Telegram Group & Telegram Channel
WORQITUU (MOOTITTII OROMOO WOLLOO)

Worqituun Seenaa Oromoo Wolloo keessatti bakka olaanaa fi gulantaa jalqabaa irratti gootummaa isheetiin mootittii argamtuu dha.
Mootittiin Worqituu dubartii cimtuu waraana garaagaraa irratti olaantummaa mootummoota Habashaa cabsaa turtee dha. Du'aTeewidiroos ilaalchisee wanti barreessitoota Habashaatiin katabame Seenaa sobaa fi gootummaa Oromtittii tana awwaaluudhaaf wanta hojjatame malee dhugummaa kan qabu miti.

Mootiin Teewidiroos bara 1868tti kan du'e haleellaa humni waraana mootittii Worqituu irratti raawwateen malee ofiin of ajjeese kan jedhamu soba akka ta'e seenaan garaagaraa ni dhugoomsa. Mootii Habashootaa kan ture mootii Teewidiroos kan ajjeese Mootittii worqituu dha malee Humna waraana Ingiliiz ykn ofiin ofi ajjeese jedhamee Habashootaan kan barreeffame seenaa sobaa akka tahe maddoonni garaagaraa ni rageessu

Walakeessa Bara 1860 tti, Ilmi Worqituu maqaan isaa Amadee Alii jedhamu Teewidiroosiin booji'amee

tg-me.com/voiceoforomo/92
Create:
Last Update:

BY Kara Deemaa

Share with your friend now:
tg-me.com/voiceoforomo/92

View MORE
Open in Telegram

Kara Deemaa Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

What is Telegram?

Telegram is a cloud-based instant messaging service that has been making rounds as a popular option for those who wish to keep their messages secure. Telegram boasts a collection of different features, but it’s best known for its ability to secure messages and media by encrypting them during transit; this prevents third-parties from snooping on messages easily. Let’s take a look at what Telegram can do and why you might want to use it.

Telegram has exploded as a hub for cybercriminals looking to buy, sell and share stolen data and hacking tools, new research shows, as the messaging app emerges as an alternative to the dark web.An investigation by cyber intelligence group Cyberint, together with the Financial Times, found a ballooning network of hackers sharing data leaks on the popular messaging platform, sometimes in channels with tens of thousands of subscribers, lured by its ease of use and light-touch moderation.Kara Deemaa from us

Telegram Kara Deemaa
FROM USA