Telegram Group Search
#Shashamannee
#Dhaabbata_Haqiiq kan Dargaggootaan Bu'uurfame.

Sagantaa woreegamaa fi bu'aa bahii guddaan milkaahee, sagantaa guyyaa 01/10/2016 yookaa 08/06/2024 gegeeffame irraatti hirmaatuun koo hedduu na gammachiisee. Dhaloota kaayoo fi mudhata bareeda qabu, kan yeroo muraasa ijaarame keessatti tokkoomee socho'uun yoo xinnaata #namoota_soddomaa_ol #kufrii_keessaa gara #amantaa_dhaloota_isaanii fiduu danda'e, akkasumas amaanaan ergamaa Rabbii Masjid qofa keessatti hafuu hin qabu jechuun, sagantaa #da'awaa_karaa_irraatti bahanii lallabuu irraatti argamu. #Rabbiin hojii bareedaan isaan carraaqan #isaan_irraa_haa_jaalatu. Dargaggoota akkanaa eddoo maratti Rabbiin nuuf haa heddummeessu. Amiiiiiiiin

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
#Nageellee_Arsii
#Dhaabbata_Dargaggoota Nageellee Arsii

Sagantaa xumura waagaa kanaa, kan dargaggootaa #guyyaa_02/10/2016 yookaa 09/06/2024 gegeeffame irraatti hirmaatuun koo hedduu na gammachiisee. Dhaloota amaanaa itti kenname
#Islaamummaa_Addunyaadhaaf leenjii jedhu fudhataa turan gara hojitti jijjiruun,  amaanaan ergamaa Rabbii Masjid qofa keessatti hafuu hin qabu jechuun, #da'awaa_karaa_irraatti bahanii lallabuun, yoo xinnaata #namoota_soddomaa_ol #kufrii_keessaa gara #amantaa_dhaloota_isaanii fiduun bu'aa bareeda fiduu danda'anii jiruu. #Rabbiin hojii bareedaan isaan carraaqan #isaan_irraa_haa_jaalatu. Dargaggoota akkanaa eddoo maratti Rabbiin nuuf haa heddummeessu. Amiiiiiiiin

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate.
Kutaa #4ffaa (Kutaa #D)

#Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, hawaasni Muslimaa hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin.

Baruumsaa wol fakkaataa asiin dura kennamaa turee fi asi booda kennamu argachuuf, #liinkii_asii_gadii tuquun #Follow/#Join gochuu hin dagatinaa. 👇

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate.
Kutaa #5ffaa (Kutaa #E)

#Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, hawaasni Muslimaa hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin.

Baruumsaa wol fakkaataa asiin dura kennamaa turee fi asi booda kennamu argachuuf, #liinkii_asii_gadii tuquun #Follow/#Join gochuu hin dagatinaa. 👇

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
2024/06/16 08:50:02
Back to Top
HTML Embed Code: