Telegram Group Search
🎯Baratoota haaraa gara dhaabbilee olaanaa ramadamuun guyyaa waamicha eegdan maraaf.
Fuula Facebook sirrii dhabbilee kana akka itti aanutti isiniif qopheessine jira.

Odeeffannoo Sobaa irra of eega

👉 Yunvarsitii Dirree Dawaa https://m.facebook.com/DDUniv/

👉 Yunivarsitii Hawaasa https://m.facebook.com/Hawassa.University/

👉 University Finfinnee https://m.facebook.com/Addis-Ababa-University-496255483792611/

👉 Yunversitii Gondar https://m.facebook.com/TheUniversityofGondar/

👉 Yunvarsitii Bahaar Daar https://m.facebook.com/bduethiopia/?ref=page_internal&mt_nav=0

👉 Yunivarsitii Arbaminc https://m.facebook.com/ArbaMinchUniversityCCD/?_se_imp=0ueaW0ZojpEObV9zR

👉 Yunivarsitii Haramaayaa https://m.facebook.com/HRMUNIV/

👉 Yunversitii Jimmaa https://m.facebook.com/JimmaUniv/

👉Yunivarsitii Arsii https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=357578986410375&id=100064748293256

👉 Yunvarsitii Walaayittaa Sooddoo
https://m.facebook.com/pages/category/Education-website/Wolaita-Sodo-University-246568056057804/

👉 Yunversitii Wachaamoo https://m.facebook.com/WachemoUniversity2008/

👉 Yunivarsitii Gambeellaa https://www.facebook.com/265529850297666/posts/1845133279003974/?app=fbl

👉 Yunvarsitii Madda Walaabuu https://www.facebook.com/141864125910414/posts/4794315817331865/?app=fbl

👉 Yunversitii Wallaggaa https://m.facebook.com/pages/category/Education-website/Wollega-University-Corporate-Communications-2319182621440303/

👉 Yunvarsitii Asoosaa https://www.facebook.com/234983083247967/posts/5141798579233035/?app=fbl

👉 Yunversitii Waraabe https://www.facebook.com/2181225212102194/posts/3109977289226977/?app=fbl

👉 Yunvarsitii Booranaa https://m.facebook.com/BoranaUniversityBRU/

👉 Yunvarsitii Qabriidaar https://m.facebook.com/pages/category/Education/Kebri-Dehar-University-306587496533329/

👉 Yunversitii Jinkaa https://m.facebook.com/pages/category/Education/Jinka-University-178538809733160/

👉 Yunivarsitii Dabre Birhaan https://www.facebook.com/547073878695780/posts/5065885566814566/?app=fbl

👉 Yunivarsitii Debre Markoos https://www.facebook.com/1879460055640998/posts/3057857987801193/?app=fbl

👉 Yunvarsitii Waldiyaa https://m.facebook.com/WoldiaUniversity/

👉 Yunversitii Walloo https://m.facebook.com/WolloUniversity111/

👉Yunversitii Dambi Dolloo https://www.facebook.com/1301588393256101/posts/5145148712233364/?app=fbl

👉 Yunversitii Odaa Bultum https://m.facebook.com/OBUEthiopia/

👉 Yunversitii Amboo https://m.facebook.com/AmboUniversityofficial/

👉Yunversitii Mizaan Teepii https://m.facebook.com/Mizan-Tepi-University-MTU-362390684253048/

👉 Yunivarsitii Jijjigaa https://www.facebook.com/614590095253065/posts/5432186613493365/?app=fbl

👉 Yunversitii Walqixxee https://www.facebook.com/979926502053136/posts/5129611493751262/?app=fbl

👉 Yunversitii Samaraa https://www.facebook.com/336146983089022/posts/5029908297046177/?app=fbl

👉Kotobee https://www.facebook.com/792405150779154/posts/5397052686981021/?app=fbl

👉 Yunivarsitii Bulee Horaa https://www.facebook.com/100064618752509/posts/386404006856888/?app=fbl

👉 Yunversitii Mattuu https://www.facebook.com/330316734055129/posts/1468350973585027/?app=fbl

👉 Yunversitii Maqdallaa Ambaa https://m.facebook.com/Mekdela.Amba.University/

👉 Yunversitii Sayinsii fi Teknolojii Adaamaa https://m.facebook.com/adamaastu/

👉Yunvarsitii Saayinsii fi Teknolojii Finfinnee https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=304804401829357&id=100068993984600

@Arsirobej
@Arsrobej
Gochi Hamaan #Magaalaa Goondaritti Muslimtoota fi Masjiida Irratti Raawwatame Duula Jibbaa Amantii islaamaa irratti Yeroo dheeraaf keessoo isaaniitti gaggeessaa as gahaniidha. Gareen gocha sana godhe kun Warra Itoophiyaa Afaan takkaa ti fi Amantii takkaa humnumaan ijaaruu barbaadu. Warra Itoophoyaa Rabbiitu amaanaa nutti kenne jedhu. Osoo danda'anii Goondar qofa Osoo hin taane Bakkoota hundatti waan akkasii raawwachuun fedha isaaniti.
*Hammeenyummaa garee kanaa sirritti hubachuun tarkaanfii jalqabaa jara ofirraa deebisuuti.
@Arsirobej
@Arsirobej
@Arsirobej
@Arsirobej
#Gonder

Baay'inni Muslimoota du'anii 21 gahee jira.
Innaalillaahi wa'innaa ileeyhi raaji'uun 😭😭

Baay'inni Muslimoota Lubbuun darbanii 40 gahe.

Yaa Allaah nuuf birmadhuuf🤲
Qaamolee rakkoo nageenya Goondaritti uumame keessaa harka qabaniratti mootummaan tarkaanfii barsiisaa ta'e akka fudhachuu qabu,Manni Maree Islaamummaa Itoophiyaa gaafate.

Manni maricha ibsa miidiyaaf kenneen rakkoon nageenya Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti uumame hiikuun nageenyi waaraa akka bu'uuf qaamoleen hunduu ciminaan hojjechuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mana Maree Islaamummaa Itoophiyaa Muftii Haaji Umar Idiriis.

Rakkoo nageenya magaalaa Gondaritti uumameen miidhaan namaa fi qabeenyarra gahuu kan ibsan Muftii Haajin, qaamolee rakkoo nageenya Goondaritti uumame keessaa harka qabanirratti mootummaan tarkaanfii barsiisaa ta'e fudhachuu akka qaban gaafatan.

@Arsirobej
@Arsirobej
Sagantaa qormaata biyyaalessaa fi naannoo kan bara 2014
Odeeffannoo biroo barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee irra argameen.
Qormaanni kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 hanga Adoolessa 1 kan kennamu yoo ta'u.

Qormaanni kutaa 12ffaa Fulbaana 20 / 2015 booda guyyaan kan beekkamu ta'u gabaafame jira.

Qormaatichis kanaan dura haala barameen ala qabiyyee kuta 9 hanga 12 jiru kan hammatu ta'un beekameera.

@Arsirobej
@Arsirobej
YUUNIVARSITIILEE HANGA YOONAA WAAMICHA TAASSISAN

1ffaa- Finfinnee University ......Eebla 24-25

2ffaa- Wolaita sodo University ......Eebla 27-28

3ffaa- AASTU University ......Eebla 28-29

4ffaa- ASTU University ......Eebla 28-29

5ffaa- Kotebe Metropolitan University ......Eebla 28-29

6ffaa- Bahirdar University ....Eebla 28 - 30

7ffaa- Debre birhan University.......Eebla 29- 30
#Oduu_ammee‼️

Guyyaa har'aa Baatiin Shawwaal Waan hin Mul'atiniif Guyyaan Boruu Guyyaa 30ffaa Baatii Ramadaanaa akka tahu Sa'uudi Arabiyaan ibsitee jirti.

Kanaafuu Ayyaanni Iidal Faxir Bara 2014 Wiiyxata May 2/2022 Kan Kabajamu taha!


🌺#Share🌺
|| @Arsirobej
|| @Arsirobej
As wr wb
Eid mubarek kabajamtoota hordoftoota Amanta Muslima Kan biyyaa keessa fi Alaa hundi baga ittin isiin gahe .
Sagaantan Abbaa caara kan kardi gahuti jira itti qophaya Sa'ati 04:00 PM irrati ni kenama badhaafama isinin jenna .
@Arsirobej
@Arsirobej
@Arsirobej
@Arsirobej
Dhifamaa isinin jenna hordoftoota keenya connection nu dida jira.Ganaama sa'ati 04:00 Am tti dabarsine jira.
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Eid Mubarek
Sagantaan badhaasa egalufi
Lakk kardi kan arman gaditi
6916309322-298 bakka duwaa itti guta
Motummaan Federaalaa namoota 76 kanneen adda durummaan hokkoraafi jeequmsa sirna salaata Finfinnee irratti hirmaatan to’annoo jala oolchuu beeksise.

Gama biraatiin ammoo bulchiinsi Magaalaa Finfinneefi naannoolee Oromiyaafi Amaaraas qaamolee amantaa dahoo godhachuun jeequmsaafi hokkora uuman hin obsinu jedhaniiru.

Koreen Waloo Nageenyaafi Tasgabbii Federaalaa ibsa Ebla 2, 2022 galgala keessa baaseen, namoonniifi gareewwan kaayyoo hokkoraafi jeequmsaa qaban sagantaa Finfinnee jeeqan jedhe.

Sababii ka’umsa jeequmsaa hin taanen sagantaa ayyaana salaataa irratti hokkora isaadiyoomiin alatti naannoo muuziyeemii yaadannoo wareegamtoota Fannoo diimaa biratti ka'en humnootiin nageenyaafi qabeenyaa irra miidhaan qaqqabuu hime.

Kanaanis namoonni adda durummaan shakkama 76 to’annoo jala oolchuu Koreen Waloo nageenyaafi Tasgabbii beeksiseera.

Miidhaa qabeenyaafi humnootii nageenyaa irra gahe jedhameen alatti hirmaattoota ayyaanichaa irra miidhaan qaqqabee akka hin jirrees himeera.

Hookkara Ayyaana Idii irratti Finfinneetti dhaqqabeen maatiin ijoolleerraa adda bahuufi, qabeenyis manca'u ibsameera.
2024/06/20 09:14:28
Back to Top
HTML Embed Code: