Telegram Group & Telegram Channel
Hiikkaa Qurโ€™aanaa Suuraa Al Qadr 97
#Hiikkaa Qurโ€™aanaa Suuraa Al Qadr

๐ŸŽ™Sh/Rashaad โณ 1.5 MB ๐ŸŽต 6:11

๐Ÿ“œใ€BOQONNAA MURTEEใ€‘๐Ÿ“œ

เฅฆ ุจุณู… ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฑุญู…ู† ุงู„ุฑุญูŠู…

#Maqaa Rabbii Arrahmaan, Arrahiim ta'eenin (jalqaba)

1 ) ุฅูู†ู‘ูŽุง ุฃูŽู†ุฒูŽู„ู’ู†ูŽุงู‡ู ูููŠ ู„ูŽูŠู’ู„ูŽุฉู ุงู„ู’ู‚ูŽุฏู’ุฑ
โ‘ #Nuti halkan murtii keessa isa(qur'aana) buufne.}

2) ูˆูŽู…ูŽุง ุฃูŽุฏู’ุฑูŽุงูƒูŽ ู…ูŽุง ู„ูŽูŠู’ู„ูŽุฉู ุงู„ู’ู‚ูŽุฏู’ุฑู

โ‘ก#halkan murtii maal akka ta'e maaltu si beeksise? }

3) ู„ูŽูŠู’ู„ูŽุฉู ุงู„ู’ู‚ูŽุฏู’ุฑู ุฎูŽูŠู’ุฑูŒ ู…ู‘ูู†ู’ ุฃูŽู„ู’ูู ุดูŽู‡ู’ุฑู

โ‘ข#halkan murtii ji'oota kuma irra caalti.

4) ุชูŽู†ูŽุฒู‘ูŽู„ู ุงู„ู’ู…ูŽู„ุงุฆููƒูŽุฉู ูˆูŽุงู„ุฑู‘ููˆุญู ูููŠู‡ูŽุง ุจูุฅูุฐู’ู†
ู ุฑูŽุจู‘ูู‡ูู… ู…ู‘ูู† ูƒูู„ู‘ู ุฃูŽู…ู’ุฑู

โ‘ฃ#Maleeykonnii fi Hafuurichi (Jibriil) isii keessa hayyama Gooftaa isaanitiin ajaja hunda irraa (qabatanii) bu'u.}

5) ุณูŽู„ุงู…ูŒ ู‡ููŠูŽ ุญูŽุชู‘ูŽู‰ ู…ูŽุทู’ู„ูŽุนู ุงู„ู’ููŽุฌู’ุฑู

โ‘ค#isiin (halkan murtii) hanga ifti barii (fajriin) ba'utti nagaa taati (sheeyxaanni isii keessatti sharrii (miidhaa) dalaguu hin danda'u. }

#Ji'oota kuma caalti: kana jechuun ibaadaan halkan sana keessa hojjatamu ibaadaa ji'oota kuma yookaan waggoota 83 ol hojjatamu irra caalmaa qaba jechuudha. rabbi nu haa milkeessu.

tg-me.com/risalaTube/1761
Create:
Last Update:

BY Al-risala-tube

Warning: Undefined variable $i in /var/www/tg-me/post.php on line 283

Share with your friend now:
tg-me.com/risalaTube/1761

View MORE
Open in Telegram

Al risala tube Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

What is Telegram?

Telegramโ€™s stand out feature is its encryption scheme that keeps messages and media secure in transit. The scheme is known as MTProto and is based on 256-bit AES encryption, RSA encryption, and Diffie-Hellman key exchange. The result of this complicated and technical-sounding jargon? A messaging service that claims to keep your data safe.Why do we say claims? When dealing with security, you always want to leave room for scrutiny, and a few cryptography experts have criticized the system. Overall, any level of encryption is better than none, but a level of discretion should always be observed with any online connected system, even Telegram.

Look for Channels Online

You guessed it โ€“ the internet is your friend. A good place to start looking for Telegram channels is Reddit. This is one of the biggest sites on the internet, with millions of communities, including those from Telegram.Then, you can search one of the many dedicated websites for Telegram channel searching. One of them is telegram-group.com. This website has many categories and a really simple user interface. Another great site is telegram channels.me. It has even more channels than the previous one, and an even better user experience.These are just some of the many available websites. You can look them up online if youโ€™re not satisfied with these two. All of these sites list only public channels. If you want to join a private channel, youโ€™ll have to ask one of its members to invite you.

Al risala tube from ru

Telegram Al-risala-tube
FROM USA