Telegram Group Search
Forwarded from Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Yoomiyyuu Moosisaa)
Dargaggoo Gumii Suurichoo erga hidhamee baatiiwwan lama tahus hanga ammaa M/nutti hin dhiyyaatiin jira.

Dargaggoo Gumii Surichoo kaampii waraanaa Godina Negellee Booranaatti hidhamee akka jiruu fi maatiin isaallee dubbisuu akka dhorkaman odeeffanne.

Waaqayyo isa gargaarinnaa !
Jirtuu jaallan wabii biyyaa ❀
Rakkoo techinikaa yeroodhaaf nu mudaaten toora irraa waan banneef dhiifama jechaa amma toora iirratti deebinee jirra

#WBO
Forwarded from Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Yoomiyyuu Moosisaa)
Gootni wareegamus seenaan isaa ni jiraata!
Qondaalli siyaasaa fi falmaan mirga Namoomaa Jaal Battee Urgeessaa ajjeefamee haqni isaa dhabamus seenaan isaa dhalootaan tarree gootota Addunyaatti kaayame!

Suuraa fi seenaa Jaal Battee, Jenevaa, iddoo WaajjirriMuummee (Headquarters)#UN jiru iddoo Embassawwan heddun jiru kahame.
Warri waan kana hojjettan hedduu galatoomaa!

Akkuma isin Jaal Battee yaadattanii kana dalagdan seenaan isin haa yaadatu .
Beekkadhu, of eeggadhu!

1.Diinni kee hammaataan nama hiriyaa kee ture. Keessa kee waan beekuuf karaa cinaacha dadhabina keetiin sitti seenee si miidhaa of eeggadhu!

2.Firaafi hiriyyoonni kee gaafa ati waa harkaa qabdu si marsu; caalaa si jaalatu. Gaafa ati waa harkaa dhabdu fuula sitti guuruu jalqabu. Hedduun isaanii immoo dugda sitti naannessu.

Hedduun ilmaa namaa gaafa ati aangoo yookiin horii qabaatte si marsa. Gaafa ati achirraa gadi buute asi garagalanii si hinilaalan. Kanaaf waan harkaa qabdu tikfadhu!

3. Waan sirriidha jettee itti amante hojjadhu. Namni ati waan  feete hojjattus, dhiiftus waan kee dubbachuu hindhiisu. Cimtus cimina kee keessa dadhabina kee barbaadu. Yaraa taatus dadhabina kee malee sababa dadhabina kee kan odeessu hinjiru.

Oduu namaatiin sochoota taanaan akka kubbaa dhifamaa deebitee dhommoqxee lafa buuta. Akka namaatti osoo hintaane akka keetti of ta'ii jiraadhu! 
Bobbaa Irbuu Shinniggaan WBOn zoonii Madda Albuudaa injifannoo boonsaa galmeessun
~63 yoo dacheen makuu
~47 refer gara Bireetti erguun
Meeshaa ammayyaa
~AKM 24
~PKM 2 dhuunfachun imala isaa itti fufee jira.
IUOf
π™’π˜½π™Š π™’π™–π™‘π™žπ™žπ™£ 𝙁π™ͺ𝙑𝙙π™ͺπ™§π™–π™©π™©π™ž
Aanaa #Amuruutti haleellaa hidhattoonni raawwataniin namoonni sadi ajjeefaman

Naannoo #Oromiyaa godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruutti haleellaa hidhattoonni Roobii darbe raawwatamiin lubbuun namoota sadi darbuu jiraattotni himan.

Barsiisaa tokko dabalatee namoonni ajjeefaman kunneen motor saayikiliin aanaa Kiiramuu irraa gara magaalaa Agaamsaa imalaa akka turan jiraattonni himaniiru.

Bulchaa Itti-aanaa Aanaa Amuruu kan ta’an Obbo Qixxeessaan, haleellaa aanaa Amuruu fi aanaa Kiiramuu gidduu iddoo Gonkaa jedhamutti raawwatameen namoonni sadi ajjeefamuu DW'tti mirkaneessaniiru.

Eenyummaa hidhattoota kanaa ifatti osoo hin ibsiin, "hidhattoonni kunneen naannawaa ollaa irraa daangaa ce'anii galuun haleellaa raawwatanii deebi'u" kan jedhan aanga'aan kun, rakkoo nageenyaa kana furuuf akka aanaa Amuruutti duulaan hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.
Dararaa fi hacuuccaa Sinoodosiin kiiloo 5 Biyya Oromiyaa fi Ummata Oromiyaa irraan gahaa jiru ni balaaleffanna jechuun Qulqulluun Sinoodosii Oromiyaa teessoo Pheexiroos beeksise

https://youtu.be/ARWvs7nGBWY?si=04-F1oPtQzUxkKYb
Hidhaa bifa haaraan……

Mootummaan aangoo of irraa qabu ppn bifa haaraan namoota Marii Biyyaalessaa irratti gufuu tahuu dandahu jedhuun hidhaa jimilaa akka adeemsifamu ajajni kaabinoota godinaafi aanaaf kennamee jira.
Namoota hidhamaniif kaampiin addatti bakka tursiisaa qophaayeef akka jirus odeessi arganne ni ifoomsa.
Gufuu Marii Biyyaalessaa warra tahan jechuun addatti Miseensota ABO fi KFO dabalatee namoota pp hin leellisne hunda bifa addaan gara kaampii tursiisaatti akka geessan odeessi keessoo pp irraa arganne ni ifoomsa.

Hidhaan amma bifa addaan Warreen gufuu Marii Biyyaalessaa jedhamuun eegalu kun hanga Filannoon dhufu gaggeeffamutti namootni tohataman akka turuu qabanis murteen darbee jira.
Injifannoo WBO Zoonii Bahaa
Magaalaa guddoo godina Harargee lixaa Cirootti tarkaanfii guggubduu humna diinaarratti fudhateen Injifannoo boonsaa galmeeysee jira.
Eeruu

Shaggar Bahaa Karrayyuu Fantaallee fi Harargee Lixaa aanaa Ancaar irraan pp'n wal qunnamtee duula (operation) goona jechaa jirti.

Jaallan dammaqiinsaan socho'aa
https://www.tg-me.com/daandii_wbo


Group kuni group ummataati group kana keessatti maarii fii namoota afferuun dirqama oromummaa keessan bahadhaa❀

#WBO
#Oromiyaa

https://www.tg-me.com/daandii_wbo
#Oromia_region


Harargee Bahaa aanaalee jaha keessatti gogiinsi hamaan mudateera.

A severe drought has occurred in six districts of East Hararge.
Ejjennoon keenya hanga dhumaa biyya walabaati!

#WBO
#share gochuun dirqama oromummaa bahadhaa
2024/09/25 04:00:19
Back to Top
HTML Embed Code: