Telegram Group Search
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Boojji-Coqorsaa #Fiigaatti #WBOn har'as oliif gadi ishee kurkursee tumaa oole

OROMIYAAN BIYYA

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ21/6/24 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በምዕራብ ዕዝ በዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ ትላንትናና ዛርም በምዕራብ ወለጋ ዞን ቦጂ ጭቆርሳ ወረዳ ፊጋ ቀበሌ ላይ ልክ እንደትላንቱ ፋሽስቱን የብልፅግና ሠራዊት እያሯሯጠ እየቆላቸው ነው የዋለው.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Gootichii bariirraa zoonii kibbaa gujii bahaa tti we-rartuu harcaasa jira.

#መረጃ፦ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ ደቡብ ዕዝ በምሥራቅ ጉጂ ዞን በከካውን እያወረደ ይገኛል.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
WBOn hara ganamaara kassee Ona #Boosat idoo adda #Gindboo jedhamuti diinaa tuma jira.

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ22/6/24 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በሆራ ሀርሰዲ ዕዝ በምሥራቅ ሸገር ዞን ቦሰት ወረዳ ልዩ ስሙ ጊንዳቦ ላይ ፋቼሽስቱን እየወቃው ይገኛል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Hospitaala Shaambuu deessuu gadi yaasanii RIB Siree deessuu irra ciibsanii yaalaa jiru.

#መረጃ፦ትላንት ሻምቡ ሆስፒታል ወላዶችን ከሆስፒታሉ በማስወጣት የቆሰሉ መከላከያዎችን እያከሙ ይገኛሉ ትላንት በሆሮ ጉድሩ ወልጋ ዞን የወረደው በከካ ከባድ ነበረ.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Aanaa horroo bulluq kaleessa kaabinooti adabamte 
>itti gaafatamaa qonnaa -1
>itti gaafatamaa buusaa gonofaa -1  fi
>kaabinoota deemtee soba afuufaa ooltu -4 fi
>Humna addaa oromiyaa -7
>Milishaa -3 fi
madoon lakkoofsa hin qabne hospitaala shaambuu guuttee jirti. Gam biraan HGW aanaalee hundaa keessatti biltsiginnaan qotee bulaa humnaan qabdee leenjisaa turte ammas irra deebiin kaleessaa kaastee qotee bulaa humnaan qabaa waan jirtuuf uummanni of eeggannoo taasisa jenna.

#መረጃ፦ ትላንት ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ በሄሮ ጉድሩ ወለጋ ዞን ሆሮ ቡሉቅ ወረዳ ላይ ካቢኔ ሳይቀር ነው አሹቅ የሆነው
1- የግብርና ቢሮ ኃላፊ
2- የወባ መከላከያ ኃላፊ
3- አራት መረጃ በውሸት የሚያቀባብሉ ካቢኔ አባላት
4- የኦ.ልዩ ኃይል ሰባት
5- ሚሊሻ ሦስት
ሲሆኑ የቁስለኛው ብዛት ሥፍር ቁጥር የለውም ተብሏል ሽምቡ ሆስፒታል በነሱ ቁስለኞች ሞልቶ ደጅ ሁሉ ተኝተዋል ከትላንቱ በከካ በኋላ ገበሬዎችን በኃይል ይዘው እያሠለጠኑ ስለሆነ ጥንቃቄ እንዲያደርግ ለህዝባችን መልዕክታችን ነው
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#Anaadhufu!
Ilmaan Oromoo dhuunfaanis ta'e gareen mooraa Impaayeeraa keessaa miliquun gara moonaa qabsoo bilisummaa Oromootti dhufuun gootummaadha!

እንኳን ደህና መጣህ ሌሎቻችሁም ከዚህ ትምህርት ውሰዱ
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#Artist_Gajo_Tilahunl asbuteen isa dhabame jira kamisa galgal qaama nageenya mootummaan shanee mana qabda jechuun bakki hojii isaatii sululta otoo inni quba in qabaatin butamee bakki jiru inbeekamnne.

#መረጃ#አርቲስትና_የሙዚቃ_አቀናባሪ_ገጆ_ጥላሁን ባለፈው ሐሙስ ዕለት ከሚሠራበት ሱሉልታ ከሙገኘው ስቱዲዮ ውስጥ "ቤትህ ውስጥ ሸኔ ትቀልባለህ" በሚል የመንግሥት የፀጥታ አካላት አፍነው ከወሰዱት በኋላ እስካሁን የትና በምን ሁኔታ ላይ እንደሚገኝ ቤተሰቦቹና የሙያአጋር ጓደኞቹ እንደማያውቁ ተነግሯል እሱን ፍለጋ ከቦታ ቦታም እየተንከራተቱ ይገኛሉ.....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ22/6/24 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ በደቡብ ምሥራቅ ዕዝ የነdhi ገመዳ ብርጌድ በምዕራብ አርሲ ዞን ሄበን ወረዳ አምባ ጎደ ሰዴ ቀበሌ ልዩ ስሙ ሚኤሳ በተባለ ሥፍራ ላይ ንጋት ላይ ባወረደው በከካ 16 ቀርጥፎ 22 ክፉኛ አቁስሏል....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#መረጃ፦የብልፅግናው መንደር እንዲህ ኦና እየሆነ ነው እነዚህ የመከላከያ አባላት ከነሙሉ ትጥቃቸው ነው ለጀግናው ሠራዊታችን ዕጃቸውን ይሰጡት እንኳን ደህና መጣችሁ ወደ ህዝብ ትግል ሌሎቻችሁም ከዚህ ትምህርት ውሰዱ....ለቤተሰቦቻቸው ደህንነት ሲባል ፊታቸው ተሸፍኗል!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Bobbaan Duula Irbuu Shinniggaa Jabaatee Akkuma itti fufetti jira.
Bakka cufattuu Injifannoo galmaa'aa jir Giddu Gala oromiyaa Aanaa Kuyyuu.
IUOf
𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞

#መረጃ፦ዛሬም ዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ እንደቀጠለ ሲሆን ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በማዕከላዊ ዕዝ በሰሜን ሸገር ሰላሌ ዞን ኩዩ ወረዳ ላይ እንዲህ ህግ እያስከበረ ይገኛል ህገወጦቹ ዘራፊው ብልፅግና እየተረፈረፈም ጭምር ይገኛል....አይዞሽ ገለቴ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
G/H/G/Wallaggaa aanaa horro bakka bataskaanaa Abboo jedhamtuutti kaadireenis muccuqqi jettetti kan Yaantoo sunimoo hindubbatamuu.

#መረጃ፦ዛሬ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዕዝ በዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ በሆሮ ጉድሩ ወለጋ ዞን ሆሮ ወረዳ ልዩ ስሙ አቦ ቤ/ክ በተባለ ቦታ ካድሬዎችን መጨቅ አርጎ ሲጨርስ የተቀሩት አይነገርም ተብሏል...
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#መረጃ፦ሰሞኑን ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዕከላዊ ዕዝ በሰሜን ሸገር ሰላሌ ዞን ሥር በሚገኙ ወረዳዎች ውስጥ በርካታ የፋሽስቱን ኃይል ድባቅ በመምታት አንጸባራቂ ድል ተጎናጽፏል በነዚህ ወረዳዎች እንደ
ደገም፣ ኩዩ፣ ሙሎ፣ ወረ ጃርሶ፣ ደራ ወረዳዎች ሲሆኑ በሥራቸው የሚገኙ በርካታ ቀበሌዎችን በመቆጣጠር ብልፅግናን ከነ አጋሮቹና አመራሮቹ መጨቅ አርጎ ፈጅቷቸዋል.....አይዞሽ ገለቴ!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
PPn Miilshafoo torbee 2 hinguunnee leenjiiftee xollaayii TATA 60 karaa waliisoo dabarsaa jirtii waaqayyoo harka WBO sibuusinnaan jedhaan.

#መረጃ፦ፋሽስቱ ብልፅግና ጦላይ ማሠልጠኛ ማዕከል ከገቡ ሁለት ሳምንት ያልሞላቸውን ሚሊሻዎች ሥልጠና ጨረሱ ብለው በ60 TATA በወሊሶ በኩል እየመለሷቸው ይገኛሉ....
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#መረጃ፦ሰሞኑን በምዕራብ ሸዋ ዞን ኖኖ ወረዳ ላይ ከ25 ሰዎች በላይ በሠርግ ላይ እያሉ በቦምብና በከባድ መሣሪያ ጥቃት ከፍተው ጨፍጭፈው ነበረ ዛሬ ጀግናው ሠራዊታችን በዚህ ወረዳና ቀበሌ ጥቃት አድራሾቹ ላይ መጠነ ሰፊ ኦፕሬሽን በመክፈት ህግ የማስከበር ስራውን በአጥጋቢ ሁኔታ በፈጸም ይህንን የፈጸሙትን በመቅጣትና ዳግም እንደማይፈጠር አርጎ ድባቅ መቷቸዋል....ኦሮሞ ላይ የሚደረግ የትኛውም ጥቃት በማንም ይሁን ዋጋ ያስከፍላል!!!
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Baroota hedduuf dukkana keessatti warra aartii oromoo guddisuuf hedduu dhamaatii gochaa turaniifi osoo fayiidaa dhunfaasaaniif dantaa hin kenniin oromoof duungoo ta'an kessaa artist #Sorsaa_Lammii warra angafa!  Har'a boqochuusaa dhagaheen hedduu gadde, waaqayyo jannataa lubbuusaa yaa qananiisu, maatiifi firoottaniif jajjabina yaa kennu.
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee keessatti diina du'aa fi madoon adabuun meeshaalee hedduus irraa hiike.

Irree fi gaachanni abdii sabaa WOB'n duula Irbuu Shinniggaan ergamtoota Abiy Ahimed irratti tarkaanfii guggubduu fi akkaan rifaasisaa fudhatuun injifannoo boonsaa galmeessu jabeessee itti fufe jira.

ONM-ABO Waxabajjii 24,2024 abdii fi wanteen sabaa WBO'n Zoonii Kaabaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee magaalaa haaraa Dareessa jedhamu keessatti kaleessa Waxabajjii 23,2024 galgala sa,a 11:00 irraa kaasuun lola ergamtoota murna bilxiginnaa waliin  halkan keessaa hanga sa,a 8:00tii taasisaa tureen waraana maafi'aa PP konkolaataa 10 maqaa  WBO balleessinaan dhufte irraa loltoota 18, battalatti ajjeesuun 25 madoo dandammii hin qabneen geggeesseera.

Haleellaa Korommiiwwan Kaabaa WBO'n ergamtoota Abiy Ahimed irratti taasise kanaanis   Poolisii tokko jiraatti harkaan qabuun,  bireena tokko rasaasa bireenaa 200, qawwee AKM 5 rasaasa  AKM 300 waliin irraa hiikuun  moonaa qabsoo Bilisummaa Oromoof galii yoo taasisu. Kan hafte baaraguun reeffaa fi madoo ishee guurrachuun  humna dabalataa waammachaa jirti.
Guutuu tarkaanfii kanaan walitti deebina.
Lolli WOB'n Bilisummaa sabichaaf taasisu cimee itti fufa


Injifannoon Uummata Oromoof ❗️
Forwarded from Jabeessaa Qeerroo (Jabeessaa Qeerroo)
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ23/6/24 ከምሽቱ 11:00pm ጀምሮ እስከ 2:00am ድረስ ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የሰሜን ዕዝ ሥር ኦዳ ገራዶ ብርጌድ በዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ዞን ሀርጡሜ ወረዳ ሀራ ዳሬሳ ከተማ አስተዳደር ላይ በ10 መኪና ሲንቀሳቀስ የነበረን ፋሽስት ሠራዊት ድባቅ በመምታት 18 ሲቀረጥፍ 25 ክፉኛ አቁስሏል በዚህም በርካታ መስምሣሪያም ማርኳል....
2024/06/25 02:20:44
Back to Top
HTML Embed Code: