Telegram Group Search
Mee #AFOOLA hoggaa mooyyee talaantalanii fi qooshaa daakan ittiin wal mirqaansanii fi waliin onnachiisan waan yaadattan as jala kaayaa wal barsiifnaa.

Walaloo DIKKOO faa as darbaa.

Halasnaa Bordoddee
Haloo Anooleedhaa
Simaabaluu Ciroo
Ta Mudhii Uleedhaa
Yaa Calanqoo Lolaa
Calanqoo Caliidhaa
Waa dheengaddaa mitii
Arraamii kaleedhaa
Kaleen arraa mitii
Anattuu ammalleedhaa

Elemtuu Diida Niinnii
Jabbiin jalaa duutee
Gogaa jabbii sanii
Jabbii biraa gootee
Toolchi ni toolchinaa
Jabbiimii toleedhaa
Obsi ni obsinaa
Dubbiikka maleedhaa

Sa mooyyeen maali na seete
Ta nyaatteen dhuuyne na seetee
Ta daayteen baafne na seetee
Ta fixxeen galle na seetee
Ta kulkaan baane na seetee
Ta kurkaan baafne na seetee....itti guutaa...

Moonenus Abdureman

@sammuukeef
Forwarded from BURQAA BEEKUMSAA
๐Ÿ…พ๐ƒ๐”๐”  ๐Ÿ…ฐ๐Œ๐Œ๐„๐„

Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofatu Hafee #999 Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde

Abbaa Caarraa Ta'aa
Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐Ÿ’ (Shamil N Mohammed)
Obboleettii too
****
Maaliif...?
Maaliif..?

Maaliif suuraa tee dhiiraaf Raabsita ? Ati nama suuraadhaan madaalamuu ?

Maaliif bilbila keenniteefii akka mucaan sirratti dawwalee waan fedhe siin jedhee khabaja kee xiqqeessu maaliif goota ? Suuraa tee yoo erguu baatte bilbila kee erguu yoo baatte xiqqeenyi simudatu maali? Manattiin hafaa jaarsaan dhabaa ani nama rakisha jechuutu sitti dhagahamee ? Akkas sitti fakkaatee ?

Wallaahi Jaarsa hin dhabdu dhabuu yoo rabbiin sitti murteesse malee.
Ati nama rakishaa miti garuu rakishummaan kee guyya ati suuraafi bilbila kee daangaa dabartee dhiiraaf raabsuu eegalte irraa akka eegalu beeki.

Mucaan inta baalagee ollaa isaanii jirtu tan bakkaafi yeroo inni yaametti itti dhuftu san dhiisee siwajjiin wal baruuf maaliif rakkata ?

Eeyyeen

Eeyyeen isii San xureessee jira ati qulqulluu waan taateef sixureessuuf dhufe akkasitti beekteeti qulqullummaa tee qabattee turta moo namusa kee guyyaa tokkoon dhabdeeti dikerratti gatamta?

Maaliif ?

Maaliif Gurbaan durriyyeen kaleessa si eegale sun intala sidura wajji deemuu ture San maaliif dhiisee siin wajji walbaruu barbaade ? Ta isii San duraa San hoo eessaan gahee dhiise ?

Waan biraatiifii miti!

Wanni inni ta kaleessaa San dhiisee si eegaluu barbaadeef namni fooxaa xuraawaadhaan harka hin qulqulleefatu intalti qulqulluu waan turteef kaleessa hiriyaa godhate itti fayyadame waan fedhu jedheenii bakka garaa isaa gahee jira.

Arra immoo ciree oowwaa irraa hin sooratamin soorachuu waan barbaadeef gama kee dhufe arra si nyaatee boruuf ciree hoo'aa biraa barbaaddachuuf akka jiraatu hin dagatin.
Ani dubartiin jaaladhu ta namaatu najalaa xureeessa jedhee as keessaan ergaa dabarsaafii jiru qabaadhuu baadhullee dubartii durriyyeen cireefii laaqana godhachuuf qofa itti taphataa jirtu arguun waan nagaddisiisuufiin dubbadhe.

Yoon isin mufachiise dhiifama naaf godhaa๐Ÿ™.

Kanan Argerraan isiniin waa jedhe!
~~
Galatoomaa.
Shamil N Mohammed
~~
@orolovechats
Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐Ÿ’ (Shamil N Mohammed)
Bara 2007 keessa jaarsaa fi jaartiin lammii Bosniyaa tahan bakka ciisichaa isaanii hogguu ciisanitti walirratti janajjanaa turan. Wal dhukataniitii beeki. Isaan lachuu wal dhukatanii nama janajjanan qunnamuuf adda addaan fafakkeessaa walirratti hojjetanii guyyaa beellamaa qabatanii wal biraa yaa'an. Jaartiiniis bakka biraatiin ka janajjantu san birattu hogga kuttu, jaarsinis gama biraatiin ta janajjanu biratti kute. Garuu hogga bakka beeylamaa gahan isaanuma lamaantu wal dhukatee waljanajjanaa jira. Akkasitti wal hiikan๐Ÿซฃ๐Ÿ˜‚

@orolovechats
Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐Ÿ’ (Shamil N Mohammed)
Si eegee dadhabee...๐Ÿ’”โœ‹๏ธ

An siifan wargama
Siifan haafa buta,
Dursummaa siif kenneen
Waa'eekeef mugguta

Oolmaaf bultiikoottan
Ajandaa si godha,
Nadhii jaalalakeen
Hoggayyuu unadha

Siifan namaan lola
Siifan mataa caba,
Hamiif gurra lageen
Gaariikee lallaba

Ani si waliinan
Borii kiyya yaada,
Ofiikoo siif kenneen
Kee ta'uu barbaada

Ta'us...
Ati yaadni kankee
Faallaa yaadakootii,
Onneenkee na miti
Nama biraa feeti!

Garuu...
Kan qalbiikee fuudhe
Gurbaan ati feete,
Innati watwaatteef
Na jaallata seetee;

Innis qabameera
Karrisaa cufaadha,
Kan leexummaan hafe
Anaaf si duwwaadha.

Ammayyuu...
Durfamuukee osoo beektuu
Yaadnikee isatti hidhameera;
Anis si eegee dadhabee
Daandii biraarra deemeeraโœ‹๏ธ

โœ๏ธ Abdii Tafarii
12/5/2016, Malkaa Gafarsaa, Buraayyuu, Shaggar

@orolovechats
@dhwalaloo
Forwarded from Walaloon Jaalala (YW Kachu) via @like
Dur...
Jaalalan siif qabu toora galcheen ibsu.
Humnoota wayiitu keessa kootti tiksu!

Har'a
Jaalalan sii qabu toora galchee ibsuuf,
Na keessa baddeetta anumaanuu jigsuuf!

Sababa
Dubbiin arrabakoo gad hin bahiin hafe,
Osoon guyyaa eeguu orma waliin rafe๐Ÿ˜ข

Daraartuu Beekaa
@Walaloon_Jaalala
Osoon onnee sif laadhe
Sagal kufee siif cabuu
Garan Kee Amma kana
Nattii jabachuu-n qabu

Kennaa waqatti male
Jaalalli hin qabuu cubbu
Onnerran sii jaladhaa
Tolee naaf jedhi lubbu

Dayimendi Yoon dhabes
Isa gaatiin Isaa cimaa
Onnerran sii jaladhaa
Jilbefadheen sitti himaa

Murtessan warqii mitim
Warqee isa gatii jabaa
Jalaala dhugaa tanan
Abaaboonuu hiika qaba

@Jaalala_qulqulluu
@dhwalaloo
Waan kana:-
1. Hin aarin, if qabi.
2. Yeroo hin qisaasessin.
3. Waan fedhe haa tahu guyyaa hin rafin.
4. Jechoota babbadaa gonkuma hin fayyadamin.
5. Daangaa kee beeki, daangaa eeggadhu.

Khalaas!๐Ÿ™

Shamil N Moohammed

@sammuukeef
Assalaamu alaykum brothers and sisters, RAMADAN MUBARAK!!!

Alhamdulillah Ramadan is upon us once again! May Allah allow us all to make the most of this amazing month - Aamiin! - suma Aamiin๐Ÿคฒ.

Alhamdulillaah.

@Sammuukeef
Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐Ÿ’ (Shamil N Mohammed)
โ„น๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             โ‡ฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start godhaa

https://www.tg-me.com/hulepay_official_bot?start=r03473066595

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
๐€๐“๐”๐Œ๐“๐ˆ

โ™ฅ๏ธŽ๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐ ๐ฎ๐›๐š๐š ๐ช๐š๐›๐๐ฎ
๐ƒ๐ž๐๐๐ž๐ž๐›๐ข๐ญ๐ž๐ž ๐๐ก๐ฎ๐ ๐š๐š ๐๐ก๐š๐›๐๐ฎ

๐ƒ๐ก๐ข๐›๐ž๐ž๐ค๐ž๐ž ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐๐ก๐จ๐ค๐ฌ๐ข๐ญ๐ž๐ž
๐ ๐ฎ๐›๐š๐š ๐›๐š๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐ค๐š๐ง ๐จ๐›๐ฌ๐ข๐ญ๐ž


๐Œ๐ข๐ฅ๐ค๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐š๐š๐ง๐๐ข๐ข ๐ฌ๐š๐ ๐š ๐ช๐š๐›๐๐ž๐ž
๐‡๐ฎ๐ง๐๐š๐š ๐ฒ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ž๐ž ๐ ๐š๐ฅ๐ฆ๐š ๐๐ก๐š๐›๐๐ž


๐†๐š๐š๐ซ๐š ๐ฒ๐š๐š๐›๐๐ฎ๐ฌ ๐ ๐จ๐๐š๐ฌ ๐›๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ž๐ž
๐Š๐š๐ง ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข๐ค๐ž๐ž ๐ ๐š๐๐๐ข ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ž


๐†๐ฎ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐š๐ฆ๐ž๐ž ๐ค๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐ค๐ž๐ž
๐ค๐š๐ง ๐Œ๐š๐๐š๐š ๐›๐š๐š๐ญ๐ฎ ๐ ๐š๐ซ๐š๐š๐ง๐ค๐ž๐ž


๐”๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข ๐œ๐ข๐ฅ๐ž๐ž ๐œ๐š๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ
๐Š๐š๐ง ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ค๐ž๐ž ๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ข๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐ฎ

๐‚๐š๐›๐›๐ข๐ข๐ง ๐ฒ๐š๐š๐๐š๐š ๐ค๐š๐ง ๐ฌ๐ข๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ž
๐๐š๐ฆ๐ง๐ข ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข๐ค๐ž๐ž ๐ฌ๐ข๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ž


๐’๐ข๐ข๐Ÿ๐š๐ง ๐๐ก๐š๐š๐ฆ๐š๐š ๐๐ก๐š๐ ๐ ๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐๐ก๐ฎ๐ฎ
๐ƒ๐ก๐š๐š๐ฆ๐ฌ๐š ๐ค๐ข๐ฒ๐ฒ๐š๐ฌ ๐ช๐š๐ฅ๐›๐›๐ž๐ž๐Ÿ๐Ÿ๐š๐๐ก๐ฎ

๐‘๐š๐ค๐ค๐จ๐จ๐Ÿ ๐ซ๐š๐ค๐ค๐ข๐ง๐š ๐๐š๐ง๐๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž๐ž
๐‡๐ฎ๐ง๐๐š๐š ๐›๐š๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ž ๐ค๐š๐ง ๐š๐ฌ ๐ ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ž


๐’๐ข๐ข๐Ÿ ๐ฐ๐จ๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐ฎ๐ฌ ๐Ÿ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐Ÿ ๐จ๐ซ๐ฆ๐ข
๐‡๐š๐ซ๐ค๐š๐ง ๐ฅ๐š๐š๐ญ๐ข๐ง ๐๐ข๐๐ข๐ข ๐ฆ๐จ๐ซ๐ฆ๐ข


๐Š๐ฎ๐Ÿ๐š๐š๐ญ๐ข๐ข๐ค๐ž๐ž.๐š๐ซ๐ซ๐š๐š ๐ข๐ฅ๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ž๐ž
๐‡๐ข๐ง ๐ฃ๐ข๐ซ๐š๐š๐ญ๐ข๐ง ๐ฌ๐จ๐๐š๐š ๐๐ก๐š๐š๐ฅ๐ญ๐ž๐ž


๐‡๐ข๐ง ๐“๐š๐š'๐ข๐ง ๐ฒ๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐ ๐ฎ๐Ÿ๐š๐๐ก๐ฎ
๐ฐ๐จ๐ซ๐ช๐ข๐ข ๐š๐ค๐ค๐š ๐ญ๐š๐š๐ญ๐ž๐ฌ ๐ก๐ฎ๐›๐š๐๐ก๐ฎ

๐ˆ๐›๐ข๐๐๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐ค๐š๐ง ๐๐š๐ซ๐›๐ฎ
๐ˆ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐ฎ๐›๐š๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐š๐ง ๐ฆ๐š๐ซ๐ ๐ฎ

๐–๐จ๐ซ๐ช๐ข๐ข ๐ญ๐š'๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐š๐ ๐š๐ญ๐ข๐ง
๐ค๐š๐ง๐š๐š๐Ÿ ๐ฒ๐š๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐›๐š๐ช๐š๐ญ๐ข๐ง


๐๐จ๐ซ ๐š๐ค๐ค๐š ๐ฌ๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐š๐ซ๐›๐ฎ ๐›๐ž๐ž๐ค๐ข๐ข
๐€๐›๐๐ข๐ข๐ง๐ค๐ฎ๐ญ๐ข๐ง ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐ž๐ž๐ ๐ข๐ข.
.................
๐‘ฌ๐‘ฌ๐‘ฉ๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ ๐‘ด๐‘จ๐‘จ๐‘ด๐‘ด๐‘จ๐’๐‘ฌ๐‘ฌ๐‘ต.

๐‘บ๐’‚๐’‚๐’“๐’Š๐’“
.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Historical Marriage ๐Ÿ˜
Gaa'ela seenaa galmeesse
Conjoined Twins Married a Man ๐Ÿ˜˜
Lakkuuwwan walitti qabatanii dhalatan, kan mata lama qaban, qaamni hafe hunduu garuu tokko ykn kan walii kan ta'e kaleessa gaa'ela godhatan!

Utuu gaaffiin waa'ee lakkuuwwan kanaa gaafatamee hedduudha, kanaaf cal jedhanii Ameen jedhanii gaafficha liqimsuun gaariidha ๐Ÿ˜˜
Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐Ÿ’ (Shamil N Mohammed)
Game taphachuu, Video ilaaluu fi Survey (Gaaffi Garaa garaa deebisuun) bilbila harkaa keessan fayyadamtanii qarshii Hejjechuuf Kan gargaaru app kana Link Tuquudhaan Seentanii Buufachuu dandessu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://moneyeasilyune.buzz/35600434032404/?s=tg

#Ad
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Rammis Bank.
1: Chief Corporate Services Officer
Skill and educational background
Masterโ€™s Degree in Economics, Management, Finance, Accounting, Marketing, international trade or other Business related fields Or B.A Degree in Economics or Management or Finance or Accounting or Marketing or international trade and other Business related or equivalent with 10/12 years of banking experience (relevant experience in finance, HR and Procurement) respectively.


Place of work: Addis Ababa
2: Director Strategy And Business Development
Skill and educational background
MA/B.A Degree in Economics or Management or Finance or Language and Literature or Secretarial Science and Office management and/or other Business related fields with 7/9 years of banking experience respectively of which 3 years in a senior executive administrator/ executive administrator role/Administrative assistance II.



Place of work: Addis Ababa
3: Director Human Resource
Skill and educational background
Masterโ€™s Degree in Human resource, Management, Finance, Accounting, Marketing, international trade or other Business related fields Or B.A Degree in Economics or Management or Finance or Accounting or Marketing or international trade and other Business related or equivalent with 8/10 years of banking experience (relevant experience in HR) respectively of which 3 years in a senior management/manager role.

Place of work: Addis Ababa
Salary and benefits: As per the scale of the bank
Closing of Application: April 9, 2024
Note:
Interested applicants who only fulfill the set requirements are invited to apply via email address [email protected] and required to attach application, degree documents, curriculum vitae, work experience and other necessary credentials within seven consecutive days from the date of vacancy announcement.
The bank has full right to cancel or take any other alternative with regards to the vacancy announcement.
Only shortlisted applicants will be communicated for interview and exam.
All documents should be scanned in pdf or docx formats only and size of the documents should be less than 2.5 MB.
Single applicant should have to send only one time by listing different cities interested on application for different
Forwarded from Dhaamsa Jaalalaa ๐Ÿ’ (Shamil N Mohammed)
Game taphachuu, Video ilaaluu fi Survey (Gaaffi Garaa garaa deebisuun) bilbila harkaa keessan fayyadamtanii qarshii Hejjechuuf Kan gargaaru app kana Link Tuquudhaan Seentanii Buufachuu dandessu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://moneyeasilyune.buzz/35600434032404/?s=tg

#Ad
Forwarded from Walaloon Jaalala (YW Kaachuu)
Maal yakkite,

Isa hubatte,
Dhugaa dubbatte
Isa argite,
Dabaan falmite,
Haqaaf harqite...

(malee)

Maal balleessite?

Daandii irra dhufte jabeessite,
Balaa dukkana jalaa addeessite
Namoomaaf of kennitee dalagde
Oromummaaf umuriikee adabde
Lammiif dhormite,
Finnaaf mormite...

(malee)

...
Hidhaan sin teessifne
Reebichi sin deebisne
Jiiltee dabooma hin horre
Naatee qabsoorraa hin gorre
Keessikee,
qananii dhuunfaarra kan sabaa ilaala
Kanaaf,
Umurii jiraatterra kan hiraartetu caala!
....
Qalbiinkee
har'a miireffata,
kalee wabeeffata
Ijjikee,
borutti xiyyeeffata
Egeree xiiqeffata
Arrabnikee,
dhugaa tiksa
beekumsa labsa
...
Ati,
mogolee kaayyooti
duub-jiree qabsooti
Irbuu utubda
Sabaaf dhukkubda
Sanuu lallabda!
Sobdee hin kabeebsitu
Lammii hin madeessitu
Amanteekee hin hir'istu
Waan hinjirree hin tirsitu
Mararaa haati deesse,
Oftaateet har'a geesse!
...
Kan du'a siif gumaachan
Kan boo'a nutti galchan
maal hanqifte?
maal yakkite?
Dhugaaf buluun dabaa?
Oromoo ta'uun adabaa?
Beekaa, hubataa, ciichaa akkakeen ala,
Jireenyihoo eenyu-eenyuuf mala?
โ€˜Biyyiโ€™ ija-ija namaa adamsitu,
Eenyuufi kan qaccee dabarsitu?
Qalbiin gameessatti garaa jabaattu,
Jaarraa meeqa kan oljettee jiraattu?
(Ayii)
...
Ati,
qaroo qaraa qabu,
Anaa dhabu!
* * *
Kanaa'ol Badhaadhaa ,
@Walaloon_Jaalala
2024/04/25 06:50:47
Back to Top
HTML Embed Code: