Telegram Group & Telegram Channel
#AMANTIIF_WANGEELOTA_BIROO
Gal. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁶ Isa karaa ayyaana Kristos isin waame irraa garagaltanii, akkas ariifattanii gara wangeela kan biraatti goruu keessaniif nan dinqifadha.
⁷ Wangeelli biraa illee hin jiru; garuu namoonni isin wallaalchisanii, wangeela Kristos garagalchuudhaaf barbaadan tokko jiru.

Wangeelli waa'ee kiristoosidha. Wangeelli iyyesuus mul'isu sun qophaa isaa wangeela guutuudha. Isa ibsamee hin dhumne kiristoosiin wangeela daangaa qabu fakkaatu kana keessatti daangaa malee barreeffamee jira.

Wangeelli biraa caalaa isa ibsuuf barreefamu hin jiraatu inni kaan hamma caalaa isa ibsu isa dhoksaa jira. Hamma caalaa waa'ee isaa dubbatu waa'ee wantoota biroo haasa'aa jira.

Wangeelli gahaadha. Wangeelli dhugaa caafamee dhume, dubbifamee hin dhumneedha. Dhugaa mul'atee dhume, beekamee hin dhumneedha. Kiristoos mul'achuu isaa nama tahee du'ee du'aa kahuun mirga abbaa deemuu isaa caalaa mul'inni hin jiru.

በክርስቶስ ጸጋ የጠራችሁን እርሱን ትታችሁ፣ ወደ ተለየ ወንጌል እንዲህ ፈጥናችሁ መዞራችሁ ደንቆኛል፤  እንደ እውነቱ ከሆነ ሌላ ወንጌል የለም። የሚያደነጋግሯችሁና የክርስቶስን ወንጌል ለማጣመም ጥረት የሚያደርጉ አንዳንድ ሰዎች አሉ።
ገላትያ 1:6-7

Kayyoon wangeelota biroo yaadota wangeela ala jiran sirrii fafakkaatan barsiisuu namoota karaa ayyaanaa sana irraa kaachisuu dha. Karaa hedduurra kan deddeemu galma dhugaa tokko bira hin gahu. garamittis akka adeemu hin beeku. Kiristoos an karaadha dhugaadha jireenyadha yemmuu jedhu kallattii tokko qabaachuu akka qabnu illee nu barsiisaa jira.

Innis kan inni nuuf kennes gahaadha.

Wanta inni hojjetetti daddaballee wanta guutuu taasifnu hin qabnu inni inni hojjete guutuudha. Eeyumaa isaatti daddaballee jireenya guutuu taasifnu hin qabnu iyyesuus qophaasaa jireenyadha.

Gal. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁸ Haa ta'u iyyuu malee, ani yookiis ergamaan waaqa irraa tokko, wangeela isa nuyi kanaan dura isinitti himnettii kan gargar ba'e yoo isinitti hime, abaaramaa haa 'ta'u!

#kiristoos_qofatu_lallabama

@wangelawaka
@wangelawaka

tg-me.com/wangelawaka/1751
Create:
Last Update:

BY Wangeela afaan oromoon

Warning: Undefined variable $i in /var/www/tg-me/post.php on line 280

Share with your friend now:
tg-me.com/wangelawaka/1751

View MORE
Open in Telegram

Wangeela afaan oromoon Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Why Telegram?

Telegram has no known backdoors and, even though it is come in for criticism for using proprietary encryption methods instead of open-source ones, those have yet to be compromised. While no messaging app can guarantee a 100% impermeable defense against determined attackers, Telegram is vulnerabilities are few and either theoretical or based on spoof files fooling users into actively enabling an attack.

What is Secret Chats of Telegram

Secret Chats are one of the service’s additional security features; it allows messages to be sent with client-to-client encryption. This setup means that, unlike regular messages, these secret messages can only be accessed from the device’s that initiated and accepted the chat. Additionally, Telegram notes that secret chats leave no trace on the company’s services and offer a self-destruct timer.

Wangeela afaan oromoon from us

Telegram Wangeela afaan oromoon
FROM USA