Telegram Group & Telegram Channel
Qondaaltonni Israa’el badiisa Gaazaa ni deeggaru jechuun manni murtii dhaga’e

ONM-ABO Amajjii 11,2024 Karoorri Israa'el Gaazaa "balleessuuf" qabdu "sadarkaa mootummaa ol'aanaa" irraa kan dhufe ta'uu manni murtii olaanaa UN dhaga'eera.

Himannaan kana kan dhiyeessan abbootii seeraa Afrikaa Kibbaa Israa’el duguuggaa sanyii raawwatte jechuun himattee Mana Murtii Haqaa Idil-addunyaatti yeroo dhiheessitudha.

Afriikaan Kibbaas Israa’el hojii waraanaa Gaazaa keessatti akka dhaabdu manni murtii ajaja akka kennu gaafatteetti.

Israa'el - Jimaata borii ittisa ishee kan dhiheessitu  yoo ta’u, himannaa kana ''bu'uura kan hin qabne'' jechuun cimsitee kuffifteetti.

Itti dhiyeenyaan hordofamaa jirastus, manni murtichaa himannaa duguuggaa sanyii kana irratti yaada qofa kan kennu ta'a.

Abukaatoon Mana Murtii Olaanaa Afrikaa Kibbaa Tembeka Ngcukaitobi ICJtti akka himanitti, Israa'el ''kaayyoon duguuggaa sanyii'' raawwachaa jiraachuu ''akkaataa haleellaan waraanaa kun itti gaggeeffamaa jiru irraa'' mul'ata.

''Akeekni Gaazaa balleessuuf jiru sadarkaa mootummaa olaanaatti guddifameera,'' jedhan.

“Guyyaa guyyaan uummata Falasxiin lubbuu, qabeenya, ulfina, fi namummaa dhabuun dabalaa dhufe” jechuun Afriikaa Kibbaa bakka bu’uun kan hirmaatan Adilaa Haasim mana murtiitti himaniiru.

"Ajaja mana murtii kana irraa kennamu malee wanti gidiraa dhaabu hin jiru."

Ragaa dhaddacha dura dhiyaate keessatti Afrikaan Kibbaa gochi Israa'el kun ''kutaa guddaa biyyoolessaa, sanyii fi gosa Falasxiin balleessuuf kan yaadame'' jetteetti.

Israa’el Jimaata ittisa ishee ni dhiheessiti, garuu kanaan dura haleellaa Hamaas Onkoloolessa 7 haleellaa lubbuu namaa galaafateef deebii kennaa jiraachuu ibsuun gochi isheen Gaazaa keessatti raawwatte sirrii ta’uu ibsiteetti.

Garuu Kamisa har'aa mana murtiitti haasawa taasisaniin, Ministirri Haqaa Afrikaa Kibbaa Roonaald Laamoolaa haleellaan kamiyyuu ''waliigaltee Duguuggaa Sanyii cabsuuf sababa kennuu ykn ittisuu hin danda'u'' jedhan.

Israa’el Konveenshinii Duguuggaa Sanyii bara 1948 kan duguuggaa sanyii ibsu fi mootummoonni akka ittisan waadaa galchu kan mallatteessitedha.

ICJn mana murtii olaanaa  Mootummoota Gamtoomanii yoo ta'u, teessoon isaa Nezerlaand magaalaa The Hague keessatti argama.

Bara 2022 manni murtichaa Raashiyaan Yukireen keessatti ''hojii waraanaa hatattamaan akka dhaabdu'' ajajus, ajajni kun tuffatamee  Raashiyaan hanga har'aa Yukireen irratti haleellaa raawwachaa jiraachuu BBC gabaasa bal'aa qabatee ba'een addeesseera.

https://www.tg-me.com/us/telegram/com.jaal345

tg-me.com/jaal345/177
Create:
Last Update:

BY QBO ZOONI BAHAA ( JAAL BARI)

Share with your friend now:
tg-me.com/jaal345/177

View MORE
Open in Telegram

telegram Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Should You Buy Bitcoin?

In general, many financial experts support their clients’ desire to buy cryptocurrency, but they don’t recommend it unless clients express interest. “The biggest concern for us is if someone wants to invest in crypto and the investment they choose doesn’t do well, and then all of a sudden they can’t send their kids to college,” says Ian Harvey, a certified financial planner (CFP) in New York City. “Then it wasn’t worth the risk.” The speculative nature of cryptocurrency leads some planners to recommend it for clients’ “side” investments. “Some call it a Vegas account,” says Scott Hammel, a CFP in Dallas. “Let’s keep this away from our real long-term perspective, make sure it doesn’t become too large a portion of your portfolio.” In a very real sense, Bitcoin is like a single stock, and advisors wouldn’t recommend putting a sizable part of your portfolio into any one company. At most, planners suggest putting no more than 1% to 10% into Bitcoin if you’re passionate about it. “If it was one stock, you would never allocate any significant portion of your portfolio to it,” Hammel says.

Find Channels On Telegram?

Telegram is an aspiring new messaging app that’s taking the world by storm. The app is free, fast, and claims to be one of the safest messengers around. It allows people to connect easily, without any boundaries.You can use channels on Telegram, which are similar to Facebook pages. If you’re wondering how to find channels on Telegram, you’re in the right place. Keep reading and you’ll find out how. Also, you’ll learn more about channels, creating channels yourself, and the difference between private and public Telegram channels.

telegram from us

Telegram QBO ZOONI BAHAA ( JAAL BARI)
FROM USA