electronic payment system based on cryptographic proof instead of trust.” Each and every Bitcoin transaction that’s ever been made exists on a public ledger accessible to everyone, making transactions hard to reverse and difficult to fake. That’s by design: Core to their decentralized nature, Bitcoins aren’t backed by the government or any issuing institution, and there’s nothing to guarantee their value besides the proof baked in the heart of the system. “The reason why it’s worth money is simply because we, as people, decided it has value—same as gold,” says Anton Mozgovoy, co-founder & CEO of digital financial service company Holyheld.

Telegram hopes to raise $1bn with a convertible bond private placement

The super secure UAE-based Telegram messenger service, developed by Russian-born software icon Pavel Durov, is looking to raise $1bn through a bond placement to a limited number of investors from Russia, Europe, Asia and the Middle East, the Kommersant daily reported citing unnamed sources on February 18, 2021.The issue reportedly comprises exchange bonds that could be converted into equity in the messaging service that is currently 100% owned by Durov and his brother Nikolai.Kommersant reports that the price of the conversion would be at a 10% discount to a potential IPO should it happen within five years.The minimum bond placement is said to be set at $50mn, but could be lowered to $10mn. Five-year bonds could carry an annual coupon of 7-8%.

BARRUU DILBII from us

Telegram BARRUU DILBII
FROM USA