Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐ (Shamil N Mohammed)
Game taphachuu, Video ilaaluu fi Survey (Gaaffi Garaa garaa deebisuun) bilbila harkaa keessan fayyadamtanii qarshii Hejjechuuf Kan gargaaru app kana Link Tuquudhaan Seentanii Buufachuu dandessu
๐๐๐๐๐๐
https://moneyeasilyune.buzz/35600434032404/?s=tg
#Ad

Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Rammis Bank.
1: Chief Corporate Services Officer
Skill and educational background
Masterโs Degree in Economics, Management, Finance, Accounting, Marketing, international trade or other Business related fields Or B.A Degree in Economics or Management or Finance or Accounting or Marketing or international trade and other Business related or equivalent with 10/12 years of banking experience (relevant experience in finance, HR and Procurement) respectively.
Place of work: Addis Ababa
2: Director Strategy And Business Development
Skill and educational background
MA/B.A Degree in Economics or Management or Finance or Language and Literature or Secretarial Science and Office management and/or other Business related fields with 7/9 years of banking experience respectively of which 3 years in a senior executive administrator/ executive administrator role/Administrative assistance II.
Place of work: Addis Ababa
3: Director Human Resource
Skill and educational background
Masterโs Degree in Human resource, Management, Finance, Accounting, Marketing, international trade or other Business related fields Or B.A Degree in Economics or Management or Finance or Accounting or Marketing or international trade and other Business related or equivalent with 8/10 years of banking experience (relevant experience in HR) respectively of which 3 years in a senior management/manager role.
Place of work: Addis Ababa
Salary and benefits: As per the scale of the bank
Closing of Application: April 9, 2024
Note:
Interested applicants who only fulfill the set requirements are invited to apply via email address [email protected] and required to attach application, degree documents, curriculum vitae, work experience and other necessary credentials within seven consecutive days from the date of vacancy announcement.
The bank has full right to cancel or take any other alternative with regards to the vacancy announcement.
Only shortlisted applicants will be communicated for interview and exam.
All documents should be scanned in pdf or docx formats only and size of the documents should be less than 2.5 MB.
Single applicant should have to send only one time by listing different cities interested on application for different

Forwarded from Walaloon Jaalala (YW Kaachuu)
Maal yakkite,
Isa hubatte,
Dhugaa dubbatte
Isa argite,
Dabaan falmite,
Haqaaf harqite...
(malee)
Maal balleessite?
Daandii irra dhufte jabeessite,
Balaa dukkana jalaa addeessite
Namoomaaf of kennitee dalagde
Oromummaaf umuriikee adabde
Lammiif dhormite,
Finnaaf mormite...
(malee)
...
Hidhaan sin teessifne
Reebichi sin deebisne
Jiiltee dabooma hin horre
Naatee qabsoorraa hin gorre
Keessikee,
qananii dhuunfaarra kan sabaa ilaala
Kanaaf,
Umurii jiraatterra kan hiraartetu caala!
....
Qalbiinkee
har'a miireffata,
kalee wabeeffata
Ijjikee,
borutti xiyyeeffata
Egeree xiiqeffata
Arrabnikee,
dhugaa tiksa
beekumsa labsa
...
Ati,
mogolee kaayyooti
duub-jiree qabsooti
Irbuu utubda
Sabaaf dhukkubda
Sanuu lallabda!
Sobdee hin kabeebsitu
Lammii hin madeessitu
Amanteekee hin hir'istu
Waan hinjirree hin tirsitu
Mararaa haati deesse,
Oftaateet har'a geesse!
...
Kan du'a siif gumaachan
Kan boo'a nutti galchan
maal hanqifte?
maal yakkite?
Dhugaaf buluun dabaa?
Oromoo ta'uun adabaa?
Beekaa, hubataa, ciichaa akkakeen ala,
Jireenyihoo eenyu-eenyuuf mala?
โBiyyiโ ija-ija namaa adamsitu,
Eenyuufi kan qaccee dabarsitu?
Qalbiin gameessatti garaa jabaattu,
Jaarraa meeqa kan oljettee jiraattu?
(Ayii)
...
Ati,
qaroo qaraa qabu,
Anaa dhabu!
* * *
Kanaa'ol Badhaadhaa ,
@Walaloon_Jaalala

Galmeen itti fufeetuma jira
Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa Ogummaa Taatummaa saayinsii isaa eeggate Ogeessota Taatummaa irratti beekumsaa ga'aa qabaniin kennuuf galmeen marsaa lammaffaa akkuma itti fufetti jira.
Turtiin yeroo leenjii walakkaa waggaa [Jiโa jaโa]
Yeroo Leenjii:
โข Idileen yoo xiqqaate torbeetti guyyaa lama (2) nama argamuu dandaโu.
โข Weekend ykn Sanbata xiqqaa fi Sanbata guddaa bartootta kutaa 1 hanga 12 barataniif kutaa addaa qabna.
โข Koorsiiwwan Jaโa /shaakala waliin kennamu
Ulaagaalee Leenjii:
โข Fedhii Taatummaa qabaachuu
โข Afaan Oromoo dubbachuufi dhagaโuu, Dubbisuu
โข Barnoota kanaaf yeroo kennuu dandaโuu
โข Qormaata seensaa akkaadaamichi kennu darbuu dandaโuu.
โข Danbii fi ittiin bulmaata mana baruumsichaaf ajajamuuf of qopheessuu
Baayyinni barataa marsaa lammaffaaf fudhannu daangaโaa waan taโeef, galmeen akkuma guuteen ni dhaabbata.
Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa,
Galma Dandeettii fi Kalaqaa!
@Fiilmiin

Dhumuuf guyyaa saddeet(8) qofatu hafe itti fayyadamaa hin goyoominaa akka isin hin dabbarre tab tab gochuun Dollar argachuu dandeessu kanaafuu ammuma irraa jalqabuu liinkii gadii kana tuquun start godhaatii jalqabaa.
Notcoin warri Isin Jala darbe Bot Haaraa kana Irraa Qarshii hojjetachu dandeessa
๐๐๐
Gatiin Ton coin tokko yeroo dhihootti Olka'a jedhamee eeggama. Link kanaan seenaa. Start godhaa tap tap gochuun Coin walitti Qabadha.
https://www.tg-me.com/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 ๐ +2.5k Shares as a first-time gift

Forwarded from Walaloo Muslimaa
MAALIF TA'E LAATA.....??
Haraama daldaluun
Halaala dhiisanii
Sheeyxaana jallataa
Maaf gammachiisanii
Halkaniifi guyyaas
Ganamaaf galgalaa
Hunduu keeyrii dhiisee
Haraama daldalaa
Waan jallinaa malee
Dhiifneerra dalagaa
Hiriyaa godhannee
Sheeyxaana alagaa
Dubbachuu dadhabne
Afaan nu qabamee
Fasaadni baay'ate
Waa saalfin dhabamee
Yoon taajjabee ilaalu
Kophaa koo dhaabadhee
Kun hundi maalifi
Jedhee of gaafadhee
Asirratti hubadhe
Miidhaa teeknoolojii
Facebookarra jiraa
Namuu dhiise hojii
Onlaayinii koree
Haraama daldalaa
Bu'aan tokko hin jiruu
Harka duwwaa galaa
Onlaayinii korraan
Daataa kee banattee
Kaayyoof mul'ata kee
Hundumaa dagattee
Hi jettee eegaltaa
Haasaa jallinaa
Faaydaa siif hin qabu
Booddensaa salphinaa
Isheenis deebiftee
Yoo siin jettu hayii
Natti fakkaatteetta
Atoo nama wayii
.........
Mee eenyu siin jedhan
Yaa giiftii walbarraa
Suuta suuta jennee
Gaaf tokko wal garraa
Jedheetin gaafata
Sagalee ciratee
Haasaa itti fufaa
Jechoota filatee
Maqaan kee eenyu ree
Naaf himuu dandeessaa
Achumaan naaf himi
Dhaloonni kee eessaa?
Waa tokko hin yaada'in
Qabaannan amalaa
Maqaan koos Naaftolii
Mana gaara jalaa
Itti gaafatamtu
Waajjira jaalalaa
Lakkoofsa biiroo koos
Barbaannan qabadhuu
Iimoo gubbaa bahi
Daataa kee banadhuu
Bakka hundaa jiraa
Bar waajirri kiyyaa
Yeroo feete seentaa
Hin qabu waardiyyaa
Tole yaa giiftii tooooo
Maqaan koos Siiftolaa
Dubbiin kankee haqaa
Kunoo si barbaachaaf
Bakka meeqa dhaqaa
Biiroo koo barbaannan.........
Lakk siif himaa
Dafiitii qabadhuu
Iimorraa gabbu'ii
Facebooka banadhuu
Isheenis takkatuu
Jijjiiratte biiroo
Marii taasisanii
Cimsachuuf hariiroo
Gaafa takka turee
Inni daataa banuu
Biiroo jijjiiradhee
Si eegaara anuu
Liqii barbaachuudhaaf
Bakka meeqa dhaqaa
Waajjira koo miidhe
Hanqinni maallaqaa
Kan dhimma maallaqaa
Waliin goona shuuraa
Waan ittiin si obsu
Mee naaf ergi suuraa
Takkatuu qalamaan
Fuulashee jijjiirtee
Of kaafte kaameeran
Hidhiishee micciirtee
Waa meeqa dibattee
Of wawayyeessitee
Takkatuu ergiteef
Suuraa bareechitee
Naaf ergi kaa atis
Suuraa kee yaa boonaa
Sii eeggachaa jiraa
Anoo hanga yoonaa
Waan barbaadde hundaa
Waliin laallee goonaa
...........
Suuraashee gaaf laalu
Qalbii isa fuutee
Bakka hir'atteenis
Sheyxaanni itti guutee
Onlaayinii qofaan
An sihinbahuu dharraa
Yeroo gabaabdutti
Osoo hin turin narraa
Beellama naaf qabi
Mee yoom wal agarraa
Ishenis ni jetteen.........
Sirumaayyuu hin qabdu
Kaarri keenya cufaa
Iddoo barbaaddetti
Na waami nan dhufaa
Haraama daldaluun
Ta'eera idilee
Gaaf kaan ni waammate
Isheedhaaf bilbilee
Haasaa qilleensarraa
San bira darbanii
Turtii xiqqoo booda
Qaaman wal arganii
Dubbiin bara kanaa
Bar nama yaachisaa
Taphachuu eegalan
Wokii wal nyaachisaa
Hojiin rabbiin malee
Dhumti salphinaanii
Hayiin jalqbanii
Xumuran zinaanii
Jalqabni gammachuu
Xumurri Gaddaanii
Akkas waliin jedhan
Yoo deeman addaanii
Ani si hin barbaaduu
Machem ammaan boodaa
Jechuun addaan deemuu
Lachuu waliin oodaa
Sana booda innis
Jijjiireera yaadaa
Ishee block godhee
Kan biraa barbaadaa
Afaan keen dubbachaa
Harkaan barreessitee
Jireenya kee boruu
Maaf dukkaneessitee
Kun hundi maalifi
Yaa obboleewwan rabbii
Maaf badii dalagnee
Of cabsina qalbii
Fedhii lubbuu teenyaa
Osomaa obsinee
Karaa keeyriirratti
Osoo wal gorsinee
Qajeelli osoo jiruu
Jallinni hin dhufuu
Namuu sakaalamee
Badirratti hin kufuu
Har'a fataa jennus
Yeroof shawwadamnee
Boru gaafatamuun
Keenya waan hin hafnee........
Yaada yoo qabaattan asiin nuun gahaa
@HamzaHassenbot
Walaloowwan biraa argachuuf
Join join
๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/walaloomuslimaa
Haraama daldaluun
Halaala dhiisanii
Sheeyxaana jallataa
Maaf gammachiisanii
Halkaniifi guyyaas
Ganamaaf galgalaa
Hunduu keeyrii dhiisee
Haraama daldalaa
Waan jallinaa malee
Dhiifneerra dalagaa
Hiriyaa godhannee
Sheeyxaana alagaa
Dubbachuu dadhabne
Afaan nu qabamee
Fasaadni baay'ate
Waa saalfin dhabamee
Yoon taajjabee ilaalu
Kophaa koo dhaabadhee
Kun hundi maalifi
Jedhee of gaafadhee
Asirratti hubadhe
Miidhaa teeknoolojii
Facebookarra jiraa
Namuu dhiise hojii
Onlaayinii koree
Haraama daldalaa
Bu'aan tokko hin jiruu
Harka duwwaa galaa
Onlaayinii korraan
Daataa kee banattee
Kaayyoof mul'ata kee
Hundumaa dagattee
Hi jettee eegaltaa
Haasaa jallinaa
Faaydaa siif hin qabu
Booddensaa salphinaa
Isheenis deebiftee
Yoo siin jettu hayii
Natti fakkaatteetta
Atoo nama wayii
.........
Mee eenyu siin jedhan
Yaa giiftii walbarraa
Suuta suuta jennee
Gaaf tokko wal garraa
Jedheetin gaafata
Sagalee ciratee
Haasaa itti fufaa
Jechoota filatee
Maqaan kee eenyu ree
Naaf himuu dandeessaa
Achumaan naaf himi
Dhaloonni kee eessaa?
Waa tokko hin yaada'in
Qabaannan amalaa
Maqaan koos Naaftolii
Mana gaara jalaa
Itti gaafatamtu
Waajjira jaalalaa
Lakkoofsa biiroo koos
Barbaannan qabadhuu
Iimoo gubbaa bahi
Daataa kee banadhuu
Bakka hundaa jiraa
Bar waajirri kiyyaa
Yeroo feete seentaa
Hin qabu waardiyyaa
Tole yaa giiftii tooooo
Maqaan koos Siiftolaa
Dubbiin kankee haqaa
Kunoo si barbaachaaf
Bakka meeqa dhaqaa
Biiroo koo barbaannan.........
Lakk siif himaa
Dafiitii qabadhuu
Iimorraa gabbu'ii
Facebooka banadhuu
Isheenis takkatuu
Jijjiiratte biiroo
Marii taasisanii
Cimsachuuf hariiroo
Gaafa takka turee
Inni daataa banuu
Biiroo jijjiiradhee
Si eegaara anuu
Liqii barbaachuudhaaf
Bakka meeqa dhaqaa
Waajjira koo miidhe
Hanqinni maallaqaa
Kan dhimma maallaqaa
Waliin goona shuuraa
Waan ittiin si obsu
Mee naaf ergi suuraa
Takkatuu qalamaan
Fuulashee jijjiirtee
Of kaafte kaameeran
Hidhiishee micciirtee
Waa meeqa dibattee
Of wawayyeessitee
Takkatuu ergiteef
Suuraa bareechitee
Naaf ergi kaa atis
Suuraa kee yaa boonaa
Sii eeggachaa jiraa
Anoo hanga yoonaa
Waan barbaadde hundaa
Waliin laallee goonaa
...........
Suuraashee gaaf laalu
Qalbii isa fuutee
Bakka hir'atteenis
Sheyxaanni itti guutee
Onlaayinii qofaan
An sihinbahuu dharraa
Yeroo gabaabdutti
Osoo hin turin narraa
Beellama naaf qabi
Mee yoom wal agarraa
Ishenis ni jetteen.........
Sirumaayyuu hin qabdu
Kaarri keenya cufaa
Iddoo barbaaddetti
Na waami nan dhufaa
Haraama daldaluun
Ta'eera idilee
Gaaf kaan ni waammate
Isheedhaaf bilbilee
Haasaa qilleensarraa
San bira darbanii
Turtii xiqqoo booda
Qaaman wal arganii
Dubbiin bara kanaa
Bar nama yaachisaa
Taphachuu eegalan
Wokii wal nyaachisaa
Hojiin rabbiin malee
Dhumti salphinaanii
Hayiin jalqbanii
Xumuran zinaanii
Jalqabni gammachuu
Xumurri Gaddaanii
Akkas waliin jedhan
Yoo deeman addaanii
Ani si hin barbaaduu
Machem ammaan boodaa
Jechuun addaan deemuu
Lachuu waliin oodaa
Sana booda innis
Jijjiireera yaadaa
Ishee block godhee
Kan biraa barbaadaa
Afaan keen dubbachaa
Harkaan barreessitee
Jireenya kee boruu
Maaf dukkaneessitee
Kun hundi maalifi
Yaa obboleewwan rabbii
Maaf badii dalagnee
Of cabsina qalbii
Fedhii lubbuu teenyaa
Osomaa obsinee
Karaa keeyriirratti
Osoo wal gorsinee
Qajeelli osoo jiruu
Jallinni hin dhufuu
Namuu sakaalamee
Badirratti hin kufuu
Har'a fataa jennus
Yeroof shawwadamnee
Boru gaafatamuun
Keenya waan hin hafnee........
Yaada yoo qabaattan asiin nuun gahaa
@HamzaHassenbot
Walaloowwan biraa argachuuf
Join join
๐๐๐๐๐
https://www.tg-me.com/walaloomuslimaa
Telegram
Walaloo Muslimaa
Walaloo muslimaa dubbisaa
Sammuu Teessan Cimsaa...
Channel Khanaas Join Godhaa.
๐
https://www.tg-me.com/walaloomuslimaa
Sammuu Teessan Cimsaa...
Channel Khanaas Join Godhaa.
๐
https://www.tg-me.com/walaloomuslimaa
Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐ (Shamil N Mohammed)
Ijoolleen teenya telegram qabdan seena irraa fayyadama waan kana๐๐
โ ๏ธ #TapSwap ilaalchisee wantoonni beekuu fi gochuu qabnu.
1. TapSwap'n akkuma Not coin crypto currency haaraa gabaa Dijitaalaa seenaa jiru ta'ee ammatti kan coin bilisaa bittinsaa jiruudha. Amanamummaan isaas kan Not coin gadi miti. Garu dhugummaan isaa 100% miti.
2. May 30 ibsi ni kennama. May be, akkuma Not coin'n amma gurguramaa jiru kana TapSwap'nis sana booda gurguramuu jalqaba ta'a.
3. Akkam haa goonu?
โTarii akkuma Not coin sana dhugaa ta'uu waan maluuf ofii keenyaa gatii osoo hin itti hin baasin(yeroo yoo qabaanne) callifnee Tap Tap gochuudhaan coin bilisaa haa sassaabbannu.
โYeroo hunda harka keenyaan Tap Tap gochuun yeroo keenya qisaasessuu hin qabnu. Boast keessa gallee coin 200,000'n Tap Bot yoo bitanne yoo nuti offline taanes ofumaan taphata.
โTask warra jalqabaa qofa hojjachuudhaan coin gara Miliyoona tokkoo walitti qabachuu in dandeenya.
Task'n akka isiniif baay'atuufimmoo Application VPN on godhadhaa.
#Hub: Task jechuun Telegram jaraa join gochuu fi Twitter isaanii follow gochuu faa yoo ta'u link Twitter isin gaafatu bantanii qofa yoo deebitan rakkoo hin qabu dirqama follow gochuu hin qabdan. Telegram jaraas join gootanii kaatanii erga task fixxanii booda leave gochuu in dandeessu.
โ Boast keessa galaatii Tap guru (bonus) guyyaatti al tokko yoo isiniif bane tuqaatii dafaa dafaa Tap godhaa(Tap takka shaniin siniif baay'isa).
โBoast keessa seenaatii coin qabdaniin; Multitap, Energy limit fi Recharging speed bitadhaa.
โLeague tokkorraa isa itti aanutti yemmuu dabartan bonus waan qabuuf ishees claim godhaa.
Warri kana dura hin eegalin link kanaan seenaatii 'Start" godhaa! ๐

Baga nagaahan gara hojii Online dhuftan nama tokko gara liinkii kanaa affeeruun qarshii 10 argachuu dandeessu. Qarshiin keessan yeroo 100 guutuu baafachuu dandeessu.
Namni tokko yoo bot kana tuqee start godhe qar 10 (kudhan) argata. Isan karaa telebirr ykn Awash Bank fi CBE baafachuu dandaha.
https://www.tg-me.com/Hojionlinebot?start=r0243425108

Forwarded from ๐ท๐พ๐ฟ๐ด ๐ฟ๐๐พ๐ผ๐พ๐๐ธ๐พ๐ฝยฎ๏ธ
๐ Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!
โโ
โโโฑโฒ
โ โฑโฑโฒโฒ
โฑโฑโญโฎโฒโฒ
โโโโโโ
โฑโโโโโโโโโโ โฒ
โฑ ฯัโยขฯะผัโข โฒ
โฑโฑ โโณโโญโฎ โโณโ โฒโฒ
โโ โโป โโ โโปโ โโ
Open Home - Click here
Ads
@Xiin_Sammuu
@Daaru_Salaam
โโ
โโโฑโฒ
โ โฑโฑโฒโฒ
โฑโฑโญโฎโฒโฒ
โโโโโโ
โฑโโโโโโโโโโ โฒ
โฑ ฯัโยขฯะผัโข โฒ
โฑโฑ โโณโโญโฎ โโณโ โฒโฒ
โโ โโป โโ โโปโ โโ
Open Home - Click here
Ads
@Xiin_Sammuu
@Daaru_Salaam
Forwarded from Kaachuu Promotion via @Kaachuuyebot
Bilbilli keenya waan hunda keenya
Bilbila keessan qofa fayyadamtanii wanta barbaaddan hojjachuu akka dandeessan beektuu? Addunyaa Dijitaalaa kana keessatti dafnee yoo hin dursinu ta'e baayyee duubatti hafna. Koottaa addunyaa faana yaa fiignu.
Bilbila keessan qofa fayyadamtanii wanta barbaaddan hojjachuu akka dandeessan beektuu? Addunyaa Dijitaalaa kana keessatti dafnee yoo hin dursinu ta'e baayyee duubatti hafna. Koottaa addunyaa faana yaa fiignu.
Forwarded from ๐ท๐พ๐ฟ๐ด ๐ฟ๐๐พ๐ผ๐พ๐๐ธ๐พ๐ฝยฎ๏ธ
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐!!
๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐๐๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ค๐ค๐๐ญ๐ญ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐๐ค๐ญ๐๐โ๏ธ
๐น๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐
โ ๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ข๐ข ๐๐ค๐ค๐๐๐ญ๐๐ ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐ฆ๐ ๐๐ฌ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!!!
Ads: ๐๐
https://www.tg-me.com/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://www.tg-me.com/+0puaGJwLzLgyY2U8

๐งถChaanaalota Akkamii barbaadduuโ
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
๐งถแแ แ แญแแต แปแแ แญแแแแโ
แจแณแฝ แจแฐแแจแกแตแ แปแแแฝ แญแแแแ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ 3๐+
Free Waver @Rafiqul_Islaam
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
๐งถแแ แ แญแแต แปแแ แญแแแแโ
แจแณแฝ แจแฐแแจแกแตแ แปแแแฝ แญแแแแ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ 3๐+
Free Waver @Rafiqul_Islaam
Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐ (Shamil N Mohammed)
Maallaqni kirpitoo yeroo ammaa qotamaa (mine) godhama jiru seera qabeessa taโuu isaa fi adeemsi albuuda baasuu (mining) gattii qabeessa taโuu isaa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan armaan gadii kana hordofuu dandeessu:
1. Blockchain Explorer ilaali:
_Kana jechuun maallaqa amma dura online ta'ee gatii qabuu kessaa issa Kam waliin haariirroo qabaa.
_Fknf Notcoin ๐ Blockchain TON
_TAPSAWP ๐ Blockchain Salona iraa jiran
- Daldalaa fi ugguraa mirkaneessuuf qorataa bilookicheenii kan maallaqa kirpitoo adda ta'e fayyadamuu.
- Hojiin albuudaa galmee ummataa irratti akka galmaaโu ni taasisa.
2. Puulii Albuudaa Mirkaneessuu:
- Yoo poolii albuudaa fayyadamtan, maqaa gaarii fi hundeessaa taโuu isaa mirkaneessuu.
- Madaalli, yaada fayyadamtootaa, fi istaatiksii poolii (hash rate, payout schemes fi kkf) ilaali.
3. Saffisa Haashii Neetwork Mirkaneessuu:
- Hash rate waliigalaa networkii hash rate software mining keessaniin gabaafame waliin wal bira qabuu.
- Garaagarummaan dhimmoota mudachuu dandaโan agarsiisuu dandaโa.
4. Sooftiweeri Albuudaa Irra Deebi'uu:
- Software albuudaa amanamaa fi yeroo ammaa maddoota beekamoo taโan irraa fayyadamuu.
- Fooyyaโiinsa sooftiweerii fi yaada hawaasaa ilaaluu.
5. Kaffaltii Hordofuu:
- Saantima qotame boorsaa (wallet ) keessanitti galfamuu isaa mirkaneessuu.
- Kaffaltii mirkaneessuuf daldala blockchain irratti taasifamu mirkaneessuu.
6. Hawaasa fi Misooma sakatta'uu:
- Hawaasa fi garee misoomaa maallaqa kirpitoo qorachuu.
- Misoomni sochii qabuu fi hawaasni cimaan yeroo baayyee pirojektii seera qabeessa taโe agarsiisa.
7. Argama Gabaa Xiinxalu:
- Maallaqni kirpitoo jijjiirraa gurguddoo irratti galmaa'uu isaa mirkaneessuu.
- Heddummina daldalaa fi dhangalaโaa isaa ilaaluu.
Bakkewan armaan gadii kanneen keessatti sakattaโiinsa gadi fageenya qabu gaggeessuudhaan, seera qabeessummaa maallaqa kirpitoo albuuda baasu mirkaneessuu dandeessu.
Namooni Tapswap join godhu
Barbaadan linkin isaa
๐
https://www.tg-me.com/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 ๐ +2.5k Shares as a first-time gift
-Hamstercombat coin link isaa
https://www.tg-me.com/hamster_kombAt_bot/start?startapp=kentId6865794652
Yaada keessaniif karaa @samii_koo na qunnamaa!
T.me//orolovechats

Hamster Kombat
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Forwarded from ๐ท๐พ๐ฟ๐ด ๐ฟ๐๐พ๐ผ๐พ๐๐ธ๐พ๐ฝยฎ๏ธ
โกโก 5K+ Channels! โกโก
โClick and join usโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐พ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐พ๐๐ฝ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ฝ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐พ๐๐ฝ๐๐ผ๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ผ๐๐ฝ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ ๐๐พ๐๐ฝ Click Here ๐๐ฝ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐พ๐๐ฝ๐๐ผ๐๐ป๐๐ป๐๐ป๐๐ผ๐๐ฝ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐พ๐๐ฝ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ผ๐๐ฝ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐พ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐ฝ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐ฟ
๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ๐๐ฟ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Waver: @Rafiqul_Islaam
๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฃ๐ฅ๐ข๐ ๐ข๐ง๐๐ข๐ก
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ/๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
@hope_promotions