Telegram Group & Telegram Channel
Hiikkaa Qurโ€™aanaa Suuraa Al Qadr 97
#Hiikkaa Qurโ€™aanaa Suuraa Al Qadr

๐ŸŽ™Sh/Rashaad โณ 1.5 MB ๐ŸŽต 6:11

๐Ÿ“œใ€BOQONNAA MURTEEใ€‘๐Ÿ“œ

เฅฆ ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ุฑุญูŠู…

#Maqaa Rabbii Arrahmaan, Arrahiim ta'eenin (jalqaba)

1 ) ุฅูู†ู‘ูŽุง ุฃูŽู†ุฒูŽู„ู’ู†ูŽุงู‡ู ูููŠ ู„ูŽูŠู’ู„ูŽุฉู ุงู„ู’ู‚ูŽุฏู’ุฑ
โ‘ #Nuti halkan murtii keessa isa(qur'aana) buufne.}

2) ูˆูŽู…ูŽุง ุฃูŽุฏู’ุฑูŽุงูƒูŽ ู…ูŽุง ู„ูŽูŠู’ู„ูŽุฉู ุงู„ู’ู‚ูŽุฏู’ุฑู

โ‘ก#halkan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise? }

3) ู„ูŽูŠู’ู„ูŽุฉู ุงู„ู’ู‚ูŽุฏู’ุฑู ุฎูŽูŠู’ุฑูŒ ู…ู‘ูู†ู’ ุฃูŽู„ู’ูู ุดูŽู‡ู’ุฑู

โ‘ข#halkan murtii ji'oota kuma irra caalti.

4) ุชูŽู†ูŽุฒู‘ูŽู„ู ุงู„ู’ู…ูŽู„ุงุฆููƒูŽุฉู ูˆูŽุงู„ุฑู‘ููˆุญู ูููŠู‡ูŽุง ุจูุฅูุฐู’ู†
ู ุฑูŽุจู‘ูู‡ูู… ู…ู‘ูู† ูƒูู„ู‘ู ุฃูŽู…ู’ุฑู

โ‘ฃ#Maleeykonnii fi Hafuurichi (Jibriil) isii keessa hayyama Gooftaa isaanitiin ajaja hunda irraa (qabatanii) bu'u.}

5) ุณูŽู„ุงู…ูŒ ู‡ููŠูŽ ุญูŽุชู‘ูŽู‰ ู…ูŽุทู’ู„ูŽุนู ุงู„ู’ููŽุฌู’ุฑู

โ‘ค#isiin (halkan murtii) hanga ifti barii (fajriin) ba'utti nagaa taati (sheeyxaanni isii keessatti sharrii (miidhaa) dalaguu hin danda'u. }

#Ji'oota kuma caalti: kana jechuun ibaadaan halkan sana keessa hojjatamu ibaadaa ji'oota kuma yookaan waggoota 83 ol hojjatamu irra caalmaa qaba jechuudha. rabbi nu haa milkeessu.

tg-me.com/risalaTube/1761
Create:
Last Update:

BY Al-risala-tube

Warning: Undefined variable $i in /var/www/tg-me/post.php on line 280

Share with your friend now:
tg-me.com/risalaTube/1761

View MORE
Open in Telegram

Al risala tube Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Chinaโ€™s stock markets are some of the largest in the world, with total market capitalization reaching RMB 79 trillion (US$12.2 trillion) in 2020. Chinaโ€™s stock markets are seen as a crucial tool for driving economic growth, in particular for financing the countryโ€™s rapidly growing high-tech sectors.Although traditionally closed off to overseas investors, Chinaโ€™s financial markets have gradually been loosening restrictions over the past couple of decades. At the same time, reforms have sought to make it easier for Chinese companies to list on onshore stock exchanges, and new programs have been launched in attempts to lure some of Chinaโ€™s most coveted overseas-listed companies back to the country.

Al risala tube from us

Telegram Al-risala-tube
FROM USA