Telegram Group Search
#Burqaa_Diinii_Ziyaarree, badhaasa guddaa duaa'ii fudhannee galle Alhamdulillah.

Madda hayyoota hedduu kan ta'e, Halqaa Ilmii sheek #Habiib_Leencaa guyyaa 12/09/2016 or 20/05/2024 taasifnee, Yuunivarsitii guddaa dhaloonni abdii biyyaa keessatti oomishamaa jiru (#barattoonni 2,500 ol #keessatti_argamu), kan Magaalaa Shashamannee ziyaarree, faaruun kan Rabbii keennaatti boojuu guddoon gallee. Hunda worroota Rabbiif jecha nu jaalatuutii fi Rabbiif jecha jaalannuu, duaa'ii guyyaa hara'aa nu arganne kana Rabbiin isinillee haa kennuu. Amiiiiiiiin.

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Kaayoon_isaanii milkaahuu dhabe malee hawwiin isaanii #fagoo_ture.
Kaayyoo #Aatseewwanii #dhugoomsuuf dhama'aa jiruu (biyya takka, #amantaa #takka sunis #Ortodoksii isa jedhu).

#አላማቸው_ባይሳካም ነገር ግን ምኞታቸው #ሩቅ_ነበር
#የአጼዎችን (አንድ ሀገር  #አንድ_ሃይማኖት ይህችም #ኦርቶዶክስ ናት) የሚባለውን አላማውን #እውን ለማድረግ #እየጣሩ ነው።

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
#Magaalaa_Shaashamannee
#Halqaa_Ilmii_sheek_Habiib.

#Godina_Arsii_Lixaa, Magaalaa #Shaashamanneetti, #Guyyaa 23/05/2024 or 15/09/2016tti Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, barattootaa Diin Halqaa Shek #Habiib_Leencaatiif salaata Zuhrii booda hanga Asraatti ture kennuun, haala bareedan xumuruun gallee jirraa, Alhamdulillaah.


https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
2024/05/25 02:22:31
Back to Top
HTML Embed Code: