Telegram Group Search
Channel created
Messages in this channel will no longer be automatically deleted
Jirtuu jaallan
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Gondar Dagaa Daamot keessatti tarkaanfii Faannoon RIB irratti fudhataniin lubbuun hedduun darbeera
Forwarded from Arraata Biyyoolessa Oromiyaa ((Gumaa))
๐™„๐™ฃ๐™Ÿ๐™ž๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค ๐˜ผ๐™ข๐™ช๐™ง๐™ช๐™ช
Humni bakakkaa birgeedi
Galgala kana humna waraana pp ooralii tokkoo guutumma ishee Irraa rukuchuun dhuunfateera!
Shirri Irreecha akka ummatni hedduminaan bahee hin irreeffanneef xaxamaa jiru Bishooftuu keessatti eegalee jiraachuu agarsiiftuuwwan mulโ€™ataa jiru.

Irreecha Ibsituu Eenyummaa Oromummaa kan tahe Ummatni Oromoo akka bahee hin irreeffatamneef shira gama kamiin xaxamu ummatni waloon saaxilee Irreecha nagaa fi jaalalaa tahuu mulโ€™isuu qabaan dhaamsa keenya.
Forwarded from Arraata Biyyoolessa Oromiyaa (OROMOROOT๐Ÿ”ฅ๐Ÿ’ฃ)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Abboo lalii WBO This weapon was taken from regime soldiers by OLA.
Haal duree marii araaraf jecha Jaal   Marroon biyyaa wan hin jirreef lola eegalla qaama jedhuuf lola ijaan agartan hin beekne isiin agarsiisuf nunis qophii dha jechutti jiru jaallan hoggaansa garaagararraa jiran. Kanaaf hawwaasi kan duriirra of eeggannoon socho'aa.
#๐™’๐˜ฝ๐™Š_๐™’๐™–๐™ก๐™ž๐™ž๐™ฃ_๐™๐™ช๐™ก๐™™๐™ช๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž
#๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ž๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ_๐˜ฝ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–
Forwarded from Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Yoomiyyuu Moosisaa)
Tarree alabaa biyyoota Addunyaa si dhaabuuf kumaa kitilatu kaayyoo ABO jalatti kufaa jira.

Oromiyaan Biyya!
๐Ÿ”— Liinkin affeerraa kesssani โฌ‡๏ธ ๐Ÿ”—
https://www.tg-me.com/bestOnline_market_bot?start=r0012083974


#share join gochuun wbo jabeessudha!
Forwarded from Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Yoomiyyuu Moosisaa)
Dargaggoo Gumii Suurichoo erga hidhamee baatiiwwan lama tahus hanga ammaa M/nutti hin dhiyyaatiin jira.

Dargaggoo Gumii Surichoo kaampii waraanaa Godina Negellee Booranaatti hidhamee akka jiruu fi maatiin isaallee dubbisuu akka dhorkaman odeeffanne.

Waaqayyo isa gargaarinnaa !
2024/03/29 03:51:45
Back to Top
HTML Embed Code: