Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#መረጃ፦ጀግናውና የኦሮሞ ህዝብ አለኝታ የሆነው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በኦሮሞ ህዝብ ቁመት ልክ ሠራዉት መገንባቱን እንደቀጠለ ነው ዛሬ በደቡባዊ ዞን ማሠልጠኛ ማዕከል ያስመረቃቸው አዳዲስ ጀጀቤዎች በተለያዩ የፖለቲካና ወታደራዊ ሳይንሶች የሠለጠኑ ሲሆኑ ዛሬ ጧት በተካሃደው ምረቃም የተለያዩ ትርዒቶችን አሳይተዋል......በቀጠናው ያለውን ሥጋት ለማርገብ ኦሮሞ እንደ ህዝብ መደራጀት መሠልጠንና መራጠቅ አለበት ዛሬ። ኢምፓየሩቱ ለቀጠናው ሥጋት ሆናለች......ዛሬ የተመረቃችሁ ዕጩ ምሩቃንና አሠልጣኞች እንኳን ለዚህ በቃችሁ እንኳን ደስ አላችሁ ማለት እንወዳለን!!
Forwarded from Save Oromia 💪
Kan Dibata zayitii gaanfa keessaa qabu dura ba'eera ...ዘይቱን በቀንዲሉ የያዘው ከፊት ቀድሟል..በወሊሶ ታሪክ ተደግመዋል
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#inbox
Har'a Hoolota dhimmaaf deemeen tur!
waanan taajjabrn siif barreessa sobas miti. Yoo barbaadde suuralleen siif erga.
Namoota heeyyama baafatanii hojii dallaalaa hojjetan hojjetaa fi hojjechiisaa wal qunnamsiisan hunda irratti dhaabbata cufanii jiru. Maaliif jedhee gaafadhee jennaan "nama waraana deeman dhaabbanni hundi Shan shan akka fiddan jedhanii didnaan nurratti cufani" jedhan. Rakkoon Oromiyaa kun akkaan cimeera. Namoonni hojii barbaadan dubartooti daandiirra borsaa baatanii deemaa jiru. Mannaan dallaalaa fuundura dhiironnis dubartootis asiif achi darbaa jiru. Duraan borsaa isaanii dallaalota bira ol keewwatu, har'a baatanii jooru. Baay'een baadiyyaa kan dhufani, bakki bultiilleen rakkisaadha.
Ummata biraa ga'i!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Barattoonni kun yuunversiitii injibaaraa irraa utuu galaa jiranii faannoon namni 17 butamanii dhabamsiifamaniiru .

Barattoota dhabamsiifaman keessa suurri isaani kan argame kinoti!!

#መረጃ፦ኦሮሞ የሆኑ የእንጅባራ ዩኒቨርስቲ ተማሪዎች ለእረፍት ወደ ቤተሰቦቻቸው ሲሄዱ 17 ተማሪዎችን ፋኖ ተብዬው አፍኖ ተሰውሯል ተብሏል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#Inbox
  
Daa'immaan umriin xixiqqoo taa'aan Yoo waraanaa kibba Oromiyaa irraa dhufaan Kan shaskisoof Gooroo Doolaa  iyyaa fi bo'iichii yoo adoola seenaan konkolaatarraa dhaga'aama..
Bakka bulchanitti , warra bo'ee Nama 20 fi warraa baduuf yaalee qabamee nama 14  nama 34 bakka tokkootti rashanamee  reeffi isanii kaambii keessa jira.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#inbox

በዕድሜ ትንንሽ የሆኑ ልጆች ወደ ከደቡብ ኦሮምያ ሻኪሶና ጎሮ ዶላ እየጮኹና እያለቀሱ አዶላ ሲገቡ ከመኪናው ላይ ይሰማል ካሳደሯቸው ቦታ 20 ልጄች የሚያለቅሱ ለመጥፋት የሞከሩ 14 በጠቅላላ 34 በአንድ ቦታ ያለምንም ርህራሄ ረሽነዋቸዋል እሬሳቸው አሁንም እዛው ካምፕ ውስጥ ይገኛል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#inbox
Abuna Gindabarati irratti Akka namnii ijaan argee tokko natti himeetti RIB pp Lak.18 ta'a WBO bo'jiiee yeroo harka dubbatti hidhee ofuu ijaan argera gama ppn lolitoon pp akkuma barame Mana Qotee bulaa gubuu horii Ummata rasaassan fixa dhessaa jiruu gara duubaatti akka Fkn nama tokko jalaa sawaa 6 ja"a fixaniiru
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#መረጃ፦ዛሬ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዕዝ በቄሌም ወለጋ ዞን አንፊሎ ወረዳ አሼ ከተማ አስተዳደር ስር ልዩ ስሙ ከሸከሾ በተባለ ሥፍራ ላይ ለአሰሳ የወጣውን የፋሽስት ኃይል ድባቅ በመምታት በርካታዌቹን ሙትና ቁስለኛ ሲያደርግ ቁስለኛዋንና ሬሳዋን ጭናብአሺ ከተማ ገብታለች.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#መረጃ፦ሰሞኑን በሰሜን ሸገር ሰላሌ ዞን ድፕራ ወረዳ ላይ ፉን ፉን ስትል የነበረች ኃይል በነደምመላሽ(wbo) ተቀረጣጥፋ አልቃለች ባለፋው ጀግናው ሠራዊታችን ደገም ላይ ፋሽስቱን እንደቅጠል ሲያራግፈው 'አፍንጫ ሲመታ አይን ያለቅሳል ለካ' ብሂል መሠረት ገብታ የገበሬ ቤት ስታጋይ ጀግኖቹ የገባችበትን በመዝጋት ለወሬ ነጋሪ አለተረፈችም ተብሏል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Harargee bahaa A/malkaa-bal'oo m/haroowutti ppn darg.1 haala sukkaneessan ajjeeste!

#አሳዛኝ_መረጃ፦ዛሬ በምሥራቅ ሐረጌ ዞን መልካ በሎ ወረዳ ሀሮቲ ከተማ አስተዳደር ውስጥ ፋሽስቶቹ አንድን ወጣት በአሰቃቂ ሁኔታ ገለውታል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Gujii Baddaa Maagadaatti Ajajaa ishee waliin akka isheen dhuftetti keessuummeeseera leenci.

#መረጃ፦ዛሬም ፋሽስቱ ብልፅግና ሠራዉት በዳ ማገዳ ተብሎ በሚጠራው ጫካ ላይ ከአዛዧ ጋር መታ እንደ አመጣጧ ተስተናግዳለች...የሚገርመው ከዚህ ቀደም etv ዶክሜንተሪ ሲሰሩበት የነበረና ከዛም በኋላ በተደጋጋሚ ክፉኛ ተመተዋል ዛሬም አልቀረላቸውም.....አይ ብልፅግና ገራሚ ደነዝ ነው!!
2024/05/26 03:22:19
Back to Top
HTML Embed Code: