Telegram Group Search
#Magaalaa_Adaabbaa
Seenaa guddaa Dhalootaan hojjatame, #Eebba_mana_kitaaba

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Adaabbaa, Magaalaa #Adaabbaatti, sagantaan #Guyyaa 19/05/2024 or 11/09/2016tti Eebba mana kitaaba barattootaa fi leenjiin bareedaan  #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Magriibaa Irraa eegalee kennamaa ture gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
#Burqaa_Diinii_Ziyaarree, badhaasa guddaa duaa'ii fudhannee galle Alhamdulillah.

Madda hayyoota hedduu kan ta'e, Halqaa Ilmii sheek #Habiib_Leencaa guyyaa 12/09/2016 or 20/05/2024 taasifnee, Yuunivarsitii guddaa dhaloonni abdii biyyaa keessatti oomishamaa jiru (#barattoonni 2,500 ol #keessatti_argamu), kan Magaalaa Shashamannee ziyaarree, faaruun kan Rabbii keennaatti boojuu guddoon gallee. Hunda worroota Rabbiif jecha nu jaalatuutii fi Rabbiif jecha jaalannuu, duaa'ii guyyaa hara'aa nu arganne kana Rabbiin isinillee haa kennuu. Amiiiiiiiin.

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Kaayoon_isaanii milkaahuu dhabe malee hawwiin isaanii #fagoo_ture.
Kaayyoo #Aatseewwanii #dhugoomsuuf dhama'aa jiruu (biyya takka, #amantaa #takka sunis #Ortodoksii isa jedhu).

#አላማቸው_ባይሳካም ነገር ግን ምኞታቸው #ሩቅ_ነበር
#የአጼዎችን (አንድ ሀገር  #አንድ_ሃይማኖት ይህችም #ኦርቶዶክስ ናት) የሚባለውን አላማውን #እውን ለማድረግ #እየጣሩ ነው።

https://www.tg-me.com/Turullee Dhugatu Mo& 39;ata/com.Xaaliburidallah
2024/05/23 02:45:55
Back to Top
HTML Embed Code: