Telegram Group & Telegram Channel
Fuudhaaf heeruma keessatti wal fakkeenyi bareedaadha.
Fknf.......
👌Amantaan tokko tahuu
👌Yoo barreeysaa taate, ta dubbiftu, ta kitaaba kee san qulqullinaan dhiheessuu irra si gargaartu, ta maal waa barreessaa oolta hin janne, ta kana itti dabali tana irraa dhiisi jachuun si gargaartu......
👌Yoo naggaadee taate ta maallaqa wali qabuu beeytu, ta tirfeeysuu irra si gargaartu.......
👌Yoo hoji teetiifii hojiin isii wal faallaa taate bultiin hedduu takka cima, waliif galuufii wal hubatuu irra wal cinquufii wal dhabuutu baayyata.

👍Akkaataan hojiifii "style" jaarsaaf jaartii wal hubachuufii wal gargaaruu irratti murteessaadha.
@Jaalala_qulqulluu

tg-me.com/Jaalala_qulqulluu/1732
Create:
Last Update:

BY Jaalala♡Qulqulluu💖

Share with your friend now:
tg-me.com/Jaalala_qulqulluu/1732

View MORE
Open in Telegram

telegram Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

Traders also expressed uncertainty about the situation with China Evergrande, as the indebted property company has not provided clarification about a key interest payment.In economic news, the Commerce Department reported an unexpected increase in U.S. new home sales in August.Crude oil prices climbed Friday and front-month WTI oil futures contracts saw gains for a fifth straight week amid tighter supplies. West Texas Intermediate Crude oil futures for November rose $0.68 or 0.9 percent at 73.98 a barrel. WTI Crude futures gained 2.8 percent for the week.

What is Telegram?

Telegram is a cloud-based instant messaging service that has been making rounds as a popular option for those who wish to keep their messages secure. Telegram boasts a collection of different features, but it’s best known for its ability to secure messages and media by encrypting them during transit; this prevents third-parties from snooping on messages easily. Let’s take a look at what Telegram can do and why you might want to use it.

telegram from id

Telegram Jaalala♡Qulqulluu💖
FROM USA